SBS

SBS Afaan Oromoo

News OM ↓ 248 episodes

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

Author

SBS

Category

News

Podcast website

www.sbs.com.au

Latest episode

Jul 8, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

Argentina fi Switzerland tapha xumuraatti dabraniiru- FIFA WC 2026 08.07.2026

Argentina Masrii waliin taphachuun deebitee erga qabxii ajaai’bsiisaa galmeessiteen booda, Switzerland ammo tapha adabbii ajaa’ibaatiin Colombia injifachuun booda amma taphattootni lameenuun geeba FIFA addunyaa xumuraaf harki tokko hafe hirmaachuuf dabraniiru.

Bonus Practice: #113 Talking about winter comfort food (Med) - Dabala shaakalaa: #113 Waa'ee nyaata yeroo qorraa dubbachuu - Learn English 08.07.2026

Practise speaking the dialogue from episode #113 Talking about winter comfort food. - Qophii dabala shaakalaa #113 waa'ee nyaata yeroo qorraa dubbachuu irraa jechoota haaraa shaakalaa. Waliin dubbatnaa kana caqasuu fi duukaa shaakaluun afaan fooyyessachuuf isin gargaara. Find the full episode, learning notes and more free resources at SBS Learn English . - Find the full episode, learning notes and...

How to get into inclusive football in Australia - Akkaataa kubbaa miilaa Australia hunda hammatetti hirmaattan- Australia Explained 08.07.2026

It’s no exaggeration when we hear that the FIFA World Cup is bringing the world together. After all, football is known as the world’s most popular sport. But football really begins on the suburban ovals and in the local clubs, with everyday players of all ages and abilities. Here’s how you can become one of them. - Geebni Addunyaa FIFA addunyaa walitti fidaa jira jechuu yeroo dhageenyu dhaadessa m...

Geeba Addunyaa - FIFA 2026 guyyaa 20ffaa- Mexico ni mo'atte 01.07.2026

Tapha har'aa Mexicoon 2-1n Ecuador mo'atte. Keessummeesituu Mexicoon gara marsaa 16ffaatti kan darbite yoo ta'u, taphataa sarara fuulduraa Strikers Erling Haaland fi Kylian Mbappe tokkoon tokkoon isaanii goolii lama galchuun Norway fi Fransaayi akka dabran taasiseera,

#113 Talking about winter comfort food (Med) - #113 Waaée nyaata yeroo qorraa nyaatamuu irraa dubbachuu- Learn English 01.07.2026

Learn English useful for talking about cosy meals and winter comfort food. Practise everyday phrases for describing cravings, warm meals, and food that makes you feel comfortable in cold weather. - Waaée nyaata yeroo qorraa keessa nyaatamuu fi nyaata mijataa irraa dubbachuun jechoota afaan Inglishii barbaachisoo barattu. Guyya guyyaan, waa''ee nyaata gaarii, nyaata hoáa, nyaata nama hawwatu fi nya...

The Torres Strait Islander Flag: Land, Sea and People - Torres Strait Islander: Alaabaa, Dachee, Glaanaa fi Ummata - Australia Explained 01.07.2026

In Australia, you might see three flags flying together: the Australian National Flag, the Aboriginal Flag and the Torres Strait Islander Flag. Aboriginal peoples and Torres Strait Islander peoples are the two distinct Indigenous peoples of Australia, each with their own histories, cultures, languages and flag. For many Torres Strait Islander people, the flag is a powerful symbol of identity and b...

How do charities and individual fundraisers work in Australia? - Dhaabbileen tola-ooltummaafi namni dhuunfaa maallaqa walitti qaban Australia keessatti akkamiini hojjetu? 24.06.2026

What are the rules around raising money and charities? How can you ensure you don't get scammed? Here is what you need to know if you're donating, raising money yourself or launching an online crowdfunding appeal. - Seerri naannoo maallaqa walitti qabuu fi dhaabbilee tola ooltummaa maali? Akkamitti akka hin gowwoomfamne mirkaneessuu dandeessa? Yoo ni arjoomta tahe, ofii keetii maallaqa walitti qab...

Tapha Geeba addunyaa guyyaa 13ffaa 24.06.2026

Ronaaldoon taphataa jalqabaa waancaa addnyaa jaha irratti goolii galche taheera.

Austria 3 fi 1 Jordan mo'atte Soccaruun yeroo dhiootti 17.06.2026

Tapha kubbaa addunyaa: har’a guyyaa 6fa dha. Messi, Mbappe fi Haaland urjii tapha har’aa turan.

