SBS
SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
#96 At a swimming lesson (Med) - #96 Bakka leenjii bishaan daakaatti(giddu-galeessa barmoota afaanii) 22.10.2025 14:59
Learn how to talk about swimming in English. - Learn how to talk about swimming in English.
Understand Aboriginal land rights in Australia - Australia keessatti Mirga dachee Aboriginaa hubachuu 22.10.2025 9:28
You may hear the protest chant, “what do we want? Land rights!” —but what does it really mean? Land is at the heart of Aboriginal and Torres Strait Islander identity, culture, and wellbeing. Known as “Country,” it includes land, waterways, skies, and all living things. In this episode of Australia Explained, we explore Indigenous land rights—what they involve, which land is covered, who can make c...
Road trips in Australia: What you need to know before hitting the road - Australia keessa imala karaa: Imala utuu hin eegalin waan beekuu qabdan 15.10.2025 10:31
There’s no better way to experience Australia than hitting the road. Between the wide-open landscapes, country bakery pies, and unexpected wildlife, a road trip lets you take in the country at your own pace. But even if you’ve driven overseas, Australia comes with its own set of challenges, especially when you venture off the beaten path. - Australia beekuuf Imaluun alatti karaan biraa hin jiru. L...
#94 Talking about autism (Med) - #94 Waa'ee autism dubbachuu(giddu-gala barmoota afaanii) 15.10.2025 20:00
Learn how to talk about Autism Spectrum Disorder respectfully. Understand common autism symptoms and use simple language to describe autism in everyday conversations. - Waa'ee Autism Spectrum Disorder, hasawa kabaja qabuun waliin dubbattu. Mallattoolee beekamoo autism qabu hubattu, akkasumas haasawa guyya guyyaa keessatti jechoota salphaatti namaa hubatamuu fayyadamaa.
#93 Bragging about your car (Med) - #93 Konkolaataa ofii jajachuu (giddu-gala barmoota afaanii) 15.10.2025 17:25
Learn how to talk about cars and understand common Aussie car slang. - Waa'ee konkolaataa waliin dubbachuun jechoota dhimma konkolaataa ilaalchisee dhalootni Australia jedhu irraa baratta. Jechoota dhageessanii hin beekne tarii hiikaan garuu kanuma isinuu beektan tahu dhageessu, hubannoo irraa qabaachuun walii galteef bu'aa jabaa qabaata.
Springtime hay fever and asthma: how to manage seasonal allergies - Ho’a margaa fi Asmaa yeroo birraa 08.10.2025 13:44
Springtime in Australia brings warmth, blossoms, and longer days—but also the peak of pollen season. For millions of Australians, this means the onset of hay fever and allergy-induced asthma. - Australia keessatti yeroon birraa hoʼa, daraaraa fi guyyoota dheeraa fida—garuu yeroon daraaraan harcaafatu hedduu ol ka'aa tahes. Lammiilee Australia miliyoonaan lakkaa’amaniif, kun jalqaba dhukkubni hay f...
Obbo Daanyee Dafarshaa Irreechi Melbourne 2025 akkaan ho'aa ture jedha 01.10.2025 8:49
Irreechi bara kanaa hedduu na gammachiise jedha obbo Daanyee Dafarshaa qindeessaa qophii Irreechaa keessaa tokko kan tahe.
What is forced marriage and what support is available in Australia? - Gaa’elli (fuudhaa fi heerumni) humnaa maal? Australia keessa gargaarsa akkamtiitu kennama? 01.10.2025 16:32
A forced marriage occurs when one or both individuals do not consent freely, often due to threats, coercion, deception, or if they are under 16 or those with mental incapacities. No matter how long you've been living here, it's vital to know: You have the right to choose who you marry. In this episode, we'll explore the difference between arranged and forced marriage and where you can turn for he...
Dhalootni Haaraan beekumsa qabaniin Irreecha barruun guddisuu qabu - obbo Darajjee Fayisaa 24.09.2025 9:40
Ji'i Fulbaanaa kun ji'a Irreechaa ti. Biyya dabalatee, bakka hawaasni Oromoo jiru maratti irreecha kabajuu eegalanii jiru. Asi Australia magaalaa Mellbourne keessattis hawaasni Dilbata kana ayyaana Irreechaa kabajuuf qophii irra jira. Nutis kanuma sababeeffannee qophii keenya torbee dabree irratti Qopheessitoota Ayyaana Irreechaa keessaa oobbo Olumaa qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa dubbifnee turre...
