SBS
SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
MiniPod: I scream, you scream... | Pronunciation practice with Janice - Loqoda Afaanii Janice Peterson waliin haa baratnu 09.05.2024 7:11
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /iː/ and /aɪ/ (sheep and eye) - Janice Peterson dhaggeeffachuu fi hordofuudhaan loqoda afaanii daqiiqaa shan keessatti fooyyeffattu. Akeekni barmoota kanaa loqoda kanneen akka itti /iː/ and /aɪ/ (sheep and eye) yaaman danda'u taha.
Barmootni umriin hin daangeffamu- Obbo Iyyaasuu Innooroo 09.05.2024 6:30
Obboo Iyyaasuu Innooroo, barnootni umuriin hin daangeffamu jedhu. Namootni barachuu yoo barbaadan carraan isaa jira, murteeffachuu, jabaatanii hojjechuudhaan keessa dabrama. Yoo baayyate waggaa 2 - 4 namatti fudhata, yeroof nama dhiphisuu danda'a hojii fi maatii waliin garuu ni jabaata garuu jabaatnaan keessa dabrama jedhu.
Should you consider private health insurance? - Insuraansii Fayyaa Dhuunfaa fudhachuu yaadaa qabduu? 08.05.2024 11:56
Australians have access to a quality and affordable public healthcare system. There's also the option to pay for private health insurance, allowing shorter waiting times and more choices when visiting hospitals and specialists. - Lammiileen Australia sirna eegumsa fayyaa hawaasaa qulqullina qabuu fi gatii madaalawaa argatu. Filmaatni biraas Insuraansii Fayyaa Dhuunfaa fudhachuun yeroo tajaajila ma...
ob Alamaayyoo Qubee - Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne hiriira qopheessee jira jedhu 01.05.2024 4:51
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne du'a obbo Baatee Urgeessaa irratti qorannoon bal'aan akka gaggeeffamu gaafachuuf hiriira qopheessee jira.
Understanding the profound connections First Nations have with the land - Walitti dhufeenya gadi fagoo Saboonni Duraa lafa waliin qaban hubachuu 01.05.2024 12:45
The land holds a profound spiritual significance for Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, intricately intertwined with their identity, belonging, and way of life. - Lafti kun ummatoota Aborigina fi Torres Strait Islander ta’aniif hiika hafuuraa gadi fagoo kan qabu yoo ta’u, eenyummaa isaanii, kan ofii isaanii fi akkaataa jireenya isaanii wajjin haala wal-hidhataa ta’een kan walqabate dha...
Dubree Wabii Bechere fi Dubree Hawweeraa Ummataa barmootni humna jedhu 24.04.2024 24:35
“Barnoota sadarkaa ol-aanaatti barachuun fedha akkasumas naannoo ofii ilaaluu gaafata. Namootni naannoo kee jiran yoo baratanii sadarkaa hojii gara garaa irra jiru tahe kun barmoota akka barattu si jajjabeessa. Barnoota barachuun miindaa gaarii argachuu qofaaf utuu hin taane beekumsa horachuun deebiftee ati illee sadarkaa hawaasni kee si barbaadutti tajaajiluu dandeessa. “ Wabii Bechere fi Hawweer...
Understanding Australia’s precious water resources and unique climate - Qabeenya bishaanii gati-jabaa fi haala qilleensaa addaa Australia hubachuu 24.04.2024 13:08
Australia is the driest of all inhabited continents with considerable variation in rainfall, temperature and weather patterns across its different climate zones. Here's why this vast land boasts one of the planet's most unique climates. - Awustiraaliyaan ardiilee jiraattota hunda keessaa gogiin kan beekamtu yoo taatu, qilleensaa adda addaa naannoo ishee keessattis waggaa waggaadhaan rooba, ho’aa f...
#58 How to say 'no' at work (Adv) - #58 Bakka hojiitti hojii humnaa olii akkamiin didda Adv) 03.04.2024 16:02
Learn how to professionally and politely decline additional workload. - Bakka hojiitti hojii dabalaa ykn humnaa olii yoo sitti kenname, haala kabajaa fi amala gaariin akkamitti hojii ulfaataa kana akka diddu baratta, dhaggeeffadhu.
Understanding bankruptcy and its consequences in Australia - Kasaaraa labsachuun maal: Eenyuutu ulaagaa guuta, dhiibbaa inni qabu hoo 03.04.2024 11:11
Bankruptcy can be complicated for many people, as it can bring about feelings of financial shame and stigma. However, it may be the only way to alleviate financial distress in some cases. If you struggle to manage your debts, filing for bankruptcy could be an option. - Kasaaraa labsachuun namoota hedduudhaaf haala wal xaxaa dha, qaanii deegaa fi maqa balleessii uuma. Haa tahu malee, gami tokkoon k...
Guyyaa Oromtittii ykn Siiqqee yaada ummataa 27.03.2024 15:05
Ji’i Bitootessaa Ji’a addaa ti. Ji’I Bitootessaa ji’a seena qabeessa. Guyyaan siiqqee ykn guyyaan Oromtittii addatti ji’a itti kabajamuu jalqabe dha
How to prepare a job application: Tips for success - Iyyannoo hojii galfachuuf of qopheessuu 27.03.2024 11:45
When coming across an advertisement for a job that interests you, understanding the subsequent steps is crucial. Preparing the requisite documentation and comprehending the recruiter's expectations will enhance your likelihood of securing that position. - Hojii barbaaddu tokkoof beeksisa ilaalchisee wanneen murteessoo tahan hubachuu qabdutu jiran. Iyyata hojii barreeffachuun waan sodaachisaa tokko...