Bonus Practice: #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - Shaakala Dabalaa: #112 Ijoollee hojiin qabuu| Boqonnaa mana barumsaa dandamachuu- Learn English 17.06.2026

Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - Qophii Shaakala Dabalataa kana hordofuun jechoota waliin dubbatnaa gara garaa shaakaltu. #112 ijoollee hojiin qabu/boqonnaa mana barumsaa dandamachuu kan jedhu kun yeroo manni barumsaa cufamu maatiin ijoollee akka itti qaban irratti hojjechuu qaban. Qophii kana yeroo caqastanitti...

Are electric vehicles worth it in Australia?| Fuel in Focus - Australia keessatti konkolaataan elekttrikii gatii qabaa? Xiyyeeffatnoo bobaáa irrattii – Australia Explained 17.06.2026

Electric vehicles are becoming more common on Australian roads as fuel prices remain unstable and more drivers look for cheaper ways to travel. Here's what you need to know if you are thinking about making the switch. - Gatiin boba’aa tasgabbaa’aa waan hin taaneef konkolaattonni elektriikii daandii Australiaa irratti baay’inaan mul’achaa jiru, konkolaachiftoonni baay’yyeen karaa imala gatii salpha...

#112 Keeping kids busy | Surviving school holidays (Med) - #112 Ijoolleen hojiin qabuu| Boqonnaamana barmootaatti ihoollee hujeessuu- Learn English 11.06.2026

Learn English phrases for keeping kids busy during the school holidays. Practise everyday English for talking about children’s behaviour, boredom, and common challenges at home. - Yeroo boqonnaa mana barmootaatti ijoollee hojiin qabuudhaan jechoota dhimma kana ilaallatan baruun afaan inglishii keessan fooyyeffattu. Waa'ee amala ijoollee, boqnnaa irra yeroo jiran nuuffii mana ooluu isaan agarsiisan...

The Aboriginal flag: History, meaning and recognition - Alaabaa Aboriginal: Seenaa, hiikkaa fi beekamtii- Australia Explained 11.06.2026

At school, work, council offices or sporting events, you might see a red, black and yellow flag flying beside the Australian national flag. This is the Aboriginal flag, representing the Aboriginal people of Australia and their connection to land, community and stories. - Mana barmootaa, bakka hojii, waajjira gumii naannoo ykn bakka sportiitti alaabaan diimaa, gurraachaa fi keelloo alaabaa Australi...

Bonus Practice: #111 Water problems at home? Talking to a plumber (Med) - Dabala Barmootaa: #111 Rakkoon bishaanii dhimiisuu jiraa? Suphisiisuu irraa dubbachuu- LE 03.06.2026

Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #111 Water problems at home? Talking to a plumber. - Jechoota barmoota dabalaa kana irraa shaakaluun akkaataa yoo bishaan mana keessaa, bombaan cabee dhimmise suphitootatti dubbattan barattu. #111 Rakkoon bishaan dhimmisuu ni jiraa? Suphitootatti dubbachuu gorsa jedhu caqasuu irraa afaan fooyyeffattu.

A guide to fuel types in Australia | Fuel in Focus - Qajeelcha gosa boba'aa Australia keessaa | ilaalcha boba'aa irratti- Australia Explained 03.06.2026

Drivers across Australia are paying more at the bowser as fuel prices remain unstable. So does it make sense to go for cheaper petrol options when filling up? The answer depends largely on your engine requirements, as not every fuel works for every vehicle. - Gatiin boba’aa tasgabbaa’aa waan hin taaneef konkolaachiftoonni guutuu Australia kaffaltii dabalataa kaffalaa jiru. Kanaafuu, yeroo guuttan...

Bonus Practice: #110 Trying on shoes (Med) - Dabala Barmootaa: #110 Kophee lakkkaayyachuu irraa dubbachuu(giddu gala afaanii) LE 27.05.2026

Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #110 Trying on shoes. - Dabala Barmootaa waa'ee kophee lakkaayyachuu ilaalchisee jechoota barbaachisoo tahan shaakaluuf isin gargaara. Qophii #110 Kophee lakkaayachuu jedhu irraa yoo caqastan waan baayyee barattu.

