SBS

SBS Afaan Oromoo

News OM ↓ 248 episodes

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

Author

SBS

Category

News

Podcast website

www.sbs.com.au

Latest episode

Jul 8, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

#102 Getting organised (Med) - #102 Qophaa'ummaa(giddu gala Afaanii) - Learn English 21.01.2026

Learn practical English phrases for getting organised and managing daily tasks, including planning ahead, meeting deadlines, and staying on top of responsibilities. - Dursanii karoorfachuu, yerootti hojii raawwachuuu fi mata duree itti gaafatamummaa marihachuu irratti of qabuu kkf dabaltee hojii hedduu guyya guyyaa qophaa'ummaa barbaadu kan ibsan jechoota qabatamoo afaan Inglishii baradhaa.

What are Australia’s fishing laws and rules? - Qurxummii qabuu ilaalchisee seerri fi duudhaan Australia maal? - Australia Explained 21.01.2026

Thinking of going fishing in Australia? Make sure you are familiar with local regulations, including licensing systems, closed seasons, size limits, permitted gear, and protected species. - Australia keessatti yaada qurxummii qabachuu deemuu qabduu? Ehama argachuu fi yeroo naannichi itti cufamu, guddina qurxummii qabamuu, meeshaa ehamamu fi kununsa qurxummii dabalatee seera naannoo beekuu keessan...

Bonus Practice: #101 Having a laugh (Med) - Itti dabala : #101 Kofluu(giddu gala afaanii) - Learn English 14.01.2026

Practise speaking the dialogue from episode #101 Having a laugh (Med) - Qophii dabretti dabala #101 dhaggeeffadhaa, waliin dubbatnaa shaakaltuu. Waliin dubbannaa kana caqasuu keessatti hedduu afaan fooyyeffattu. Qophiin kun caalaatti kan kaayyeffate namootni haasawa namoota gara garaa gidduu deemuu kana dhaggeeffachuun jechoota haaraa, akkaataa itti waa dubbatanii fi gaafatan irraa baratu.

How to cope during a heatwave in Australia - Yeroo Labooba ho'aa Australia keessaa akkamiin dandamattu - Australia Explained 14.01.2026

Summer in Australia can be very hot, and as our climate continues to warm, heatwaves are expected to become more frequent and more intense. In this episode of Australia Explained, we cover what a heatwave is, why they pose such a significant risk to human health, who is at most risk, and how to best prepare to cope with a heatwave. - Bonni Australiaa keessatti hedduu ho’aa ta’uu kan danda’u yoo ta...

#101 Having a laugh (Med) - #101 Kofluu ( giddu gala afaanii) - Learn English 09.01.2026

Learn how to talk about things that make you laugh. Practise phrases that help you share stories, react to jokes, and enjoy conversations more. - Wanneen nama kofalchiisan irraa dubbachuun kofluu fi bhaaruu. Jechoota qophii kana keessatti dhageessan shaakaluun seenaa ofii ykn qoosaa walii qooduun waliin dubbannaa gaarii qabaadhaa. Waliin haasawa akkasii keessa afaan inglishiis fooyyeffachuuf garga...

From black tie to casual: How to decode dress codes - Sirna uffatnaa yeroo yaamichaa - Australia Explained 09.01.2026

You’ve received an invitation that reads “Dress code: Cocktail attire”. What is this ‘code’? And more importantly, what will you wear? In this episode, we demystify the most common dress codes so that you can feel comfortable at any event. - Waamicha waamamtanii dress code ykn gosti uffatnaa: Coktail attire”jedha. Kodiin ykn gosti kun maal? Irra caalaatti iyyuu ammo maal uffachuu qabdan? Uffatnaan...

Relax and enjoy: Talking about movies - SBS LearnEnglish Bashannanaa gammadaa: Waa'ee Movie irraa dubbachuu- Learn english 17.12.2025

Learn useful phrases to talk about movies and going to the cinema. - Hiriyoota keessan waliin yeroo boqonnaatti mana cinema deemtanii movie ilaaluun bohaaruu dandeessu. Yeroo waliin bashannantanitti jechoota afaan inglishee baruu qabdan hedduu barattu.

From Mabo to modern Australia: the ongoing story of native title - Seenaa abbummaa dachee itti fufee jiruuf Maboo irraa gara Australia ammayyooftee- Auatralia Explained 17.12.2025

Australia is known around the world for its rich and diverse First Nations cultures. But when it comes to native title and land rights, you might still wonder what they actually mean. Discover what native title means in Australia, how it began with the Mabo Case, what the Native Title Act does, and why it matters for all Australians. - Biyyi Australia aadaa Saboota Jalqabaa badhaadhaa fi adda adda...