Ijoolleen Irreecha irraa gaafatamummaa akka fudhatan qopheessuun barbaachisa- Obbo Aliyee Galatoo 24.09.2025 10:48
Australia , Melbourne keessatti Irreecha Dilbata kana kabajamuuf deemu irratti Obbo Aliyee Galatoo fi Obbo Darajjee Fayisaa dubbifne Kutaa 2fa kana irratti Obbo Aliyee waliin dubbanne.
How to start your home business in Australia - Australia keessatti daldala mana keessaa hundeessuu 24.09.2025 13:53
Did you know that people offering taxi services from home need to register for Goods and Services Tax (GST)—regardless of how much they earn? Or that a fitness instructor needs local council approval to see clients at home? In this episode, we unpack the basic rules you need to know when setting up a home-based business in Australia. - Namoonni mana irraa hojii taaksii oofuu hojjetan Gibira Meesha...
Irreecha Baranaa Qophii xumurreerra- Obbo Olumaa Qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa waliin dubbatne 17.09.2025 12:36
" Irreechi nagaa dha, Irreechi Araaraa, Irreechi miidhagina," kan jedhan obbo Olumaa Qubee fi Obbo Daanyee Dafarshaa ti. Qophii har'aa keessatti akka odeeffatnetti obbo Daanyee fi obbo Olumaan Irreecha baranaa adda taasisuuf akka dansaa irratti qophoofneerra jedhan.
First Nations representation in media: What’s changing, why it matters - Bakka bu’ummaa media Saboota Duraaf:Maaltu jijjiiramaa jira, maaliif barbaachise? 17.09.2025 10:45
The representation of Indigenous Australians in media has historically been shaped by stereotypes and exclusion, but this is gradually changing. Indigenous platforms like National Indigenous Television (NITV) and social media are breaking barriers, empowering First Nations voices, and fostering a more inclusive understanding of Australia’s diverse cultural identity. Learning about these changes of...
How is alcohol regulated and consumed in Australia? - Australia keessatti to’annaa fi fayyadamni alkoolii akkam? 10.09.2025 13:29
In Australia, alcohol is often portrayed as part of social life—especially at BBQs, sporting events, and public holidays. Customs like BYO, where you bring your own drinks to gatherings, and 'shouting' rounds at the pub are part of the culture. However, because of the health risks associated with alcohol, there are regulations in place. It’s also important to understand the laws around the legal d...
#92 Asking for donations (Med) - #92 Gargaarsa arjoomaa gaafachuu(giddu-gala afaanii) 10.09.2025 17:27
Learn how to ask for money or donations in English. - Akkaataa itti arjooma maallaqaa ykn gargaarsa gaafatan afaan Englishiin barattu.
#87 Managing screen time (Med) - #87 Yeroo Screen irra turan to'achuu (giddu-gala afaanii) 09.07.2025 14:21
Learn how to talk about screen time management. - Akkaataa itti fuula bilbila harkaa ykn elektronics fayyadamuu(screen time) to'atan irratti waliin dubbachuu barattu
How home and contents insurance works in Australia - Australia keessatti Insuraansiin Manaa fi Qabeenyaa akkamiin hojjeta 09.07.2025 12:09
Home and contents insurance is a safety net many households expect to rely on during difficult times. But it’s also a financial product that even experts can find challenging to navigate. Whether you own or rent your home, understanding your level of cover, knowing what fine print to look out for, and learning how to manage rising premiums can help you make more informed choices as a consumer. - Y...
Bonus Practice: #86 When? Talking about time (Med) - Shaakala Dabalaa: #86 Yoom? Waa'ee yeroo irraa dubbachuu (giddu-gala afaanii) 18.06.2025 16:57
Practise speaking the dialogue from episode #86 Talking about time (Med). - Practise speaking the dialogue from episode #86 Talking about time (Med). Qophii kana keessatti waliin dubbannaa deemu dhaggeeffachuun , dubbachuu shaakalaa. kun kutaa 86f, waa'ee yeroo dubbatama(warreen giddu-gala afaanii) jiran gargaara. Nama siluma afaan Inglishii haga tokko beeku jechuu dha.
