SBS
SBS Afaan Oromoo
Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
What does January 26 mean to Indigenous Australians? - Abboottii Dachee Australiatiif Amajjii 26 jechuun maali? 22.01.2025 8:49
In Australia, January 26 is the national day, but the date is contentious. Many migrants who are new to Australia want to celebrate their new home, but it’s important to understand the full story behind the day. - Australia keessatti, Amajjiin 26 guyyaa biyyaalessaa ti, gruu guyyaan kun wal falmisiisaa dha. Godaantoti hedduun Australiatiif haaraa tahan Guyyaa biyya isaanii haaraa kana kabajatuu ba...
#77 Setting up a tent (Med) - #77 Bakka bashannanaatti dahoo ijaarrachuu(giddu-gala afaanii) 15.01.2025 15:28
Learn how talk about setting up a tent. - Bakka bashannanaatti namootni dahoo(Tent) ijaarratu. Asi irratti waa'ee dahoo kanaa waliin dubbachuun afaan akka wal irraa baratamu hubattu.
Are you in need of crisis accommodation? - Mana Jireenyaa hatattamaaf barbaaddaa? 15.01.2025 13:38
If you are homeless or at risk of becoming homeless it can be difficult knowing who to ask for a safe place to go. You don’t have to feel isolated, and there is no shame in asking for help. There are services that can point you to crisis accommodation and support, wherever you are. - Yoo man-dhabilee taatee jirta tahe ykn man-dhabilee tahuuf jirta tahe bakka siif tahu turtu eenyuun akka gaafattu b...
Waggaa Haaraatti Maatii koof Waan haaraan taheera- PHD Araarsoo Ol'aanii 08.01.2025 5:54
Kaadhimamaan PHD, Araarsoo Ol'aanii Monashi University irraa Ayyaanii Dhalchuu Kiristoos ayyaana hiikaa gdi fagoo anaa fi maatii koof qabu dha jedhe.
Ayyaantuu Damee Waggaan kun anaaf maatii koof adda jedhte 08.01.2025 5:16
Ayyaantuu Damee, Guyyaa dhaloota Kirstoos maatiidhumaan kabajna jechuun nutti himte. Bara kana Guyyaa Dhaloota Kirstoos (Christmas) dirqama hojii irra turte, mucaa ilmaas deessiste. Waan gaariin tahee arguun qalbii koo gammachiise, maatii mucaa saniis gammachiise. Anis hojii booda maatii koo waliin yeroo Ayyaanaa gaariin dabarse jedhti.
Understanding sexual consent: Why it matters for everyone - Roorroo saalummaa hubachuu: Maaliif dhimma nama hunda tahuu qaba? 08.01.2025 12:50
Understanding sexual consent doesn’t have to be overwhelming—it’s a set of skills, like empathy and communication, that anyone can learn. By having open conversations, we can build a shared understanding that fosters healthy, respectful relationships for everyone. - Hayyama saalaa hubachuun humna namaa ol ta’ee mul''atuu hin qabu- tuuta dandeettiwwanii ti. akkuma namaaf yaadu fi walqunnamtii, namn...
Pastor Paawuloos Ol'aanaa Dubbifne 08.01.2025 6:56
Pastor Paawuloos Ol'aanaa Ayyaana Christmas( Dhaloota Kirstoos) fi waggaa haaraa ilaalchisee dhaamsa dabarsan.
#76 Getting a gift (Med) - #76 Kennaa fudhachuu (Giddu-gala Afaanii)) 11.12.2024 12:44
Learn how to talk about getting a gift for someone. Plus, find out what the Secret Santa tradition is all about. - Akkamiin akka kennaa namaaf bitan irraa dubbachuun afaan barachuu. Waa'ee kennaa ilaalchisee Saantaan maal of keessatti qabaata kan jedhus bartu.