Bonus Practice: #100 More or less? Talking about quantities - SBS Learn English: #100 Caaluu moo xiqqaa? Waa'ee lakkoofsaa heddummachuu dubbanna 10.12.2025

Practise speaking the dialogue from episode #100 More or less? Talking about quantities - Wal mormii haasawaa , dabala shaakalaa qophii #100 irratti dabre irraa dubbannaa shaakaltu. Caaluu moo xiqqaa? jechuun wal gaafachuun waa'ee lakkoofsaan heddummachuu dubbanna

A parent’s guide to help teens adjust to social media age restrictions - Uggurrii midiyaa hawaasaatti akka madaqan qajeelfama maatiin ittiin ijoollee gargaaran - Australia Explained 10.12.2025

Australia is restricting access to social media accounts for under-16s, and many families are wondering what it means in practice. While the rules place responsibility on tech platforms rather than young people or their parents, the changes may still create stress for teens who rely on social media to stay connected. Find out how the ban will work, why connection still matters, and how experts sug...

#100 More or less? Talking about quantities - SBS Learn English Bonus #100 Caaluu moo xiqqaa? Waa'ee lakkoofsaa heddummachuu dubbanna 03.12.2025

Learn how to talk about amounts and quantities in everyday English. - Afaan Inglishii guyya guyyaa dubbannu keessatti waa'e heddumminaa ykn waa lakkoofsaan ol ka'uu ykn xiqqaa tahuu irraa dubbachuun afaan fooyyeffachuu danda'ama.

How to plan for your child’s financial future in Australia - Egeree Ijoollee keessanii Australia keessattiif akkamiin qabaa maallaqaa karoorfattu - Australia Explained 03.12.2025

Financial planning can feel stressful for any parent. When it comes to saving for your child’s future, knowing your options helps make informed decisions. And teaching your kid healthy money habits can be part of the process. - Maallaqa irratti karoora baafachuun maatii kamiifuu dhiphisaa tahuu danda'a. Egeree ijoollee keessaniif maallaqa ol kaa'uf, filannoolee jiran beektanii murteeffachuun dansa...

Indigenous sport in Australia: Identity, culture and legacy - Spoortii Abbootii Dachee Australia keessatti: Eenyummaa, aadaa fi duudhaa - Australia Explained 02.12.2025

Indigenous Australian athletes have long inspired the nation, uniting communities and shaping our identity. Olympian Kyle Vander-Kuyp and Matildas goalkeeper Lydia Williams are two such Indigenous athletes that have shaped our national identity. Their stories show the power of sport to foster inclusion, equality, and pride for future generations. - Atileetonni Abbootii Dachee Australia yeroo dheer...

Understanding treaty in Australia: What First Nations people want you to know - Walii galtee Australia keessaattii hubachuu: Sabooti jalqabaa maal akka ati bartuuf barbaadu- AE 26.11.2025

Australia is home to the world’s oldest living cultures, yet remains one of the few countries without a national treaty recognising its First Peoples. This means there has never been a broad agreement about sharing the land, resources, or decision-making power - a gap many see as unfinished business. Find out what treaty really means — how it differs from land rights and native title, and why it m...

#99 Saying ‘No’ to alcohol - #99 Dhugaatii alkoolii Toobbachuu 26.11.2025

Learn polite ways to refuse a drink in English. Discover useful expressions for taking it slow, sitting one out or explaining you're on a permanent dry spell. - Karaa nama hin gaddisiifnee fi safuu qabuun akkamiin dhugaatii alkoolii diduu akka dandeessan afaan Inglishiin baradhaa. Akkaataa itti of ibsitan fakkeenyaaf suuta jechuu ykn hirmaachuu akka hin barbaadne ykn akeeka dhaabbataa akka qabdan...

Aadaa bareedaa qabnu jabeeffachuuf dirqama qabna jedhti Ade. Fayinee Qaabatoo - Dhimma Oromoo 19.11.2025

Qophiin keenya SBS Afaan Oromoo irraa torbee Roobii karaa podcast isin dhaqqabu keessummaa qabatee isinii dhihaateera. Keessummaan keenya har’a Aadde Faynee Qabatoo ti. Ani maatii baayyee of biraa yoon qabaadhe illee, walitti dhufeenyi dubartootaa addatti ammoo guyyaa shanan kiyya irratti na bira dhaabbachuutti gammachuu addaatu natti dhagahame jedhti. Aadaa keenya kana itti fufsiisuufis dirqama q...

