SBS

SBS Afaan Oromoo

News OM ↓ 248 episodes

Oduun bilisaa fi seenaa, sagalee SBS irraa, jireenya Austraaliyaa keessaa waliinii fi hawwasa Oromoo Austraaliyaan walitti si hidha.

Author

SBS

Category

News

Podcast website

www.sbs.com.au

Latest episode

Jul 8, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

How to access low-cost medical services in Australia - Akkaataa tajaajila yaalaa gatii gad-bu’aa Australia keessaa argachuu dandeessan 08.11.2023

Medicare subsidises a wide range of essential medical services, including visits to the doctor, blood and pathology tests, scans, x-rays, and some surgeries or procedures. It also covers annual eye tests by an optometrist, as well as child immunisations. - Tajaajilli fayyaa gosa hedduun kanneen akka ogeessa fayyaa ofii ilaaluu, laalama dhiigaa fi kanneen biroo , Raajii ka’uu, scan adda addaa fi ta...

When should you consider applying for a personal loan? - Liqii dhuunfaa argachuuf yeroo akkam iyyatnoo naqatuu qabdu? 01.11.2023

As more Australians than ever seek ways to manage their living costs, many are turning to personal loans. When shopping for options, it's important to research and carefully consider your circumstances before signing on the dotted line. - Lammiileen Australia yeroo kami irra iyyuu caalaa karaa baasii jireenyaa isaanii it to’achuu danda’an barbaadaa jiran kanatti, hedduun isaanii gara liqii dhuunfa...

Oongee fi Buseen Jiraattota Oromiyaa dhihaa miidhaa jira jedhu ob Naasirii fi ob Fayyeeraan 25.10.2023

Oongee fi Busaan jiraattota Oromiyaa lixaa miidhaa jira jechuun hawasni Oromoo birmataa jiraa jedhu warri dubbifne. Obbo Naasir Kaliil warra Australia Melbourne irraa odeeffatne, akkasumas obbo Fayyeeraa Abdisaa Biyya irraa ti.

How can you dispose of your unwanted clothes in Australia? - Australia keessatti uffata keessan hin barbaachifne akkamiin geggeessitu? 25.10.2023

Australians throw more than 200,000 tonnes of clothing into landfill each year. That’s an average of 10 kilograms of clothing per person. We can help combat Australia’s textile waste crisis by choosing to recycle, donate, and swap our unwanted clothing. - Lammiileen Australia waggaatti uffata toonii kuma dhibba lamaa ol bakka kuufamaatti dabratu. Sunis nama tokkoof giddu galeessaan uffata kiiloo g...

Ijoolleen Oromoo Afaan Ofii yoo baratan dhaloota borii tahu jedhu obbo Alamaayyoo Qubee 18.10.2023

Ijoolleen Oromoo Qubee Afaan Oromoo barachuun eenyummaa isaanii fi aadaa isaanii akka baratan isaan gargaara. Maatii warra isaanii waliin yeroo wal argagan afaan Oromoon dubbisuu fi jaalala qabaniif salphaatti walii mul'isuu danda'u. Obbo Alamaayyoo Qubee, Australia Melbourne keessatti ijoollee Oromoo qubee barssisaa jiru,

Is it your time to learn a musical instrument? - Meeshaa Muuziqaa barachuun dansa 18.10.2023

Do you have a neglected musical instrument sitting at home? Perhaps you want your child to experience the countless benefits of music lessons. Or maybe you’ve always longed to play in a group. Whatever the reason, learning to play an instrument is enjoyable and a social experience, with opportunities all around you. - Meeshaa muuziqaa gatamee mana taa’u qabduu? Tarii mucaan keessan faayidaa lakkoo...

Australian Sagalee referendamii warra abbootii dachee(indigenous) “Lakki” jedhte 17.10.2023

Refrendamii seena-qabeessa Sanbata xiqqaa dabre gaggeeffameen kutaalee biyyattii jaha fi Northern Territory keessatti sagaleen “Lakkii”galmaa’eera. Sagalee eeyyee kan galmeesse Magaalaa guddittii Australia qofa ture.

