SBS
SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Besuch unbedingt die Website des Podcasts und unterstütze die Macher: www.sbs.com.au
Wo hören?
Podcasts in der App Replaio Radio Bald verfügbarPodcasts kommen bald in die App. Installiere sie jetzt und erlebe als Erster einen ganz neuen Blick auf Podcasts
Folgen
How people shape change, and why your voice matters | How Australia Works - Akkamiin seera morodu, maaliifis sagaleen kee barbaachise|Akka itti Jireenya Australia 26.10.2026 6:36
Can a small group change a local council decision? When Julie learns her community library may close, she joins other residents in a campaign to save it. Her story explores how you can take part in Australian democracy by signing petitions, attending community meetings, contacting councillors and voting. - Gareen xiqqaan murtoo gumii naannoo(council) jijjiiruu danda’aa? Julie manni kitaabaa hawaas...
Jijjiirama tajaajila Afaanota Australia irratti SBS gamaaggama haaraa taasisa- Maree 21.10.2026 6:53
Kanneen Afaan lama dubbattan fi maatiin godaantotaa hedduun sagantaa radio Afaan SBS dhaggeeffachuudhaan waan wal qabatu yaadannoo dhuunfaa ofii isaanii ni qabu. Sagantaan kun waggoota dabraniif babal’achaa fi guddachaa deemee jira. Amma yeroon tajaajila kennaa tureen jijjiirama hawaasa keessatti calaqisaa jiru, Australia ammayoofteef maal akka barbaachisu ilaalchisee Tajaajila Afaanii Gulaaluu il...
How can we stop domestic violence at the start? - Akkamiin dursanii jeequmsa mana keessaa ittisu? 21.10.2026 17:31
How can we help raise children to be respectful partners when social media has such a strong influence? Learn how to talk to young people and encourage open conversations to ensure that we end gender-based violence. - Saba himaalee dhiibbaa hamaa geessisaa jiru kana keessatti ijoolleen karaa itti maatii gaarii ijaarratani irrattti akkamiin guddisuu dandeenya? Dargaggoota waliin iftoominaan akka it...
How laws change, and why it takes time | How Australia Works - Seerri akkamitti jijjiirama, maaliifis yeroo fudhata /Akka itti Jireenya Australia 19.10.2026 6:12
How do laws change in Australia? Through Rodney Croome’s campaigns for human rights and marriage equality, learn how personal stories, community action, courts and parliament can help change the law, and why the process can take time. - Australia keessatti seerri akkamitti jijjiirama? Duula mirga namoomaa fi walqixxummaaf Rodney Croome taasiseen, seenaan dhuunfaa, akkamitti tarkaanfiin hawaasaa, m...
How laws are made, and how they affect you | How Australia Works - Seerri akkamitti tolfama, akkmittis dhiibbaa sirratti qabaata|Akka itti Jireenya Australia 12.10.2026 10:04
How are laws made in Australia? Through Wurundjeri Elder Uncle Dave Wandin’s story of the Birrarung, also known as the Yarra River, learn how an idea becomes a bill, passes through Victoria’s parliament and receives royal assent, the formal approval that makes it law. - Australia keessatti seerotni akkamtti tolfamu? Karaa seenaa maanguddoo Wurundjeri Uncle Dave Wandin’s nama Birrarung, akkasumas Y...
Why power is split, and how that protects you | How Australia Works - Aangoon maaliif adda baafama, sunis akkamitti si eega | Akka itti jireenya Australia- 05.10.2026 6:12
After receiving a fine for not wearing his motorbike helmet correctly, Hugo decides to have the matter heard in court. His story explains how Parliament, government and the courts have different roles, and how some official decisions can be questioned. - Namni Hugo jedhamu motora yeroo oofu gonfoo eeggannoo mataatti kaayyachuu dhabuu isaatiin addabbii maallaqaa erga isa argateen booda dhimmichi ma...
Abbaa Malkaa Daanyee Dafarshaa fi Aadde Boontuu Becheree- Irreecha 2026 30.09.2026 9:34
Irreechi bara 2026 Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre hirmaattota hedduun kabajamee oole. Abbaan Malkaa Daanyee Dafarshaa, haala miidhagaa fi kan duraa irra toleen kabajame jedhu. Aadde Boontuu Becheres Irreechi humna fi eenyummaa keenya jechuu nuu himte. guutummaa qophii kanaa akka caqastan isin afeerra.
#118 Losing a job (Med) - #118 Hojii irraa hari'amuu(Med) SBS Learn English 30.09.2026 12:47
Learn English for talking about losing your job. Practise ways to explain workplace changes and sympathetic responses to someone who has had bad news. - Waa'ee hojii irraa hari'amuu dubbachuu jechoota afaan Inglishii barattu. Waa'ee jijjiirama bakka hojii akkasumas nama hojii keessaa bahe tokko bifa namaa gadduutiin jajjabeessuuf jechoota akkama akka fayyadamtan baradhaa. Keep practising the phras...