Understanding Indigenous knowledge of weather and seasons - Beekumsa Abbootii Dachee kan qilleensaa fi tibbaa 11.12.2024 10:52
You’re probably familiar with the four seasons—Summer, Autumn, Winter, and Spring—but did you know that First Nations people have long recognised many more? Depending on the location, some Indigenous groups observe up to six distinct seasons each year. - Tarii tibbanoota afran ni beekta taha – Bona, Arfaasaa, Gannaa fi Birraa – garuu ummatootni Saboota .Jalqabaa yeroo dheeraa irraa jalqabanii kana...
#75 Discussing eyesight and vision (Med) - #75 Arguu fi ilaaluu irraa dubbachuu (giddu gala afaanii) 04.12.2024 14:39
Learn how to talk about eyesight getting worse. Plus, find out why people with lighter eye colour have a higher risk of UV damage. - Ilaaluu iji waa ilaalee sammuutti dabarsa sammuun ni arga. Iji ilaalu kun dadhabaa gaafa dhufu namootni waliin dubbatan dhagahuun afaannis irraa baratama. Akkasumas namootni bifti ija isaanii ifa inni qabu irraa carraa balaqqee aduuf saaxilamuuf carraa badaa akka qab...
Understanding how pharmacies operate in Australia - Australia Keessa akka itti Faarmaasiin hojjetu Hubachuu 04.12.2024 13:39
In Australia pharmacists dispense prescription medications and provide healthcare advice, educating the community on the use of medicines and disease prevention. - Australia keessa faarmaasistootni qoricha namaa ajejame kennu, qorsa fayyaa kennu akkasumas akkaataa qorsa kana itti fudhatanii fi dhibee of irraa ittisan irratti gorsaa fi barumsa ni kennu.
#74 Talking about your pet peeves (Med) - #74 Amaaloota Adurree nama aarsan (Giddu-gala Afaanii) 27.11.2024 11:22
Learn how to talk about things that annoy you. - Amaloota isin aarsan irraa dubbachuun afaan baradhaa. Adurree mana keessaa warri qabdan, adurreen keessan amala akkam qabu?
Country-led design in Australian cities: what is it and why does it matter? - Tolchinni-biyyaa magaalota Australia keessaa: Maal jechuu dha, maaliif barbaachisu? 27.11.2024 14:10
Country is the term at the heart of Australian Indigenous heritage and continuing practices. The environments we are part of, carry history spanning tens of thousands of years of First Nations presence, culture, language, and connection to all living beings. So, how should architects, government bodies and creative practitioners interact with Indigenous knowledge when designing our urban surroundi...
#73 When public transport goes wrong (Med) - #73 Geejjiba Ummataa yoo rakkoon mudatu(Med) 06.11.2024 14:34
Learn how to communicate when using public transport, particularly when there are disruptions. - Geejjiba uummataatti dhimma bahuu ilaalchisee akkamiin akka waliin dubbatan. Keessattuu yeroo Geejjibni uummataa rakkoo argatu ykn yeroo isaan argamuu dhiisu. waliin dubbannaa kana keessatti afaan fooyyeffachuuf isin gargaara.
First homebuyer’s guide: Getting a home loan in Australia - Qajeelfama jalqabaaf mana kan bitataniif: Australia keessatti liqaa maallaqaa argachuu 06.11.2024 12:48
For first-time borrowers, the home loan application process can feel overwhelming. Learn the basics around interest rates, the application process and government support you may be eligible for in Australia. - Namoota jalqabaaf mana bitachuuf maallaqa liqqeeffachuu barbaadaniif adeemsi iyyatnaa galchachuu tarii qalbii jeequu danda'a. Australia keessatti sobbooqa ilaalchisee yaadota bu'uuraa tokko...
#72 Talking about which team sport to join (Med) - #72 Garuu spoortiitti dabalamuuf waliin dubbachuu(giddu-gala afaanii) 30.10.2024 13:53
Learn how to describe social team sports and choose one that is right for you. - Spoortii garee hawaasummaa akkamii akka jiran ibsuu baradhu, kamtu akka siif tahus filadhu. Waliin dubbannaa kana keessa afaan inglishii hedduu fooyyeffatta.
