SBS

SBS Afaan Oromoo

News OM ↓ 248 episodes

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

Author

SBS

Category

News

Podcast website

www.sbs.com.au

Latest episode

Jul 8, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

#53 How to give encouragement (Med) - Akkmiin jajjabina namaa laatta/#53 How to give encouragement (Med) 17.01.2024

Learn how to encourage someone and make them feel good and motivated. - Dhaggeeffachuun afaan baradhaa, achumaanis akkamitti nama akka jajjabeessanii of irratti amanamummaa akka qabaatan hamleessan baradhaa.

How to become a First Nations advocate - Akkamiin leellistoota Saboota Jalqabaa tahu 16.01.2024

First Nations advocates help amplify the voices of Indigenous communities in Australia. Here are some aspects to consider related to advocacy and “allyship” with First Nations communities. - Leelliftoonni Saboota Jalqabaa sagalee hawaasa abbootii dachee Australia keessaa dhageessisuuf gargaaru. Abukaattummaa fi “michooma” hawaasa Saboota Jalqabaan walqabatee waanneen ilaalamuu qaban tokko tokko ji...

How to get an Australian driver’s licence - Akkaataa Hayyama Konkolaachisummaa Australia itti argattan 10.01.2024

Driving a car offers independence and increases job opportunities, but it also comes with the great responsibility of keeping roads safe. In Australia, drivers need to pass several assessments before they become fully licensed. Migrants may be eligible to convert their overseas licences to Australian ones through an abridged process, but this depends on their personal circumstances. - Konkolaataa...

Boqonnaa ijoollee ilaalchisee Adde Fooziyaa Adam maal jedhu 03.01.2024

Boqonnaan ijoollee, barmoota irraa haa boqotanuu malee amma illee kaan isaanii hojiin mana barumsaa irraa fudhatanii galan ni qabaatu. Warreen sadarkaa tokkoffaa haga tokko ji'a lama guutuu boqonnaa qabu. Haa tahuu, yeroo kanatti ijoolleen maal irratti dabarsu? maatii fi hawaasni maal gochuu qaba. Yaadi Adde Boontuu Mul'isaa, Adde Amiinaa Ali fi Adde Fooziyaa Adam wal fakkaata.

Summer listening: Setting goals | Three As Technique - Sa'a itti waa hojjetan qindeeffachuu | Tooftaa sadan tokko si gargaaru 03.01.2024

Learn how to talk about goals and New Year’s resolutions. Plus, find out how Three As Technique can help your language learning goals. - Akkaataa waa hojjechuuf sa'a qindeeffattan fi yaada waggaa haaraa barattu. Tooftaalee sadii akkaataa adeemsa afaan barachuu ilaalchisee waa baayyee irraa barattu.

Summer listening: Renting a car | Australian road rules - Bona kana kan dhaggeeffattan | Seera daandii Australia 03.01.2024

Learn useful phrases when renting a car. Plus, find out about some important and unusual Australian road rules. - Seera Karaa fi yoo kan konkolaataa kireeffattanii akkaataa nama waliin dubbattan afaan barachuuf dhaggeeffadhaa.

Make friends in Australia: the importance of cross-cultural friendships - Faayidaa hiryummaa namoota aada-danuu waliinii 03.01.2024

Making friends is one of the biggest challenges people can face in a new country. We naturally form support networks with people from similar cultural backgrounds – but imagine taking a leap and expanding your friendship circle. Cross-cultural friendships will improve your outlook and heighten your sense of belonging. - Hiriyyoota horachuun qormaata guddaa biyya haaraa keessatti nu mudatu keessaa...

Boqonnaa ijoollee ilaalchisee ad Boontuu Mul'isaa fi Ad Amiinaa Alii maal jedhu 27.12.2023

Ijoolleen Oromoo yeroo boqonnaa irra jiran kanatti maatii fi hawaasni akkamiin tajaajiluu qabu. Ijoolleen torban guutuu keessaa guyyaa shan mana barumsaa oolu. walitti dhufeenyi maatii waliin qaban , hojii manaa kee hojjetteettaa? jechuun to'achuu alatti walitti dhufeenyi maatii ykn hariiroon cimaan ilaalcha barmootatti fuulleffachuun waan dhuunfatame fakkaata. Amma hoo?