Who really runs Australia, and where you fit in | How Australia Works - Dhuguma Australia eenyutu gaggeessa/Akkaataa itti jireenya Australia 28.09.2026 8:46
Do you know who can help you with a business permit, a rental problem or family support? Through the stories of Fedele, Carol and Abeer, learn how Australia’s three levels of government work. Find out what local, state or territory, and federal governments are responsible for and where to turn for help. - Hayyama daldalaa, rakkoo kiraa manaa ykn deeggarsa maatii eenyu akka si gargaaruu danda’u bee...
You are already inside the system | How Australia Works - Durumaan sirnicha keessa jirtu/Akka itti jireenya Australia 28.09.2026 4:05
How do Australia’s governments, laws and public services affect your everyday life? Through real stories, this introduction to the series shows you where to start when you need information and support, and how to question a decision. - Akkamitii Mootummoonni, seerrii fi tajaajilli mootummaa Australia jireenya kee guyya guyyaan wal hidhata? Karaa seenaa dhugaa, seensa mata duree wal duraa duubaan d...
Bonus Practice: #117 Borrowing books at the library (Med) - Shaakala dabalataa: #117 Kitaaba ergifachuu (Med)- SBS Learn English 23.09.2026 4:22
Practise speaking the dialogue from episode #117 Borrowing books at the library (Med). - Qophii #117 kana irraa waliin dubbatnaa shaakalaa. Mana kitaabaatii kitaaba ergifachuu yeroo deemtan afaan fayyadamtan irraa barattu. Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
What are Indigenous Protected Areas in Australia? - Australia keessatti “Indigenous Protected Areas” jechuun maal?- Australia Explained 23.09.2026 9:34
National parks, nature reserves, marine sanctuaries and Indigenous Protected Areas protect different environments and operate under different rules. What makes an Indigenous Protected Area different, and how can you find out whether you are welcome to visit? - Oolmaan ummataa ykn Paarkiin biyyaalessaa, kuusawwan uumamaa, bakkewwan galaanaa fi bakkoota Eegamoo Abbootii Dachee(Indigenous Protected A...
#117 Borrowing books at the library (Med) - #117 Mana kitaabaa irraa kitaaba ergifachuu(Med)- Learn English 16.09.2026 15:53
Learn English useful for visiting a library. Practise everyday phrases for returning borrowed items, asking about late fees and due dates, renewing items, reserving titles, and using the library catalogue. - Mana kitaabaa deemtee kitaaba ergifachuuf , jechoota afaan Inglishii fayyadoo tahan baradhu. Kitaaba ergifachuu fi deebisuuf, yoo of harka tursite hagama akka si kafalchiisaan, guyyaa itti dee...
Travelling safely in rural and remote Australia - Baadiyaa fi lafa fagoo Australia keessa nageenyaan imaluu - Australia Explained 16.09.2026 13:14
Australia is a vast and diverse country to explore, but driving in rural and remote areas can involve conditions you may not encounter in cities. Knowing what to expect and how to prepare can help you travel more safely and confidently. - Biyya Australia guddoo fi aada daneettii biyyaa isin ilaaluu qabdani dha garuu gara baadiyaa fi naannawa fagoo yeroo ooftan haallan magaalaa keessatti hin agarre...
Artist Ilfinesh Qannoo mallattoo Tokkummaa turte- obo Baarentoo Gadaa - Farewell 10.09.2026 8:38
Keessummaan qophii keenya har'aa obbo Baarentoo Gadaa ti. aaf-gaafii waliin taasifne caqasuun qophii keenya torban torbaniin dabrus faana bu'uu hin dagatinaa. Artistii fi Falmattuun mirga namoomaa aadde Ilfinesh Qannoo addunyaa kana irraa du'aan boqotte. Artis Ilfinesh, nama ijoollee dubaraa lama qabdu fi haala tasgabbaa'insa biyya keessaa dhabamuu irraa kan ka'e yeroo dheeraaf biyya Norway jiraac...
How can my child learn about Indigenous Australia? - Ijoolleen koo waa'ee Abbootii Dachee Australia akkamiin barachuu danda'u - AE 10.09.2026 6:44
Supporting your child’s connection with the world’s oldest continuing living culture is one of the greatest gifts you can offer them while raising them in Australia. But if you’re new to the country, you may be unsure where to begin. Here are some starting points and ideas to help you and your child learn about Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, cultures and history. - Walitti dhufeeny...
Bonus Practice: #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala Dabalaa: #116 Tajaajila ogeessa beeyladaa 02.09.2026 15:31
Practise speaking the dialogue from episode #116 Visiting a vet (Med) - Shaakala dabalaa #116 kana irraa jechoota waliin dubbatnaa keessatti dhageessan hedduu barattu. Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English.