Thinking of installing solar panels? Here's what you need to know - Solar mana keessani irra kaa'uu barbaadduu? waan beekuu qabdantu jira. 30.10.2024 8:57
Australia's warm climate offers an abundant supply of solar energy year-round, making solar power an increasingly significant contributor to the nation's electricity supply. Learn what the requirements are for installing solar power systems in your home. - Haalli qilleensaa ho’aa Australia waggaa guutuu humna aduu baayyee kan dhiyeessu yoo ta’u, waggoota dhiyoo asitti humni aduu dhiyeessii humna i...
#71 Talking about being scammed (Med) - #71 Waa'ee Scam irraa dubbachuu(giddu-gala afaanii) 23.10.2024 14:16
Learn how to communicate about suspicious messages and scams. - Dhaamsa gowwomsaa ykn Scam irraa waliin dubbachuun achuumaan afaan barattu.
The impacts of First Nations tourism - Imalchiisa(Turizimii) Saboota Jalqabaa 23.10.2024 12:59
Are you seeking a truly impactful Australian travel experience? Whether you’re seeking wilderness, food, art or luxury, there are plenty of First Nations tourism adventure that you can explore, led by someone with 65,000 years of connection to this land. Not only will you deepen your experience, but you’ll help drive cultural and economic opportunities for First Nations communities. - Muuxannoo im...
#70 Talking over a BBQ (Med) - #70 Yeroo BBQ irratti waliin dubbachuu (Med) 16.10.2024 11:53
Learn how to describe cooking at a barbecue. - BBQ yeroo bilcheeffatan akkaataa waliin dubbatan, achumaan afaan wal irraa baratan.
Understanding vaccination rules for children in Australia - Seera talaallii daa’imman Australia keessaa hubachuu 16.10.2024 11:58
Did you know that one in five children is at risk of dying from a disease that is now preventable through vaccination? Australia’s vaccination program helps to prevent severe outcomes from many childhood infections. To access family support payments—and in some states, childcare services—your child must be fully immunised according to the national schedule. - Daa'imman shan keessaa tokko dhukkuba...
#69 Getting a haircut (Med) - #69 Rifeensa cirachuu (Med) 04.09.2024 17:10
Learn how to talk to your hairdresser about getting your hair cut. - Warreen rifeena isinii sirreessan waliin akkamitti akka dubbattan olitti dhaggeeffachuun afaan barattu.
Embracing the wisdom of traditional Indigenous medicine - Qoricha ykn qorsa aadaa beekuu fi kabajuu 04.09.2024 13:23
Understanding and respecting Indigenous knowledge of medicine may be the key to providing more holistic and culturally sensitive care in today's healthcare setting. - Qorichi ykn qorsi aadaa Abbootii dachee ijaarama Kunuunsa fayyaa yeroo ammaa keessatti hubatamuu fi ilaalchi gati-qabeessi itti kennamuun fayyisuummaa waliigala tahe kennuuf furtuu dha.
MiniPod: I’ve been everywhere | Pronunciation practice with Janice - MiniPod: I’ve been everywhere | Pronunciation practice with Janice 27.08.2024 6:45
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow). - In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /uː/ and /əʊ/ (flu and flow).
MiniPod: Roses are red | Pronunciation practice with Janice - Barmoota: Roses are red | jedhuun Janice waliin loqoda shaakaltu 27.08.2024 8:16
In this five-minute lesson you’ll improve your pronunciation by listening and following along with Janice Petersen. Learning objectives: Can pronounce /r/ and /v/. - Barmoota daqiiqaa shan keessatti Janice Peterson dhaggeeffachuu fi hordofuun akkaataa loqoda itti waa yaamtanii fooyyeeffattu. Akeeki barmoota kanaa akkaataa /r/ and /v/ fayyadamtan barattu.
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.