Five tips to keep safe and cool during an Australian summer - Yeroo ho''aa akkamiin nagaa fi qabbanaan keessa akka dabramu waa shan gorsama 27.12.2023

Listening to what your body needs is important throughout the year, but it becomes even more crucial during extreme weather. Here are some essential tips to beat the Australian summer. - Wagaa ho'aa kana keessa waan qaamni kee barbaadu qaama offii dhaggeeffachuun barbaachisaa dha, keessattuu yeroo ho''a hamaa keessa kun baayyee barbaachisaa tahee argama. Ho''a Australia kana keessa dabruuf wanneen...

#21 Workplace conflict | Mind Your Health - #21 Wal-dhabbii bakka hojii| Fayyaa kee eeggadhu 22.12.2023

Learn phrases you can use to resolve workplace conflict. Plus, find out where to access free content that can help you reduce the daily stress in your life. - Wal-dhabdee bakka hojii furuuf jechoota itti fayyadamuu dandeessu baradhu. Dabalataan, qabiyyee bilisaa kan dhiphina guyyaa guyyaa jireenya kee keessatti si mudatu hir’isuuf si gargaaruu danda’u eessatti akka argattu dhaggeeffadhu.

#5 How to call in sick | Personal leave entitlements - #5 Yoo dhukkubsattan akkamitti bakka hojiitti bilbiltu| Mirga boqonnaa dhuunfaa 22.12.2023

Learn how to tell your employer you need to take sick or carer’s leave. Plus, find out about your sick leave entitlements at work. - Hojjechiistota keetti yoo si dhukkube guyyaa boqonnaa fudhachuu ykn nama biraa dhukkubsateef kununsa gochuuf akka barbaaddu akkaataa itti himtu baradhu. Akkasumas bakka hojiitti guyyaa boqonnaa akka qabdu beekuuf dhaggeeffadhuu hubadhu.

# 13 Asking for flexible work | Flexible working arrangements in Australia - # 13 Haala hojii mijeeffachuuf gaafachuu| Australia keessatti haala namaa mijatuun hojjechuuf gaafatachuu 22.12.2023

Learn how to talk about flexible work with your employer. Plus, find out about flexible working arrangements rules in Australia. - Learn how to talk about flexible work with your employer. Plus, find out about flexible working arrangements rules in Australia. Waa;ee haala hojii mijeeffachuu ilaalchisee hojjechiistota kee waliin akkaataa itti dubbattu baradhu. Akkasumas Australia keessatti haala ho...

#32 Negotiating salary | Free legal help in Australia (Adv) - #32 Mindaa waliigaluu| Gorsa Seeraa Australia keessatti argachuu (Adv) 22.12.2023

Learn how to ask for more money from your employer. Plus, find out where you can access free and confidential legal help in Australia. - Akkaataa Mindaa dabalataa hojjechiisaa kee itti gaafattu asi irratti baradhu. Akkasumas, gargaarsa seeraa iccitaawaa Australia keessatti akkaataa itti argattus asi irraa dhaggeeffadhu.

#11 How to answer common interview questions | Preparing for a job interview - #11 Hojii galuuf gaaffilee gaafatamuu malan | Gaaffilee eegala hojiif of qopheessuu 22.12.2023

Learn how to answer the three most common job interview questions from an Australian employer. Plus, find out how job interviews in Australia are different from other countries. - Hojjechiistota Australia irraa gaaffilee beekamoo sadii hojii galuu irratti si gaafataniif deebii asi irraa baradhu. Akkasumas, gaaffileen biyya irraa biyyatti adda adda tahuu asi irraa hubatta.

Summer listening: Liking & disliking | Australian desserts - Yeroo boqonnaa kan dhaggeeffattanii afaan itti barattan waa jibbuu fi jaallachuu 19.12.2023

Learn interesting ways to say you like or dislike something. Plus, find out how two famous Australian desserts, lamingtons and pavlova, got their names. - Learn interesting ways to say you like or dislike something. Plus, find out how two famous Australian desserts, lamingtons and pavlova, got their names.

Five ways to bring bush tucker to your festive plate - Karaa itti bush tucker nyaata keessnitti simachiiftan 19.12.2023

Make your festive season celebrations unique by incorporating native Australian ingredients into dishes and drinks. - Nyaata fi dhugaatii Australia Nyaata fi dhugaatii keessan waliin wal fudhachiisuun ayyaana miidhagaa fi ayinaa qabu qabaadhaa.

