SBS
SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature (Med) - Dabala: #107 Bineensota Bosonaa Kununsuu | Waa''ee Bineensota fi uumamaa dubbachuu (Giddu gala afaanii) 15.04.2026 4:22
Practise speaking the dialogue from episode Bonus Practice: #107 Protecting Wildlife | Talking About Animals and Nature. - Shaakala dabalaa kana irraa marii dhaggeeffachuun afaan irraa barattu. Dabala shaakalaa #107 dura dabarsinetti kan fufu Bineensota Bosonaa kununsuu akkasumas waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu kan jedhu yoo caqastan caalaatti afaan fooyyeffattu.
How to buy Indigenous art and craft ethically in Australia - Akkaataa aartii fi hojii harkaa Abbootii Dachee Australia keessatti naamusaan bitannu- Australia Explained 15.04.2026 8:20
Buying Aboriginal and Torres Strait Islander art can be meaningful, but how do you know if it's real and ethical? Fake art is still a problem in Australia, and protections are still developing. This guide helps you understand what to look for, what questions to ask, and where to buy safely. By choosing carefully, you can support First Nations artists and their communities. - Aartii Aboriginal fi T...
Have you considered a career in translating and interpreting? - Hojii Afaan hiikuu fi jijjiiruu hojjechuu yaaddee beektaa? 08.04.2026 12:11
Have you ever considered using your bilingual skills to assist others? A career in translating and interpreting might be for you. In Australia you can train for a TAFE certificate all the way to Master’s degree prior to getting certified. In this episode we help you navigate the pathway to becoming a qualified practitioner. - Afaan lama dubbachuuf dandeettii qabduun kaan gargaaruu yaaddanii beektu...
#107 Protecting Wildlife | Talking about animals and nature (Med) - #107 Kununsa Bineensa Bosonaa |Waa'ee bineensaa fi uumamaa dubbachuu(giddu-gala afaanii)- Learn English 08.04.2026 10:32
Learn useful English for talking about animals, nature, and protecting wildlife. Practise everyday phrases for discussing threats to animals, expressing concern, and describing the environment. - Waa'ee bomeemsptaa , uumamaa fi akkaataa itti bineensota bosonaa kununsan waliin dubbachuu afaan irra fooyyawe dubbattu. Dhiibbaa bineensota irra gahuu malu, yaaddoo keessanii fi dhimma kununsa naannoo wa...
Guyyaan Oromtittii Hawaasni akka addatti kabajata - Obbo Bantii Ol-iiqaa 01.04.2026 9:35
Guyyaan "Oromtittii" Magaalaa Melbourne Australia keessatti Dilbata dabre Bitootessa digadamii saddeetti guyyaa irraa eegalee kabajamee oole.
Australian Easter: Exploring social and cultural traditions beyond religion - Easter Australia: Amantii bira dabree duudhaa aadaa fi hawaasummaa mul'isuu- Australia Explained 01.04.2026 11:48
Easter holds great significance for Christians. Yet, for those of different faiths or non-religious backgrounds, it presents a chance to relish a four-day weekend, partake in family and social gatherings, engage in outdoor activities, and attend events where children take centre stage. Here's your essential guide to celebrating Easter in Australia. - Ayyaanni Easterii Kalaandarii warra Kirstaanaa...
Umruu 66tti boqotte- Barsiiftuu, guddistuu aartii Saboota Duraa adaadee Rhoda Roberts 25.03.2026 10:20
SBS keessatti bakka guddaa kan Qabdu falmattuun mirga Abbootii Dachee dubartii Widjabul Wia-bal , Adaade Rhoda Roberts, uburii ishee wagga 66tti boqochuun dhaamsa kara karaa maatii dhaqqabaa jira. Bitootessa 21, dhibee irra tureen kan boqotte adaadee Rhoda Roberts Barreessituu, taatoo fi director taatee aartii agarsiisaa fi waltajjii fi akkasumas TV irrattis tajaajila kennaa kan turte jaalala gudd...
#106 Mmm or Hmm? Trying new and unusual food - #106 Nyaata haaraa ykn nyaattanii hin beekne yaaluu 25.03.2026 8:32
Learn useful English for talking about unusual or strong flavours. Practise everyday phrases for reacting to new foods, sharing opinions, and encouraging someone to try something new. - Waa'ee nyaata nyaattanii hin beeknee ykn kan mi'aawinni isaa addaa irraa dubbachuun jechoota afaan Inglishii hedduu barattu. maqaa nyaata haaraa irraa dubbachuu, yaada wal jijjiiruun jechoota haaraa shaakalaa, akka...
