SBS

SBS Afaan Oromoo

News OM ↓ 248 episodes

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

Author

SBS

Category

News

Podcast website

www.sbs.com.au

Latest episode

Jul 8, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

MiniPod: We light a new light | Pronunciation practice with Janice - Barmoota jecha We light a new light jedhu kanaan Janice waliin loqoda shaakaltu 27.08.2024

In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /l/ and /n/. - Barmoota daqiiqaa shanii kana keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi duukaa bu'uun loqoda akkaataa itti waa yaamtan barattu. barmootni kun akkaataa /l/ and /n/ fayyadamtan barattu.

#63 Taking a dog to the park (Med) - #63 Taking a dog to the park (Med) 21.08.2024

 Learn how to talk about your dog at a dog park. - Sareen keessan qilleensa gaarii akkuma keessan barbaaddi. Waliin hiriyaa waliin yeroo waa’ee saree keessan fudhattanii deemuu haasoftan afaan Inglishii keessan fooyyeffattu, kan caqastan irraa.

Vaping: prevalence, risks, and helping your teenager quit - Hammeenya vaping fayyaa irratti fiduu fi akkamiin ijoolleen keessan xuuxuu akka dhaaban gargaartu 21.08.2024

Major regulatory changes in 2024 have brought about restricted access to vaping products in Australia. The crackdown on what is dubbed a “major public health issue” could lead to an increased number of teens seeking support to overcome the nicotine addiction, experts think. Learn about the health risks and ways to help young people in their quitting journey. - Jijjiiramni danbii gurguddaan bara 20...

#68 Discussing the news (Med) - #68 oduu dhaggeeffattan keessatti seenotni dhageessan miira akkam isinii kennu (Med) 14.08.2024

Learn how to talk about news that makes us feel scared or hopeful. - Oduu dhaggeeffatnu keessatti wanneen abdii nuu kennanii fi nu rifaasisan yeroo dhaggeeffatnu maltu nutti dhagahama. Dhaggeeffachuun afaan irraa baradhaa.

Good reasons to observe the pedestrian road rules - Seera Karaa namoota miilaan deemanii- seera karaa qaxxaamuruu 14.08.2024

Every day, pedestrians across Australia break the law without knowing it. This can result penalties and occasionally accidents. Stay safe and avoid an unexpected fine by familiarising yourself with some of Australia’s common pedestrian laws. - Guyyaa guyyaan guutummaa Australia keessatti namoonni miilaan deeman osoo hin beekin seera cabsu. Kunis adabbii fi darbee darbee balaa fiduu danda’a. Seera...

#67 Complaining about kids (Med) - #67 Komee ijoollee aakkamiin ibsattu (Med) 31.07.2024

Learn how to talk about your kids when they are a bit challenging. - Ijoolleen isin rakkisuu, waa'ee isaanii akkaataa itti ibsitan baradhaa, afaanis fooyyeffattu.

Why are Indigenous protocols important for all Australians? - Protokooliin Abbootii Dachee Lammiilee Australia hundaaf maaliif barbaachisa? 31.07.2024

Observing the cultural protocols of Aboriginal and Torres Strait Islander peoples is an important step towards understanding and respecting the First Australians and the land we all live on. - Pirootokoolii aadaa ummatoota Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander eeguun tarkaanfii barbaachisaa Australiyaanota Jalqabaa fi lafa hundi keenya irra jiraannuu kana hubachuu fi kabajuu dha.

#65 Talking about the Olympics (Med) - #65 Waa'ee Spoortii Olomikaa dubbanna Afaanis irraa baranna (Med) 24.07.2024

Learn how to talk about the success of athletes during a big sporting event like the Olympic Games. - Yeroo akka spoortii gurguddaa akka Olompikaa kana akkaataa waa'ee taphattoota jajjaboo dubbachuu baradhaa.

What is road rage and how to deal with it? - Hoorisa daandii irraatti isin mudatu maal goodhtu? 24.07.2024

Aggressive driving is a continuum of bad driving behaviours which increase crash risk and can escalate to road rage. People who engage in road rage may be liable for traffic offences in Australia, have their car insurance impacted and most importantly put their lives and those of others at risk. Learn about the expectations around safe, responsible driving and what to do when you or a loved one ar...

