VOA

Sagantaalee - Sagalee Ameerikaa

News OM ↓ 50 episodes

Voice of America is an international news and broadcast organization serving Central and Eastern Europe, the Caucasus, Central Asia, Russia, the Middle East and Balkan countries

Author

VOA

Category

News

Podcast website

www.voaafaanoromoo.com

Latest episode

Dec 12, 2024

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

Godinaa Shawaa Kaabaa, Aanaa Sulultaatti Bulchaa Aanichaa fi Ajajaa Waajira Poolisii Dabalatee Namoonni 3 Ajjeesaman - Muddee 12, 2024 12.12.2024
Rippaabilika Samaalilaanditti Filannoon Pireezidaantii Roobii Dhufu Gaggeeffama - Sadaasaa 11, 2024 11.11.2024
Ajjeechaa Shawaa Bahaa Aanaa Dugdaa - Sadaasaa 04, 2024 04.11.2024
Godinaa Shawaa Dhihaa, Aanaa Noonnoo Keessatti  Misirroota Dabalatee Namoonni Cidharra Turan 27 Ajjeefamuun Himame - Waxabajjii 20, 2024 20.06.2024
Jiraattoonni Shawaa Kaabaa, Aanaa Darraa Sababaa Walitti-bu’insaa Kan WBO fi Kan Faannootiin Jireenyi Isaanii Yaaddoorra Bu’uu Dubbatan - Hagayya 22, 2023 22.08.2023
Dhibeen Koleeraa Godinaalee Booranaa fi Gudjii Keessatti Ammallee Mul’achaa Akka Jiru Himame - Waxabajjii 19, 2023 19.06.2023
Naannoo Gaambeellatti Walitti Bu'iinsa Uumameen Namoonni Sagal Du'anii 17 Ammoo Mada'uun Ibsame - Caamsaa 25, 2023 25.05.2023
Hoogganoonni ABO Buraayyutti Hidhaa Keessa Turan Amma Eessa Akka Jiran Akka Hin Beekne Abukaatoon Isaanii Dubbatan - Ebla 20, 2023 20.04.2023
ABOn Hoogganoonni Isaa Ol’aanoon  Seera-ala Qajeelcha Buraayyuu Keessatti Hidhamanii Jiran, Jedhe Akka Hiikaman Gaafate - Ebla 12, 2023 12.04.2023
Weerarri Koleeraa Godinaalee Oromiyaa Shan Keessatti Hammaachuun Gabaasamaa Jira  - Bitootessa 30, 2023 30.03.2023
Bokkaan Kibbaa fi Kibba Bahaa Itiyoophiyaatti Roobe Jiraattota Booranaa Gammachiisuus Gama Biraan Yaaddoo Itti Uumee Jira  - Bitootessa 27, 2023 27.03.2023
Hoogganaa ABO ka Turanii fi Qabsaawaan Gameessi Obbo Damisee Kabbadaa Sardaa Du’aan Boqotan - Bitootessa 14, 2023 14.03.2023
Arsii Lixaa Keessatti Walitti Bu’iinsi Uumame Lubbuu Namaa Galaafate - Bitootessa 08, 2023 07.03.2023
Ka Mootummaan Oromiyaa Magaalota Tokko Tokko Walitti Dabalee Gurmeessuf Beeksise Jiraattotni Akka Adda Addaatti Ilaalan   - Bitootessa 07, 2023 07.03.2023
Hidhattoonni Murlee Maaliif Sudaan Kibbaarraa Gaambeellaatti Deddeebi’uun Haleellaa Geggeessu? - Bitootessa 06, 2023 06.03.2023
Qala'insa Jireenyaa fi Kaffaltti Manneen Barnootaa Dhuunfaa Laalchisee, Yaaddoo Maatii - Guraandhalaa 24, 2023 24.02.2023
Qellem Wallaggaa fi Wallaga Lixaa Keessatti Barsiisonni Miindaan Kaffalamuufii Dhabuurraa Akka Rakkataa Jiran Himatu - Guraandhalaa 21, 2023 21.02.2023
Giddaa Ayyaanaa Keessa Rakkoon Nageenyaa Jiru Qehee Ofiitti Deebi’uu Akka Isaan Hanqise Dubbatu, Jiraattonni Qehee Ofii Irraa Buqqa’an - Guraandhalaa 14, 2023 14.02.2023
Oromiyaa Keessatti Sababaa Rakkoo Nageenyaatiin Dhaabileen Tajaajila Fayyaa Hedduun Miidhaman Jedha Mootummaan  - Guraandhalaa 06, 2023 06.02.2023
Lakkoobsi Namoota Afaan Biyyootii Alaa Mana Ofii Keessatti  Dubbatanii Ameerikaa Keessatti Dabalaa Jira  - Guraandhalaa 06, 2023 06.02.2023
Koleeraan Naannoolee Oromiyaa fi Somaalee Keessatti Mul’ate Babal’aataa Jira Jedhame   - Amajjii 31, 2023 31.01.2023
Dorgommii Fiigichaa Jarmaniitti Geggeessamerratti Atileetonni Itiyoophiyaa Injifannoo Argatan - Amajjii 30, 2023 30.01.2023
Gargaaramtoonni Shawaa Kaabaa, Aanaa Yaayyaa Keessaa Rakkoof Saaxilamuu Himatan - Amajjii 25, 2023 25.01.2023
Dhimmoota Preizidaantiin Oromiyaa Godinaalee Wallagga Keessatti Mauraalee Hawaasaa Waliin Mari'atan Ilaalchisee Ibsi Kenname - Amajjii 24, 2023 24.01.2023
Tuuriziimii Ityoophiyaa - Amajjii 20, 2023 20.01.2023

Listen to the Sagantaalee - Sagalee Ameerikaa podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.