Are you prepared for Australia’s flu season? - Australia keessa ji'i utaalloo as adeemaa jira of qopheessitanii? - Australia Explained 27.05.2026

Influenza is a highly contagious viral infection. As flu season begins in Australia, here’s what you need to know to protect yourself, your family and the most vulnerable in our community. - Infuleenzaan infekshinii vaayirasii baay’ee daddarbaa ta’ee dha. Yeroon influenza Australia keessatti yeroo jalqabu, ofii kee, maatii kee fi hawaasa keenya keessatti namoota baay’ee saaxilamoo ta’aniif eeggann...

#110 Trying on shoes (Med) - #110 Kophee lakkaa'achuu (giddu gala afaanii) - Learn English 20.05.2026

Learn English useful for talking about trying on, buying, and finding shoes that fit well. Practise everyday phrases for describing how shoes feel, asking for a different size, and explaining what you are looking for in a comfortable pair. - Gabaa deemtanii waa'ee kophee lakkaa'achuu, bitachuu fi waan isinitti tahu argachuu irraa dubbachuun afaan Inglishii barattu. Jechoota guyya guyyaa waa ibsan...

Tips to manage financial stress | Fuel in Focus - Gorsa muddama baasii to'achuu | Xiyyaafatnoo boba'aa irratti - Australia Explained 20.05.2026

Australia's petrol and diesel prices remain under pressure. The RBA’s decision to hike the cash rate this month is adding to the financial strain facing many households. We look at some free and independent support services that are available to help people manage financial stress. - Gatiin boba'aa fi gaazii Australia dhiibbaa jala jira. Murteen RBA’n ji’a kana keessa gatii maallaqaa dabaluun isaa...

#109 Talking about ageing parents (Med) - #109 Waa'ee maatii Dulloomaa jiran irraa dubbachuu(Giddu gala afaanii) 13.05.2026

Learn English useful for talking about ageing parents and family responsibilities. Practise everyday phrases for describing challenges, offering help, and discussing how to support parents. - Waa'ee maatii dulloomaa jiranii fi dirqama maatummaa waliin dubbachuun jechoota haaraa isin fayyaduu malan barattu. Guyya guyyaatti jechoota ibsuuf nama rakkisan tokko tokko shaakaluu, kanneen akka gargaarsa...

Tips to reduce petrol costs | Fuel in Focus - Gorsa baasii boba'aa hir'isuu| Xiyyeffatnoo Boba'aa- Australia Explained 12.05.2026

Rising fuel prices are putting pressure on household budgets across Australia, and for many people, it’s changing the way they travel. So what can you do to reduce your fuel costs without giving up your daily routine? Here are some simple, practical ways to save money on petrol. - Gatiin boba’aa dabaluu isaatiin baajata maatii guutuu Australia irratti dhiibbaa uumuun, namoota baay’eedhaaf, akkaata...

Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa : #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuu 29.04.2026

Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #108 Talking about the cost of living - Shaakala Dabalaa #108 Jireenya mi'aa irraa dubbachuun jechoota shaakaluu dandeessu.

Australia’s unique wildlife: what makes it special and what’s at risk - Bineensota Bosonaa Austrlia: Maaltu adda godha balaan mudatuu malus maal 29.04.2026

Australia is one of the most biodiverse places on Earth, home to wildlife and plant species found nowhere else on the planet. In this episode of Australia Explained you’ll learn about what makes Australia’s biodiversity so special, the threats it faces and how we can all help protect it. - Austraaliyaan iddoowwan lubbu qabeeyyii lafa kana irra jiran qabdu keessaa tokko yeroo taatu, bineensota boso...

#108 Talking about the cost of living - #108 Jireenyi mi'aa tahuu irraa dubbachuu 22.04.2026

Learn English useful for talking about money, expenses, and financial pressure. Practise everyday phrases for describing rising costs, managing a budget, and explaining financial challenges. - Waa'ee qarshii, mi'aa jireenyaa fi dhiibbaa dinagdee jiru dubbachuun afaan Inglishii barbaachisoo tahan barattu. jechoota kanneen akka gatiin ol ka'uu, to'annaa maallaqaa fi maallaqa ilaalchisee dhiibbaalee...

Thinking of a career change? Here are some tips and options to consider - Hojii jijjiirrachuu yaaddee beektaa? Australia keessa filatnowwan jiran-Australia Explained 22.04.2026

Looking to step into a new career? You're not the only one, the stats suggest. No matter your age, background or whether English is your first language, a career change at some point is almost inevitable nowadays. In Australia, support is available to help you through the process. - Hojii haaraa tti seenuu barbaadduu? Yoo akkas tahe qophaa keessan miti; akka qorannoon mul'isutti. Umuriin kee, seen...

Listen to the SBS Afaan Oromoo podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.