SBS
SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
Bonus Practice: #84 Going for a run (Med) - Shaakala Dabalataae: #84 Fiigichan (Giddu-gala Aaanii) 07.05.2025 5:39
Practise speaking the dialogue from episode #84 Going for a run (Med). - Afaan wal dubbachuun qophii kana irraa akkaataa waliin dubbannaa barattu. #84 Shaakala dabalaa fiigicha ilaalchisee(Giddu-gala afaanii)
How far can you legally go to protect yourself from robbery in Australia? - Australia keessatti saamicha irraa of eeguuf seeraan hangam deemuu dandeessa? 07.05.2025 12:02
In Australia, robbery isn't just theft; it has specific legal definitions and consequences. This episode of Australia Explained podcast explores the types of crimes, including stealing. What does it mean legally? How can you protect yourself? And what support is available if it happens to you? - Australia keessatti, saamichi akka hannaa qofatti hin ilaalamu- garuu hiikkaa seeraa adda tahe kan qabu...
#85 Going to a hospital emergency department (Med) - #85 Mana yaalaa hatattamaa deemuu (giddu-gala afaanii) 30.04.2025 19:29
Learn how to ask for medical help when in an emergency department. - Yeroo mana yaalaa hatattamaa deemtan gaaffii akkam gaafachuu akka qabdan barattu. Dhaggeeffattanii odeeffannoo argachuu irra dabree afaanis ni barattu.
First Nations languages: A tapestry of culture and identity - Adda-addummaa afaanota Saboota Jalqabaa: Aadaa fi Eenummaa 30.04.2025 12:00
Anyone new to Australia can appreciate how important it is to keep your mother tongue alive. Language is integral to your culture and Australia's Indigenous languages are no different, connecting people to land and ancestral knowledge. They reflect the diversity of Australia’s First Nations peoples. More than 100 First Nations languages are currently spoken across Australia. Some are spoken by onl...
#84 Going for a run (Med) - #84 Fiigichatti bobba'uu (Giddu-gala Afaanii) 23.04.2025 3:42
Learn how to talk when going for a run. - Namoota waliin fiigichaaf yeroo bobbaatan, akkaataa waliin dubbatanis barattu. Qabiiyyeen dhaggeeffattan afaan barachuuf isin gargaaru.
What is Closing the Gap? - Hir’ina guutuu jechuun maali? 23.04.2025 7:36
Australia has one of the highest life expectancies in the world. On average, Australians live to see their 83rd birthday. But for Aboriginal and Torres Strait Islander peoples, life expectancy is about eight years less. Closing the Gap is a national agreement designed to change that. By improving the health and wellbeing of First Nations, they can enjoy the same quality of life and opportunities a...
How to choose the right tutor for your child - Akkaataa barsiisa (tutor) daa'ima keessaniif ta'u filachuu dandeessan 16.04.2025 11:35
Tutoring is a booming industry in Australia, with over 80,000 tutors nationwide. Migrant families often spend big on tutoring, seeing education as the key to success. However, choosing the right tutor is essential to ensure a positive experience and real benefits for your child. - Australia keessatti barsiisni industrii guddaa fi guddachaas jiru yeroo tahu, guutuu biyyaa keessa gara 80,000 oltu ji...
#82 Describing taste (Med) - #82 Mi'aawina nyaataa ibsuu (giddu -gala afaanii) 16.04.2025 17:35
Learn how to describe the taste of food. - Dhaggeeffachuun akkaataa mi'aawina nyaataa itti ibsan baratta. Kanneen mata duree adda addaatti dhihaatan kun afaan akka fooyyeffattan isin gargaaru.
Filmaatni Federaalaa Australia 2025- yaada Miseensota Hawaasa Oromoo 09.04.2025 16:31
Aaf-gaaffii Obbo Gammachuu Badhaadhaa, Obbo Aliyyee Galatoo fi obbo Iyyaasuu Annooroo waliin.
How to vote in the federal election - Filannoo Federaalaa Australiaf sagalee akkamiin kennitan 09.04.2025 11:06
On election day the Australian Electoral Commission anticipates one million voters to pass through their voting centres every hour. Voting is compulsory for everyone on the electoral roll, so all Australians should familiarise themselves with the voting process before election day. - Guyyaa Filannoo Komishinni Filannoo Australia , Sagalee kennitootni milioonni tokkoo sa'a tokko tokkoon galmoota fi...
Siyaasni/Filannoon Australia akkamitti hojjeta 02.04.2025 8:49
Australia keessatti seerri filannoo maal fakkaata? Siyaasni akkamitti hojjeta? Filannoon Biyyaaleessaa Australia jalqabuuf deema, kanaaf utuu gara filannoo hin deemin dura waan beekuu qabdantu jira. Sirni Siyaasaa Australia akka itti hojjetu ibsamu kana hubachuun eenyuuf akka sagalee kennitan beekuuf isin gargaara. Sagalee kennuu 101 keessatti, golee lamaan Paarlamaa Australia fi taphattoota siyaa...
Guyyaa Oromtittii- Obbo Alamaayyoo Qubee dubbifne 02.04.2025 5:19
Hawaasni Oromoo magaalaa Melbourne Waggaa waggaan guyyaa Oromtittii kan kabajuu eegale, oolmaa fi gahee dubartootni hawaasa isaanii keessatti qabaniif beekamtii fi kabaja kennuuf tahuu keessummaan dubbifne nuu himan.