Shanan Kabajuun haadha daa'imaaf Miira jabaa kenna jedhu warri dubbifne 11.10.2023

Shanan ykn Abooxaa (Oromia mara keessatti jecha biraan beekamuu danda'a). Dubartoota Oromoo biratti maaliif kabajama? Haadha daa'imaaf bu'aa maal qaba? Shanan maalfaa of keessaa qaba kanneen jedhan bal'inaan olitti caqastu.

How to sell your second-hand car in Australia - Australia keessatti konkolaataa keessan gurgurachuuf wanneen beekuu qabdan 11.10.2023

Depending on where you live in Australia, selling a second-hand car differs. Regardless of your state or territory, the following checklist can help you navigate your vehicle selling experience successfully and stress-free. - Australia keessaa bakka jiraattan irratti hundaawee, akkaataan konkolaataa harka-lammaffoo gurguruu adda adda. Kutaa kam ykn naannoo kamuu yoo jiraattan waanneen barbaachisoo...

Irreechi Eenyummaa keenya jedhu obbo Daanyee Dafarshaa 04.10.2023

Irreechi wagga waggaan ummata Oromoon kabajama. Biyya keessaa yeroo dhihootti kabajuuf qophii irra yeroo jiran Australia magaalaa Melbournitti Onkololeessa 1 bara 2023 Wilson Botanic Park Berwick bakka jedhmutti kabajamee oole. Irreechi eenyummaa dha, nagaa fi jaalala jedhu hirmaattotni irreecha irratti yaada kennaniin.

Hirmaatnaa Oromoo fi saboota kaan 27.09.2023

Qophiin ummata aada danuu Kibba Melbournitti gaafa Fulbaana 23 bara 2023 HWPL, dhaabbata nagaa addunaaf jedhu bara 2013 dhaabateen gaggeeffame. Qophii kana irratti hawaasni adda addaa kan argaman yemmuu tahu Dargaggoonni Oromoo qophii agarsiisa aadaa taasisanii turan. Kaanis argamuun daawwataniiru. Haala guyyaa kanaa warri dubbifne akka oliitti nuu ibsaniiru.

Sagalee Referendamf Yaada namootaa 27.09.2023

Mootummaan Federaalaa Sagalee Warra Abbaa Dachee (Indigenous) Parlamaa keessatti dabaluuf Australiayanotni akka murteessaniif referendamii yaame. Guyyaan Onkololeessa 14 bara 2023. Jiraattotni biyyaa yaada maal qabu? Ummatni Oromoo , lammummaa qabu kana irratti yaada akkam qaba? Akkasumas namootni kaan yaada akkam qabu, akkamittis filuuf deemu, wanti hin hubatin akkmitti hubachuu danda’u kan jedha...

What is Capital Gains Tax and who needs to pay it? - Gibira Bu'aa irrattii jechuun maal? Eenyutu kafaluu qaba? 27.09.2023

Capital Gains Tax (CGT) is an important tax liability added to your taxable income for the financial year. It is not a separate tax. Read more to understand what it is and how the Australian Taxation Office (ATO) enforces it. - Gibira bu’a irrattii (Capital Gain Tax) waan nama irra jiru herrega waggaatti kan galii ofii irraa gibira kafaluun barbaachisu dha. Gibira addaa miti. Irra caalaa hubachuuf...

How do you prepare for the Australian citizenship test?  - Qormaata lammummaa Australiaf akkamiin qophoofta 20.09.2023

Becoming an Australian citizen is an exciting and rewarding experience for many migrants. But to achieve citizenship, you must first pass the Australian citizenship test. It measures your knowledge of Australia's history, culture, values, and political system.  - Qormaata lammummaa Australia fudhachuuf qohaawuu barbaachisa. Namoota Australia dhufan bayyeedhaaf lammummaa Australia fudhachuun gammac...

Gaaffii fi Deebii C. Ying waliin Qophii Magaalaa Dandenong 14.09.2023

Guyyaa gaafa Fulbaana 23 , 2023 sa'a 12 irraa eegalee, qophii walitti dhufeenya hawaasaatu jira. Guyyaa kana hawaasni adda addaa aadaa ofii fi wallee aadaa garagaraa agarsiisu. Oromoon warra qooda fudhatan keessaa tokko. Dhimma kana irraatti warra qophii kana qopheessan dubbifne olitti caqasaa.