#66 What to ask when looking to rent (Med) - #66 Gaaffilee yeroo mana kireeffachuu deemtan gaafattan (giddu-galeessa) 17.07.2024

Learn how to ask questions when looking for a home to rent. - Mana kireeffachuu barbaaddan gaafa ilaaluu deemtan maalfaa gaafachuu qabdu? Yoo dhaggeeffattan afaan irraa barattu akkasumas gaaffilee silaa yeroo mana barbaaddattan gaafatuu qabdan ni barattu.

How to lodge your tax return in Australia - Australia keessatti taaksii kee hojjechiisuu 17.07.2024

In Australia, 30 June marks the end of the financial year and the start of tax time. Knowing your obligations and rebates you qualify for, helps avoid financial penalties and mistakes. Learn what to do if you received family support payments, worked from home, are lodging a tax return for the first time, or need free independent advice. - Australia keessatti, Waxabajjii (June) 30 xumura bara herre...

How to recycle electronic items and batteries in Australia - Australia keessatti meeshaalee elektrooniksii fi baatriiwwan akka itti deebisanii ofi irraa ergan 03.07.2024

Many common household items such as mobile phones, TVs, computers, chargers, and other electronic devices, including their batteries, contain valuable materials that can be repurposed for new products. Electronic items we no longer use, or need are considered e-waste. Across Australia, there are government-backed programs available that facilitate the safe disposal and recycling of e-waste at no c...

Obbo Mulee waliin dhimma fayyadama baankii ilaalchisee Kutaa 2fa 03.07.2024

Haala liqaa baankii qabaachuu irraa dhibee adda addaatti akka hin saaxilamne wanti nanmu eeggachuu qabu baayyeetu jiru, jedha obbo Muleen.

Baankii- Waanti hawaasni beekuu qabu maal? 26.06.2024

Namni tokko baankii isaa waliin waan wal dubbatee ture irratti waan dabalaa yoo barbaade , ykn dhaamsa karaa hattoota interneetaa itti ergamu ilaalchisee isa mudate baankii isaa itti dhihaatee dubbisuun furmaata argachuu danad’a jechuun nuu hime, obbo Mulee Tizaazuu.

Exploring the rewards and opportunities of teaching in Australia  - Bu’aa fi carraa barsiisummaa Australia keessaa qorachuu 26.06.2024

Teaching in Australia offers stable career and professional growth opportunities, making it an attractive field for aspiring educators and career changers. - Australia keessatti barsiisuun carraa guddina hojii fi ogummaa tasgabbaa’aa kan kennu yoo ta’u, barsiisota hawwii qabanii fi jijjiirraa hojii jaallataniif hawwataa dha.

#64 Sharing family culture through food (Med) - #64 Nyaata waliin qooddachuun aadaa maatii ofii baruu (Med) 19.06.2024

Sharing and describing food that is special to your family and culture. - Nyaata waliin soorrachuu fi nyaata baayyee isiniif adda tahe , ykn aadaa keessan tahe maatii keessatti waliin haasa'uu. Sababa odeeffatnoo kana caqastaniin akkaataa afaan Inglishii itti dubbatan, hubatanii fi Australia keessatti hariiroo nama waliin uummattan irraa barattu.

Indigenous art: Connection to Country and a window to the past - Aartii Abbootii Dachee: Walitti hidhatiinsa Biyyaa fi ulaa haala dabreen wal agarsiisu 19.06.2024

Embracing their oral traditions, Aboriginal and Torres Strait Islander peoples have used art as a medium to pass down their cultural stories, spiritual beliefs, and essential knowledge of the land. - Duudhaa afaaniin dubbataman qabachuudhaan, ummatoonni Aboorijiinaa fi Torres Strait Islander, aartii akka giddu galaatti fayyadamuun seenaa aadaa isaanii, amantaa hafuuraa fi barbaachisummaa beekumsa...