Dhaqna Qabaa ykn Kitaanuun fayyaa dubartootaa miidhaa jira - Seerris dhorke 12.03.2025 10:54
Farrep- Mirga Maatii fi Hormaataa irratti Sagantaa Barnootaa (Family and Reporductive Rights Education Program) dhaabbatni jedhu, aadaan walqabatee dhiibbaa fayyaa dubartoota irraan kan geessisaa jiru aadaa dhanna qabaa ykn kittaanaa irratti barmoota hawaasaaf kennuuf mootummdhaan dhaabbata utubame dha.
How can government payments support you? - Kaffaltiin mooummaa akkamiin si gargaara? 12.03.2025 12:14
The Australian government has a social security system that provides a range of income support to those who are eligible . In fact, most people will receive a government payment at some stage in their lives. Strict rules determine who can receive these payments and how much they are paid. In this episode of Australia Explained we break down some of the most common government payments you may be en...
#81 Talking about elections | Voting in Australia - #81 Filmaata irraa dubbachuu | Australia keessatti sagalee keennuu 05.03.2025 5:40
Learn to talk with confidence about voting and elections in Australia. Plus, find out about the voting system in the country. - Filmaatni sagalee kennu Australia keessatt kan bara 2025 dhihaataa jira. Qophii kana dhaggeeffachuun waa'ee filmaata as adeemaa jiruu kana of irratti amanamummaan dubbachuu barattu. Akkasumas akkaataa adeemsa filmaataa Australia keessaa hubattu. #FederalElection2025
Cultural burning: using fire to protect from fire and revive Country - Aadaa lafa qoqa’uu: abiddaan abidda dhorkuu fi Biyya dandamachiisuu 05.03.2025 13:05
Did you know that Indigenous Australians have been using fire to care for the land for tens of thousands of years? Evidence show that cultural burning practices not only help reduces the intensity and frequency of wildfires but also plays a vital role in maintaining healthy ecosystems. Experts share insights on the latest evidence behind this ancient practice. - Abbootiin Dachee Australia waggoota...
Obbo Baarentoo Gadaa Hawaasa keenya Amantii Musliimaa hordofaniif Ramadaana milkii hawwaniiru 26.02.2025 5:30
"Amantoota amantii Musliimaa hordofan biratti Ramadanni jia'a dhufu kana eegala."
Finding affordable and inclusive after-school activities - Bohaartii barnoota boodaaf gatii madaalawaa fi hunda hammate argachuu 26.02.2025 9:51
After-school activities offer children and teenagers many benefits, but the costs can quickly add up. Fortunately, Australia has many affordable and inclusive options, you just need to know where to look. - Bohaartii barnoota-boodaa ijoollee fi dargaggootaaf faayidaa hedduu kan kennu ta’us, baasii kan cimu tahuu danda'a. Akka carraa ta’ee, Awustralaliyaan filannoowwan gatii madaalawaa fi hunda ham...
#80 Talking about changing habits (Med) - #80 Waa'ee jijjiirama amalaa irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii) 19.02.2025 18:56
Learn how to express yourself when talking about changing your habits. - Yeroo waa'ee jijjiirama amalaa ibsattu akkamiin nama waliin akka dubbattu baratta.
Important tips for cycling in Australia - Australia keessatti biskileetii oofuu ilaalchisee gorsa barbaachisoo tahan 19.02.2025 13:59
Riding a bicycle is a common and affordable form of transport in Australia, with people cycling for sport, recreation and to commute. Cycling also comes with some rules to keep all road users safe. - Biskileetii oofuun Australia keessatti, geejjibaa beekamaa fi gatii madaalawaa ta’ee dha, Namootni sportiif, bashannanaaf akkasumas hojiif itti fayyadamu. Biskileetii oofuun seera nageenya daandii eeg...
#79 Talking about visas (Med) - #79 Visa irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii) 05.02.2025 15:14
Learn how to talk about your visa status. - Dhimma Visa irraa dubbachuun afaanis achuumaan ni baratama.
Are you breaching copyright when using social media? - Yeroo saba himaalee (social media) fayyadamtan mirga abbummaa(copy right) cabsaa jirtuu? 05.02.2025 12:04
Have you ever shared someone else’s video or music on social media without their permission? Chances are you were infringing their copyright. Understanding how copyright is applied will help you avoid awkward situations and potentially serious consequences. - Video ykn muuziqaa kan nama biroo hayyama abbichaa malee sabaa himaalee irratti namoota kaaniif qooddee beektaa? Kun seera mirga abbummaa (c...
#78 Talking about holidays (Med) - #78 Waa'ee yeroo boqonnaa irraa dubbachuu(Med) 29.01.2025 14:00
Learn how to talk about recent holiday or trip. - Dhiheenya kana bakka bashannanaa ykn boqonnaaf deemtan taha. Mee waa'ee isaa irraa waliin dubbachuun wal irraa baradhaa.
Understanding shared housing in Australia - Australia keessatti mana jireenyaa waliinii hubachuu 29.01.2025 10:09
Shared housing is becoming increasingly popular in Australia, as more people look to reduce rental costs. So, what key factors should you consider when searching for shared accommodation, and how can you avoid potential scams? - Australia keessatti namoonni baay’een baasii kiraa manaa qusachuuf mana tokko namoota biroo waliin qooddachuu waan barbaadaniif manneen waliinii jireenyaa(shared housing)...
Guyyaa Eebbaa Ijoollee Oromoof addatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee Galatoo 22.01.2025 10:32
Guyyaan Eebbaa (graduation day) Ijoollee Oromoof addatti hawaasa keessatti qopheessuun maatii fi ijoolleef bu'aa qaba - obbo Aliyyee Galatoo.
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.