City park rules and etiquette in Australia: what's allowed and what's not - Seera dirree ummataa(park) kan magaalaa fi naamusa eegamuu qabu 13.09.2023

Who doesn’t love a picnic outdoors when the weather is right? Park hangouts are a favourite for people in Australia. Here are some rules and etiquette tips for when using your local park to ensure everyone is enjoying their time. - Yeroo qilleensi gaarii tahu hunduu gadi bahee waliin bohaaruu ni fedha. Keessattuu dirree ummataa (park) wal arguun Australiyaanotaan aadeffatamaa dha. Yeroo dirree umm...

Irreecha is peace 06.09.2023

Irreechi Nagaa dha. Irreechi bakka eebaa, gammachuu fi walitti dhufeenyaa ti.

Managing daycare sickness: tips for new migrants and first-time parents - Dhukkuba bakka oolmaa daa’immanii to’achuu: gorsa godaantota haaraa fi warra jalqaba ijoollee godhataniif 28.08.2023

The decision to begin childcare at an early stage might appear beneficial for both your child and your career. However, it has the potential to disrupt the lives of many families, particularly those who are new migrants or first-time parents. What steps can recently arrived migrants take to adequately prepare their families for effectively managing this challenge? - Ijoollee xiqqummaatti bakka ool...

What are the requirements when moving interstate? - Yeroo kutaa biyyaa irraa gara kutaa biraatti sochootu waan si irraa eegamu. 28.08.2023

Every year, hundreds of thousands of Australians relocate interstate for work, education, lifestyle, family, or better community support. As laws, regulations and service providers may differ around the country; a checklist can help your move go smoother. - Awustraaliyaa keessatti lakkoofsi namoota kutaa biyyaa jijjiirratanii dabalaa deemaa jira. Sababa barmootaa, akkaataa jireenyaa, maatii fi akk...

Voice Referendum: What is it and why is Australia having one? - Sagalee Referendemii: Maal inni Awustraaliyaan maaliif qabaachuu qabdi? 28.08.2023

Australians will vote in the Indigenous Voice to Parliament referendum on October 14. Here’s what you need to know about the process, including why it’s taking place, and the information that communities can expect to help guide their decisions at the polls. - Ummatni Aboriginal fi Torres Strait Islander Heera Australia keessatti beekamtii akka hin qabne beektuu? Mootummaan Federaalaa Sagalee Warr...

Decoding Australia's inheritance laws: your rights and obligations explained - Seera Dhaalmaa Australia keessaa hiikuu: Mirgaa fi dirqamni kee asi keessatti ibsameera. 21.08.2023

Unlike some other countries, Australians do not pay an inheritance tax on the assets they inherit. Even so, strict inheritance laws are in place, and with more than 50 per cent of Australians dying without a Will, the courts often intervene. - Akka biyyoota biroo, lammiileen Australia qabeenya dhaalmaan argatani irratti gibira hin kaffalan. Haa tahuu, seerri dhaalmaa cimaan haa jiraatu iyyuu , lam...

Hawaasa keenya keessaa Afaan Oromoo SBS irratti eegaluu irraa maal jedhu? 01.08.2023

Afaan Oromoo SBS irratti Adoolessa 2023 eegale. Keessummootni dubbifne miira itti dhagahame dubbatu. Oduu gammachiisaa dha, hawaasni keenyas jabaatee yaadaan deggeruu qaba jechu.

How to prevent family violence in migrant communities in Australia - Gaja'umsa Maatii keessaa ittisuu 01.08.2023

Family, domestic and sexual violence are major health and welfare issues in Australia, as two in five people have experienced physical or sexual violence since the age of 15. Family violence can affect anybody, but migrant women face additional barriers when they need to get help. - Australiyaa keessatti gaja'umsi mana keessaa, kan maatii fi saalummaa fayyaa fi nagummaa maatii irratti rakkoo gudda...

Listen to the SBS Afaan Oromoo podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.