#51 Check-in at the airport (Med) - Dirree Xayyaaraa -akkamiin Afaan Inglishii fayyadamtu 06.12.2023

Learn how to talk about checking-in at the airport. Plus, find out tips for a comfortable flight. - Akkaataa itti bakka dirree Xayyaaraatti haasawan fi akkasumas dhimma xiyyaaraa odeeffannoo argadhaa. Yeroo kana dhggeeffattan Afaan Inglishii barattan.

Fayyaa ofii hordofachuun nama jaallataniif eeggannoo gochuu dha kutaa 2fa 06.12.2023

reast Screen Victorian Tajaajila tolaa kan canserii harmaa mul’isu laalamaa harmaa ykn (breast screen) dubartoota umriin isaanii shantamaa haga torbaatamii afurii gahaniif kennanii dha. Kunis screen ykn laalama daqiiqaa kudhanii wagga lama lamaan fudhachuu kan danda’amu yeroo tahu, laalamuuf mallattoo wayituu qabaachuu isin hin feedhisisu.

Facing a shark while swimming? Here's what to do - Utuu Galaan keessa daaktuu yoo Shaarkiin sitti dhufe maal akka gochuu qabdu 06.12.2023

Australia has thousands of kilometres of spectacular coastline, and a trip to the beach for a swim is a much-celebrated part of the lifestyle – whether to cool off, keep fit, or to socialise. Being aware of beach safety is vital to minimise the risk of getting into trouble in the water. This includes understanding the threat that sharks pose to minimise the chance of encountering a shark and being...

Fayyaa ofii hordofachuun nama jaallataniif eeggannoo gochuu dha Breast Screen Vic 30.11.2023

Breast Screen Victorian Tajaajila tolaa kan canserii harmaa mul’isu laalamaa harmaa ykn (breast screen) dubartoota umriin isaanii shantamaa haga torbaatamii afurii gahaniif kennanii dha. Kunis screen ykn laalama daqiiqaa kudhanii wagga lama lamaan fudhachuu kan danda’amu yeroo tahu, laalamuuf mallattoo wayituu qabaachuu isin hin feedhisisu.

Knowing first aid can save lives. Here's where and how to get trained in Australia - Leenjii gargaarsa duraa (first aid) eessaa akka argachuu dandeessan 29.11.2023

Accidents and sudden illness can strike anywhere. First aid training can make all the difference, from treating an injury at a critical time to saving a life. In Australia, there are various options for first aid training according to your needs and budget. - Balaan akka tasaa fi tasa dhukkubsachuun idduma hunda jira. Leenjii gargaarsa duraa(First aid) qabaachuun miidhaa oolchuu fi tajaajiluu akka...

MiniPod: Sentence Stress and Word Stress | Bad English Made Better - MiniPod: Sentence Stress and Word Stress | Bad English Made Better 22.11.2023

Understand why we need to put stress on particular words and syllables. The 'Bad English Made Better' minipods are short and simple English grammar lessons. - Jechootaa fi loqoda jechootaa adda tahan jabeessuun maaliif akka barbaachise hubadhaa. minipoodiin Inglish badaan gaariitti fooyyawe ykn The bad English Made Better jedhamu barnoota caasluuga Inglishii salphaa fi gabaabaa dha. .

Ijoollee Daa'imummaatti daakaa barsiisuun lubbuu baraaruuf gargaara 22.11.2023

Eeggannoon Bishaanii fi dandeettii daakaa daa’ima kami iyyuu Australia keessa jiruuf dirqama. Barbaachisummaa barnoota daakaa fi filannoowwan jiran ilaalchisee wanti warri ijoollee hundi beekuu qaban akka armaa gadii ti.

Gadda irratti wal jajjabeessuu hojii gaarii nama yaadachuu-Pastor Phaawulos Ol-aanaa waliin 15.11.2023

Akka akka aadaa garagaraatti namuu utuu addunyaa kana irraa hin godaanin dura maal akka barbaadan, yeroo boqatan booda maaltu akka isaaniif tahuu barbaadan dhaammatu.

Why do men's mental health and wellbeing matter? - Fayyaa fi nagooma mataa Dhiirotaa maaliif irraa dubbatamuu barbaachise? 15.11.2023

Many men are taught to remain strong in the face of adversity. However, when pursuing their dreams of resettlement in Australia, things can take an emotional toll, leading to strained family relationships and shattered aspirations.  - Dhiirotni hedduun rakkina isaan mudatu keessatti cimanii akka itti fufan barsiifamu. Haa tahu malee yeroo abjuun Australia qubachuu isaanii dhugoomsu, waan baayyeen...

Listen to the SBS Afaan Oromoo podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.