Birth and pregnancy care options in Australia - Da'umsaa fi ulfa ilaalchisee filannowwan Australia keessa jiran- Australia Explained 02.09.2026 11:53
If you're first-time parents in Australia, choosing where and how to give birth can feel overwhelming. Whether you go through the public or private health system, it is important to understand your options and know where to reach out for advice to make the right decision for you and your baby. - Australia keessatti reef jalqabaaf daa'ima godhachuuf tahe, eessatti akka deessuu fi akkamtitti akka de...
#116 Visiting a vet (Med) - #116 Tajaajila ogeessa beeyladdaa- Learn English 26.08.2026 15:31
Learn English useful for talking about your sick pet. Practise everyday phrases for explaining when an animal is not eating, drinking, or acting normally. - Beeylada manaa keessan tajaajilchiisuuf yeroo deemtanitti afaan dubbannaa keessan fooyyeffachuuf jechoota haaraa baradhaa. Keessattuu yeroo beeyladni keessan waa nyaachuu ykn dhuguu didan, ykn amala addaa agarsiisan jechoota itti fayyadamtanii...
Can you pick fruit from someone's garden? - Ooyiruu namaa keessaa fuduraa fi kuduraa cirachuu dandeessuu? - Australia Explained 26.08.2026 10:44
Walking through an Australian suburb, you might spot everything from curry leaves and lemons to tomatoes and herbs growing in front gardens or on verges. But is it legal to pick it? This guide explains when it's legal to pick produce, why permission matters, and how community gardens offer another way to grow your own food. - Naannawa Australia keessa yeroo deemtan tarii biqiltoowwan kanneen akka...
Bonus Practice: #115 Working on the side (Med) - Shaakala Dabalaa: #115 Hojii sutataa(dabalaa) hojjechuu (Med) 19.08.2026 4:00
Practise speaking the dialogue from episode #115 Working on the side. - Qophii #115 kana caqasuun jechoota haaraa barattu. Waliin dubbannaa hojii sutataa(dabala hojii) kan dhaabbataa irratti qaban biratti hojjetan ilaalchisee namootni haasawan caqasuun jechoota hedduu barachuu dandeessan. Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English. - Find the full episode, l...
What are the rules for taking photos in Australia? - Australia keessatti suuraa kaafachuuf seera akkamtu jira? - Australia Explained 19.08.2026 10:09
Whether you’re new to taking photographs, a social media content creator or a professional photographer, it’s important to be aware of where you can and can’t take photographs. Here’s what to consider before you take that perfect photograph, legally. - Suuraa kaasuuf haaraa yoo taate, qabiyyee miidiyaa hawaasaa uumuu ykn ogeessa suuraa kaasu yoo taate, bakka suuraa kaasuu dandeessu fi hin dandeeny...
What are my rights if stopped by police in Australia? - Australia keessatti yoo poolisiin na dhaabe mirgootni koo maalfaa dha? - AE 12.08.2026 12:10
Police officers have a range of operational powers they can exercise under legislation, including to ask questions, give ‘move on’ directions and conduct searches. Here’s what you need to know about your basic rights and obligations in a police interaction. - Poolisootni aangoo hojii seera jalatti fayyadamuu danda'an adda addaa qabu, kanneen akka gaaffii nama gaafachuu, kallattii ykn qajeelfama ak...
#115 Working on the side (Med) - #115 hojii sutataa(dabalaa) (Med) 12.08.2026 13:06
Learn English useful for talking about side hustles and earning extra income. Practise everyday phrases for describing additional work, managing responsibilities, and talking about money. - Namootni baayyeen hojii dhaabbataa isaanii biratti hojii sutataa ykn dabalaa cinatti ni hojjetu. waa'ee hojii dabalataa kanaan galii argachuu ilaalchisee waliin dubbatamu kana irraa afaan Inglishii keessan fooy...
Ob Abdallaa Sheekaa fi ob Bantii Ol'iiqaa lakkoofsa ummataa - Census ilaalchisee 05.08.2026 12:07
Obbo Bantii Ol'iiqaa fi obbo Abdallaa Sheekaa, lakkoofsa ummataa ykn Census Australia torban dhufu gaggeeffamuuf deemu, hawaasni keenya sirriitti hubatee guutuu qaba jedhu. Guyyaan Kibxata(Tuesday) Hagayya ((August) 11,2026 galgala yeroo tahu, namootni waraqaa argatanis dursanii guutuu danda'u jedhu. Aadaa fi afaan ofii sirriitti dhugummaan guutuun tajaajila barbaachisu hawaasichi argachuu irratt...
Replaio ist kein Herausgeber von Podcasts; die Namen der Sendungen, Cover und Audioinhalte gehören ihren Autoren und werden über öffentliche RSS-Feeds verbreitet