Ps Amaanuel Akaakoo dhimma galma hawaasaa ijaaruu - Communtiy Activties 18.03.2026 7:43
Kibba Melbourne keessatti galma hawaasaa ijaaruun barbaachisaa dha jedhnee kan walii galle, hirmaatnaa hawaasa keenyaa barbaadna jedha Pastor Amaanuel Akaakoo.
Shek Aburahman Mohammed- Dhaamsa Ramadan - Ramadan 18.03.2026 9:30
Yeroo ammaa hawaasni keenya amantii Islaamaa hordofan soomana irra jiran. Shek Abdurahman Mohammed , Magaalaa Melbourne Australia keessaa kanneen Oromiyaa jiran dabalatee Ramadana nagaa fi fayyaan hawwa jedhan.
Think before you pack: Australia’s customs and biosecurity rules explained - Imalaaf utuu mi’a hin naqatin dura itti yaaduu: Seerri eegumsa nageenyaa Australia - Australia uexplained 18.03.2026 12:29
Customs is generally the first point of contact for people entering Australia. Our Border Force Officers are there waiting. They ensure that we don’t bring in prohibited goods that could threaten Australia’s unique environment, economy and communities. Before you zip up your suitcase, here’s what you need to know about what can—and can’t—cross the border, and what’s at stake if biosecurity rules a...
#105 Celebrating small wins at work - #105 Milkaa'ina bakka hojii jejachuu ykn kabjachuu 10.03.2026 7:23
Learn useful English for talking about small wins at work. Practise phrases for celebrating achievements, staying motivated, and making progress step by step. - Waa'ee milkaa'ina bakka hojii xiqqoo iyyuu taatu kabajachuu irraa dubbachuun afaan Inglishii bu'a qabeessa barattu. Jechoota kanneen kabajachuu(celebrating), milkaa'ina (achievements,) jajjabina qabaachuu ( staying motivated), fi sadarkaa...
How public and community housing works in Australia - Australia keessatti Mannee ummataa fi manneen hawaasaa akkamitti hojjeta -Australia Explained 10.03.2026 14:24
In Australia, government-subsidised rental housing is available for eligible households. Assessment is based on need under criteria that vary depending on your state or territory. Here’s what to expect when applying for different types of housing assistance, some common myths around social housing and where to reach out for help. - Australia keessatti, manneen kiraa mootummaan deeggaramu maatii ul...
More than style: How First Nations fashion is growing in Australia - Style irra caala: Fashinni Saboota Duraa Australia keessatti hagam guddataa jira- Australia Explained 04.03.2026 11:46
If you’ve spent any time in Australia, you’ve probably noticed how relaxed the style is. You might notice activewear, surf brands and casual clothes everywhere. But there’s another side to Australian fashion. Aboriginal and Torres Strait Islander designers have been creating clothes and accessories for thousands of years — and that work is very much alive today. You’ll see it on runways, in global...
#104 Talking about school exams | NAPLAN - #104 Waa'ee qormaata mana barumsaa dubbachuu | NAPLAN 04.03.2026 8:34
Learn useful English for talking about school tests, studying, exam pressure, and when you do really well. - Afaan Inglishii isin fayyadu waliin dubbachuun waa'ee qormaata mana barumsaa haasawaa, keessattuu waa'ee qophii qormaataa, qormaatatti hagam jabaa akka taatan kkf waliin dubbachuun caalaatti afaan akka fooyyeffattan isin gargaara.
Aadde Silva Nazaretian- Leenjiin dargaggootaa faayidaa hawaasaaf(Youth Digital Mentor) 25.02.2026 9:52
Keessummaan keenya har’aa adde Silva Nazaretian Dirkteera Enliven -dhaabbata tajaajilli hundumaaf jedhu ti. Silva Wagga 15 oliif nama ogummaa dietian(dhimma nyaata nagoomaa) ilaallatu irra hojjette, qorannoo adda aaddaa irrattis hirmaatte, ummattoota duubbee aada danuu irraa tahan waliin hojjechuutti muuxannoo dheeraa qabdi. Namoota beekumsaan hidhachiisuu irratti jabeessitee nama hojjettu. Namni...
Public transport in Australia: breaking down the basics - Geejjiba ummataa Australia keessaa : tokko tokkoon ilaalla- Australia Explained 25.02.2026 13:50
Like in most countries, public transport in Australia is the cheapest way to get around. It includes trams, buses, trains and ferry services. And each state or territory has its own transport network. However, navigating Australia’s public transport system with ease requires knowing the basics around how it works and what to expect. - Akkuma biyyoota baayyee, geejibni ummataa Australia kan gatii s...