Baby blues or postnatal depression? How to help yourself and your partner - Jijjiirama miiraa moo Daafirummaa dahumsa boodaa? Akkamiin abbaa ykn haadha warraa ofii gargaaru? 12.06.2024

Are you an expectant or new parent? You or your partner may experience the so-called ‘baby blues’ when your baby is born. But unpleasant symptoms are mild and temporary. Postnatal depression is different and can affect both parents. Knowing the difference and how to access support for yourself or your partner is crucial for your family’s wellbeing. - Mucaa godhachuuf jedhtuu moo maatii reef haaraa...

Barmootni kaayyoo galma gahu qabaachuu dha jedhti Milkaa Alamuu 12.06.2024

Qophii aaf-gaaffii SBS Afaan Oromoo irraa dabru kana keessatti, barnootni University anaaf filatnoo hin turre, akkan hojjechuu qabu nan beekan ture jedhti Milkaan Alamuu Xilahun. Ani biyya irraa wagga afurittan dhufe, xiqqummaa irraa qabeen barnoota sadarkaa gara garaa keessa dabre. Cehumsa cimaa tahuu danda’a garuu dafee baratama. Australiyaan biyya qabiyyeen barumsaaf gargaaran baayyeen jiran dh...

MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Kookaburra song | Pronunciation practice with Janice 03.06.2024

In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /k/ and /g/. - Barmoota kana keessatti daqiiqaa shan kan hin caalleen Janice Petersen dhaggeeffachuu fi hordofuun loqoda afaan inglishii keessan fooyyeffattu. kaayyoon barmoota kanaa akkaataa itti /k/ and /g/ itti yaaman barattu.

MiniPod: If a dog chews shoes | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: Yoo Sareen kophee nyaatte | Shaakala Loqodaa waliin 03.06.2024

In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh). - Daqiiqaa shan kana keessatti Janice Petersen dhaggeeffachuudhaan loqoda afaanii keessan baayyee fooyyeffattu. Kanneen akka /tʃ / and /ʃ/ (ch and sh) akkasii akkamitti yaamamu kan jedhu barachuuf isin gargaara. Australia...

Ga'eesummaatti barmoota barachuuf murteeffattee ka'uu barbaachisa- obbo Aliyee Galatoo 29.05.2024

Obbo Aliyee Galatoo, barnootni akka dirqamaa tokkotti kan ofitti fudhatani dha jedhu. Jireenyi kamuu bu'aa bahii qaba garuu waan tokko akkasan godha, nan danda'a jedhanii yoo ofitti himan waan hin milkoofneef hin jiru jedhu. Namnootni dura jireenya jalqaban warreen boodaan dhufan gargaaruunis karaa dha, namoota hariiroo waliin tolfattu waan daandii keen wal gitu yoo tahe ykn dandii ati itti adeemu...

What were the Australian Wars and why is history not acknowledged? - Lolli Australiyaanotaa maal ture seenichi maaliif beekamtii hin arganne? 29.05.2024

The Frontier Wars is a term often used to describe the more than 100 years of violent conflicts between colonial settlers and the Indigenous peoples that occurred during the British settlement of Australia. Even though Australia honours its involvement in wars fought overseas, it is yet to acknowledge the struggle that made it the country it is today. - Waraanni Daangaa jecha yeroo baayyee waldhab...

Gabaasaa addaa Hiriira Nagaa Hawaasa Oromoo Melbourne 22.05.2024

Hawaasni Oromoo Melbourne Caamsaa 9 bara 2024 hiriira nagaa gaggeesseen, ajjeechaan akka dhaabbatu gaafate. Hiriirri kun ajjeechaan falmitoota mirga namoomaa siyaasaa akka dhaabbatu gaafateera. Namni siyaasaa obbo Battee Urgeessaa ganama mana jireenyaa isaanii irraa fuudhamanii daandii irratti du'aani isaanii argame.

Mushroom foraging in Australia: Is it safe? - Waakkoo bu'achuun Australia keessatti : Fayyaaf fafa qabaa? 22.05.2024

In Australia, authorities strongly advise against eating mushrooms that have not been expertly identified or purchased from a supermarket or grocer, as some fungi can be toxic or deadly if consumed. In each State and Territory, rules and regulations vary, and mushroom foraging is not allowed in some areas. - Fangasiin tokko tokko yoo nyaatame summii ykn lubbuu namaa galaafachuu waan danda’uuf Aust...

Listen to the SBS Afaan Oromoo podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.