The importance of understanding cultural diversity among Indigenous peoples - Barbaachisummaa addaa-addummaa Ummatoota warra Abbaa Dachee hubachuu 20.03.2024 11:45
Understanding the diversity within the First Nations of Australia is crucial when engaging with Aboriginal and Torres Strait Islander peoples and building meaningful relationships. - Yeroo ummattoota Aborijinaa fi Torres Strait Islander waliin hojjetan, adda -addummaa Saboota Duraa Australia beekuun, hubachuun baayyee barbaachisaa dha.
#57 Talking about ageing (Med) - #57 Talking about ageing (Med) 13.03.2024 16:00
Learn fun phrases you can use to describe the process of growing older. - Learn fun phrases you can use to describe the process of growing older.
Ramadaan Milkii - Sheek Abdulrahiman M ali 13.03.2024 9:06
Ramadaana Milkii , hawaasa Oromoo amantii Musliimaa hordofaniif dhaamu- Sheek Abdulrahiman Mohammed Ali.
Are you eligible for the Higher Education Loan Program? - Banoota ol-aanoof Liqii argachuuf gahaa ni taataa? 13.03.2024 10:30
Around three million Australians have a government loan through HELP, the Higher Education Loan Program. You too may be eligible to defer your tertiary tuition fees until you secure a job. - Awustraliyaanota gara miliyoona saditu liqii mootummaa karaa sagantaa liqii barnoota olaanoo HELP scheme jedhumu argata. Atis yoo barnoota yunivarsitii galmaa’aa jirta ta’e, ulaagaa kaffaltii barnootaa garasit...
#54 How to talk about predictions (Med) - 54 Akkaataa waa'ee mul'ataa itti haasofnu (giddu-gala) afaanii 02.03.2024 15:15
Learn how to speculate and make predictions about the future. - Akkaataa itti waa''ee egeree fi mul'ata fuula duraa tilmaamaaman barachuu.
#56 Organising a party (Med) - #56 Organising a party (Med) 02.03.2024 13:44
Learn how to talk about having a party. - Party qopheessuun maal of keessaa qaba? Dhaggeeffachuun waan baayyee irraa barattu.
What is the cultural significance of First Nations weaving? - Hodhaa hodhuun aadaa Saboota Duraatti hidhata maal qaba? 28.02.2024 12:15
Weaving is one of the most complex and sophisticated examples of First Nations technology and culture. It produces objects of beauty, and the process itself has deep cultural significance. Weaving is a way to share knowledge, connect to people and country, invite mindfulness, and much more. - Fakkeenyi walxaxaa fi ulfaataa tekinooloojii fi aadaa Saboota duraa(first nation) karaa hodhaa adda addaa...
Dubartoota Oromoof guyyaa kabajamaa addaa haa qabaannu- Obbo Alamaayyoo Qubee 21.02.2024 8:14
Dubartoota Oromoof guyyaa kabajamaa addaa haa qabaannu- Obbo Alamaayyoo Qubee Bitootessa 3,2024 sa'a 11 irraa qophiin eegala.
Ijoolleen Qubee Afaan Oromoo marsaa duraa xumuran Warqaa ragaa fudhatan 21.02.2024 7:08
Hawaasni Oromoo Melbourne Qophii walitti dhufeenyaa godhatee ture irratti Guraadhala 10 bara 2024, ijoollee Oromoo Qubee Afaan Oromoo Marsaa duraa xumurataniif Waraqaa ragaa kenne.
How to resolve disputes with your neighbours in Australia - Australia keessatti waldhabbii ollaa waliinii akkamiin furtu 07.02.2024 10:41
Home is supposed to be the place where we feel most comfortable. But our comfort zone can be shattered when we don’t get along with our neighbours. Here's how you can resolve a neighbourhood dispute without going to court. - Manni bakka baayyee gammachuun keessa jiraatamu dha. Garuu yoo olla waliin walii galteen hin jiraatne gammachuun kun tasa baduu danda’a. yeroo tokko tokko gochii fi amalli oll...
How to start your small business in Australia - Daldala xiqqaa Djhuunfaa kee Australia keessatti akkamiin jalqabda 31.01.2024 12:46
Starting a business in Australia has several advantages. These include support for innovation, entrepreneurship, and small business growth through infrastructure, a skilled workforce, government initiatives, grants, funding, and tax incentives. - Australia keessatti daldala qabaachuun bu'aa hedduu qaba. Kunis karaa deggersa ammayyoomaa, karaa abbootii qabeenyaa bu'uuraalee misooma jajjaboo qaban,...
Hawaasa Oromoo Melbourne - obbo Alamaayyoo Qubee maa jedhu? 24.01.2024 7:43
Hawaasni Oromoo walumaa galatti wal bira dhaabbachuu fi birmatnaa gara garaa irratti dammaqinaan hirmaachuutti beekama jedhu obbo Alamaayyoo Qubee.
ijollee kutaa torbaaf cehumsi maal fakkaata - Rawwii Sisay 24.01.2024 10:58
"Barattootni sadarkaa tokkoffaa(elementry) irraa gara sadarkaa lammaffaa(high school) gaafa gahan wanti hunduu ni jijjiirama. Waanti hunduu haarawa itti taha. Sadarkaa tokkoffaatti ijoollee tapha irra caalu, garuu sadarkaa lammaffaa gaafa seenaan barnoota isaaniitti cimuu qabu" jedhti Raawwiin yeroo dubbifne.
How to find a job in Australia? - Australia keessatti akkamiin hojii argatta? 24.01.2024 12:23
In Australia, most job opportunities aren't openly advertised, so to find work, we must understand the Australian labour market and create our own opportunities. Tapping into the hidden job market and learning about migrant employment services can help break down the barriers to employment. - Australia keessatti carraan hojii irra caalaan isaa ifatti hin beeksifamu. Akkaataa hojii ittti argatan bu...
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.