Tajaajila kennitootaa fi hawaasa keenya wal agarsiisuu ture kaayyoon qophii keenyaa jedhu obbo Nasir Kaliil 18.02.2026 12:21
Sanbata duraa dabre qophii odeeffatnoo hawaasaa qopheessaa jiran irratti laallee argatneen qopheessitoota qophichaa kan tahan keessummoota lama dubbisuun keenya ni yaadatama. Isaanis Obbo A/Salaam Alii fi Obbo Tafaayee Dafaa turan. Barbaachisummaa qophii kanaaf akkamitti akka deemuuf jedhu fi kkf bal'inaan ture kan ibsan. Har'a Obbo Naasir Kaliili itti baha qophii kanaa gaafatne ibsan.
How to recover from bushfires - Ibidda bosonaa irraa akkamiin dandamattan - Australia Explained 18.02.2026 13:09
Australia’s hot, dry climate and unique landscapes make it one of the most bushfire-prone countries in the world. As climate change drives higher temperatures and drier conditions, we can expect more frequent and more intense bushfires in the future. But once the fire is out, how do you return home safely, find support, and look after yourself? - Australia qilleensa ho’aa, gogaa fi teessuma lafaa...
Odeeffatnoo hawaasaaf- ob. Tasfaayee Dafaa fi ob.A/Salaami- Ali 11.02.2026 22:32
Konferensii Odeeffantoo hawaasaa qopheessaa jirra kan jedhan qopheessitoota qophii kanaa namoota Lama dubbifne. Isaanis obbo Tasfaayee Dafaa fi Obbo A/Salaam Ali ti. Sanbatta duraa fuula keenya dura jiru, odeeffannoo hawaasa keenyaaf kan kennan qaamota tajaajila mootummaa tahan kanneen akka Service Victoria(dhimma Centrlink) waliin wal qabate akkasumas tajaajila adda addaa irraa kanneen argaman af...
Your first steps to engaging with Indigenous Australians - Tarkaanfii kee jalqabaa Abootii Dachee Australia waliin waltti dhufeenya qabaachuu dha- Australia Explained 11.02.2026 10:52
Connecting with Indigenous Australia can be daunting for a newcomer to the country. So, where do you start? We asked Yawuru woman Shannan Dodson, CEO of the Healing Foundation, about simple ways to engage with First Nations issues and people within your local community. - Abbootii Dachee Australia waliin hariiroo uummachuun namoota biyya kana haaraa dhufaniif rakkisaa tahuu ni mala. Kanaafuu eessa...
Gather and celebrate: Talking over a BBQ (Med) - Walitti kottaa walii ayyaaneffadhaa: BBQ waliinii(giddu gala afaanii)-Learn English 04.02.2026 13:30
Learn how to describe cooking at a barbecue. - Bakka BBQ yeroo deemtan akkaataa nyaata itti bilcheeffattan irraa dubbadhaa. Waliin dubbatnaan bakka akkasii afaan fooyyeffachuuf nama gargaara.
What actually happened on January 26? - Dhugumatti Amajjii 26 maaltu tahe? - Australia Explained 04.02.2026 10:54
January 26 is one of the most debated dates in Australia’s history. Often described as the nation’s birthday, the day marks neither the formal founding of the colony nor the creation of the Commonwealth. Instead, it reflects a layered history shaped by colonisation, political decisions, and ongoing First Nations resistance. Understanding what actually happened on January 26 reveals why the date is...
Gaafatama keenya baanee dhalootatti dabarsina- Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa 28.01.2026 27:36
Oromo week , Kubbaa miilaa, uttaalchoo, fi taphoota adda addaa kan of keessatti qabu ture jedhu Amaan Badhaasoo fi Jamaal Muusaa. Tapha fi qophii guyyaa shaniif turee irratti gargaarsii fi deggersi hawaasa keenyaa keessattuu harmooliin dadhabbii tokkoon malee nu bira dhaabbatan, galata qabu jedhu Jamaal fi Amaan.
How to cater for your dietary restrictions - Allergy nyaataa ilaalchisee waan gochuu qabdan- Australia Explained 28.01.2026 13:50
Australia is known as the allergy capital of the world. Our diverse population also means that we express our religious beliefs, ethics, health and personal choices through the food we eat. We called on some experts to help us navigate all the labelling, certifications and resources that can inform our food choices. - Austraaliyaan biyyatti gudditti Adduynaa irratti alarjiin beekamtu dha. Haguma u...
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.