How to donate blood in Australia - Australia keessatti akkamiin dhiiga arjoomta - Australia Explained 19.11.2025

Each time you donate blood, you can save up to three lives. In Australia, we rely on strangers to donate blood voluntarily, so it’s a truly generous and selfless act. This ensures that it’s free when you need it—but it also means we need people from all backgrounds to donate whenever they can. Here’s how you can help boost Australia’s precious blood supply. - Yeruma dhiiga arjoomtu, lubbuu sadii o...

#97 Complimenting someone’s style (Med) - #97 Akkaataa nama Jajachuu (giddu-galeessa Afaanii) 12.11.2025

Learn how to talk about fashion, and how to compliment someone in English, perfect for parties and cultural events. - Waaée fashionii, akkasumas nama tokko akkaaaa afaan Inglishiin itti jejan waliin dubbannaa kana irraa baratama, keessattuu yeroo qophii bashannanaa fi qophii aadaafaa irratti akkaataa waliin dubbannaa barattu.

Australia’s Indigenous education gap and the way forward - Barmoota Abbootii Dachee ilaalchisee qaawwaa jiruu fi maaltu tahuu akka qabu 12.11.2025

Education is a pathway to opportunity, but for too long, Indigenous students in Australia have faced barriers to success. While challenges remain, positive change is happening. In this episode we’ll hear from Indigenous education experts and students about what’s working, why cultural education matters and how Indigenous and Western knowledge can come together to benefit all students. - Barmootni...

Aaf-Gaaffii Adam Mckenzie waliin Kutaa 2fa 05.11.2025

Torbee dabre Adam Mckenzy, Daarkteera seera seera idl-addunyaa HWPL Victoria keessummaa tafanne, walghuunii afaantaa sababeeffa HWPL (Aadaa Samii, Nageenya Addunyaa, Ifaa Deebisuu) eenyu, maalis kanu fi kkf gaafatne kutaa tokkoffaa isaa dabarsinee turre. Aadam, yaada hirmaattota waligahicha irra turee kan dhaabbata isaanii dinqisiifachiisee fi hojii isaa fuul duraaf illee isa hamlachise tahuu dubb...

The cervical screening test that could save your life - Ilaalama Gadameessaa(Cervical Screening) kan lubbuu kee baraaruu danda''u 05.11.2025

Cervical cancer is preventable, but only if you catch it early. Cultural and personal barriers have often meant that women avoid cervical cancer testing. But now with the help of a world-leading test, Australia is aiming to eliminate cervical cancer by 2035. The test is a safe and culturally sensitive option for women from all backgrounds. Best of all it could save your life—or that of someone clo...

Adam Mckenzie (HWPL) - Ijaarsa: Daandii Nageenya Addunyaa 29.10.2025

Keessummaan keenya har’a Adam Mckenzy, Daarkteera waliigalaa seera idl-addunyaa HWPL Victoria ti. Nutis SBS Afaan Oromoo irraa HWPL (Heavenly Culture, World Peace, Restoration of Light) eenyu, maalis hojjeta kan jedhuu fi kkf? gaafatneen maqaan keenya “heavenly” yeroo jedhu amanitin waan walitti hidhata qabu namootni se’an jiru, garuu amantiis tahe siyaasa waliin hindhata tokko hin qabu jechuun ib...

How do you legally change your name in Australia? - Akkamitti seeraan maqaa kee jijjiirratta? 27.10.2025

Choosing to legally change your name is a significant life decision that reflects your personal circumstances. Each year, tens of thousands of Australians lodge an application through the Registry of Births, Deaths & Marriages. If you’re considering a change of name, this episode takes you through the process. - Maqaa kee seeraan jijjiiruu filachuun murtoo jireenyaa guddaa haala dhuunfaa kee calaq...

#95 Under the stars (Med) - #95 Urjii halkanii (Giddu-galeessa afaanii) 22.10.2025

Learn how to talk about the night sky and stargazing. - Waa'ee samii halkanii fi urjii ilaaluu akkamitti akka dubbattu baradhu. Qophii kana dhaggeeffachuun jechoota fi akkaataa waliin dubbannaa hedduu irraa barattu.

Bonus Practice: #96 At a swimming lesson (Med) - Shaakala dabalaa: #96 Bakka leenjii bishaan daakaatti(giddu-galeessa barmoota afaanii) 22.10.2025

Practise speaking the dialogue from episode #96 At a swimming lesson (Med). - Barmoota Afaanii akeekkatee qophii #96 bakka leenjii bishaan daakaa jedhu qophaawe irraa waliin dubbannaa dhaggeeffachuun akkaataa itti dubbatan shaakaltu.

Listen to the SBS Afaan Oromoo podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.