Would you consider nominating someone for an Order of Australia? - Nama tokko Kabajaa Beekamtii Australia (Order of Australia) akka tahu kaadhimuuf yaaddeettaa? 18.06.2025 13:29
Do you know someone who makes an extraordinary impact in the community? It could be a person from any background or field of endeavour. You can help celebrate their achievements by nominating them for an Order of Australia. The more we recognise extraordinary members within our communities, the more Australia’s true diversity is reflected in the Australian honours list. - Hawaasa kee keessatti nam...
#86 When? Talking about time (Med) - #86 Yoomi? Waa'ee yeroo irraa dubbachuu (Giddu-gala afaanii) 11.06.2025 16:16
Learn how to talk about time. - Waa'ee yeroo irraa dubbachuu. Waa'ee yeroo irraa yemmuu dubbattan afaan inglishii fooyyeffattu. Afaan lafa hojiitti, barmootattii fi hawaasummaatti walii galuuf nama gargaara.
Beyond books: How libraries build and support communities in Australia - Dhiheessii kitaabaa caalaatti: Manneen kitaabaa(libray) Australia hagam hawaasa gabbisaa jira 04.06.2025 12:40
Australian public libraries are special places. Yes, they let you borrow books for free, but they also offer a wealth of programs and services, also free, and welcome everyone, from tiny babies to older citizens. - Manneen kitaabaa ummataa(Library) Australia iddoo addaati. Eeyyee, kitaabota bilisaan akka ergifattu siif hayyamu, garuu sagantaalee fi tajaajila hedduus ni kennu, akkasumas bilisaan, d...
Irreechi aadaa keenya nu waliin biyya bahe jabaatnee dhaloota barsiisuu qabna - Ob.Gammachuu Badhaadhaa 21.05.2025 6:35
Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata Dabree kabajamee oole. Haawaasni Oromoo Melbourne bakka heddumminaan argamanitti, Ayyaanni Irreechaa Daandenong bakka tarkaanfii kuma tokko jedhutti kabajame. guyyaa kana ijoolleen, dubartootnii fi abbootiin uccuu aadaan faayamanii kan argaman ture. Ayyaanni Irreechaa kun eebbaan jalqabe, ganna biqiqltuu lafa buusan, abdiin itti eeggatan tahuus abbootiin ha...
What to expect when taking your child to the emergency department - Yeroo daa’imman waliin gara mana yaalaa kutaa wal'aansa hatattamaa deemtan tartiibi jiru maal 21.05.2025 13:05
Visiting the emergency department with a sick or injured child can overwhelm parents due to long wait times and stress. Understanding what to expect can help. This episode explores when to go to children's hospital emergency departments in Australia and what to expect upon arrival. - Daa’ima dhibame fudahtanii gara mana yaalaa kutaa balaa hatattamaa(emergency) deemuun hedduu namatti ulfaachuu dand...
Irreechi keenya waliin haa kabajannu- obbo Daanyee Dafarshaa 14.05.2025 8:20
Irreechi Ayyaana waggaa keessatti si'a lama Ummata Oromoo fi saboota jaallattootaa fi mararfattoota Ayyaana Irreechaan kabajama. Irreechi Afraasaa kan bara kanaa Dilbata dhufu kana kabajama jedha, obbo Daanyee Dafarshaa.
How to recover from floods and storms in Australia - Lolaa bishaanii fi rooba guddaa irraa akkamiin akka dandamatamu 14.05.2025 12:37
Australia is experiencing more frequent and intense floods and storms. Once the winds calm and the water recedes, how do you return home safely? Experts speak on the essential steps to take after a disaster. - Lolaan bishaanii fi Roobni guddaan yeroo hedduu Australia waan mudatuuf hawaasni deebi’anii irraa dandamatuuf yeroo dheeraa irraa fudhata. Garuu erga lolaan dhaabbateen booda akkamiin qe’ee...
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.