Ilmaormaa

ILMAORMAA

Society OM ↓ 284 episodes

Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !Ashamaa!! Baga Nagaan Dhuftan! As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina. Dhihaadhaa!!Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)

Author

Ilmaormaa

Category

Society

Podcast website

podcasters.spotify.com

Latest episode

Jul 9, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

S.5 Ep 78 Conversation about the History, Struggles, & Triumphs of the Irish People - Part I 28.08.2022

This week, we start with part I of the two parts conversation about the long history, struggles, challenges & triumphs of the Irish people with my guest Hugh. Please tune in & take the fascinating journey with Hugh when he aptly discusses the mythology & history of the Irish people that stretches back to thousands of years & touches the shores of Africa.

S.5 Ep. 77 Diinagdeen Weyta "Liberalized" Taatuu, Warra Kamtu Biyya Dhuunfachuuf Deemaa? 21.08.2022

Sagantaan torban kanaa qophii torban dabrerratti hundaahuun "economic liberalization" amma gaggeefamaa jiruufi babballachuuf deemu keessatti warra kamtu faaydeeffachuuf, warra kamtu ammo miidhamuuf deemaa? irratti yaada gaggabaaduu laatuuf yaalii gooti. Dhihaadhaa!

S.5. Ep. 76. Gaanfa Afrikaa Keessatti Humnoota Kamtu Warra Lafaa Meeshaa Godhate Wal-lolaa, Jiraataa Ture? 14.08.2022

Sagantaan torban kanaa, yaada dhuunfaa dubbii seena Gaanfa Afrikaarraa haga muraasa dubbachu taha. Gaanfa Afrikaa keessatti humnoota kamtu bara dheeraaf walhadhaa ture? Seenaa lolaa humnootni kun ol-aantummaaf gaggeessaa turan seenaa ummatoota warra lafaati jachuu dandeenyaa? Dhihaadhaa!

S.5.Ep. 75. Kitaaba "Principles for Dealing with the Changing World Order" Jattuun Walbarsiisu. 07.08.2022

Torban kana Kitaaba, "The Changing World OrderWhy Nations Succeed and Fail" kan Ray Dalion barreeffamte warra dubbisu fedhu karaarra buusuuf mataa-mataarraa gabaabsine dubbanna. Dhihaadhaa!

S.5 Ep. 74. Premier League Season 2022/2023 Irratti Yaada Gaggabaabdu 30.07.2022

Qophee torban kana jalqabamu Premier League 2022/2023 Season sababfachuun waan kubbaa-miilaarraa qabxiilee garagararratti yaada kennanna. Dhihaadhaa!

S.5 Ep 73. Barruu, "Who lost Ethiopia?" Irratti Yaada 24.07.2022

"Who lost Ethiopia? The unmaking of an African anchor state and U.S. foreign policy" mata duree jattu jalatti Verhoeven fii Woldemariam, "Contemporary Security Policy" gubbaatti guyyaa 24 Jun 2022 maxxansanirratti yaada dhuunfa dhiheessa. Dhihaadhaa!

S.5 Ep. 72 Conversation with Khadijah Abdurahman, an Independent Researcher & More 17.07.2022

In this week's episode, our guest Khadijah covers child welfare system, issues of Indigeneity, the perils of the hyped A.I , the cyclical politics in the HoA & much more that only a person of her calibre can comfortable address. Please, tune in!

S.5 Ep. 71 Janaraal Abdiisaan "Humni Poolisa Oromiyaa Maaliif Ummatatti Roorrisaa?" Deebi Nuuf Laata. 10.07.2022

Seenaa Ijaarsa Poolisii Oromiyaafi rakkolee keessatti mullatan keessummaan keenya torban kanaa ball'inaan irraaa dubbata. Dhihaadhaa!

S.5 Ep. 70 Kitaaba Jonathan Aldred, "Licence to be Bad " Irraa Gabaabdu Dubbanna 03.07.2022

- Hawaasni Amma keessa jirru kun yaada eenyurratti utubame ijaarame?  - Uuma ilmanamaa seeti akkam jiraarratti utubanii yaada isaani ijaarratan? - Waggoota 50 dabran keessatti Jijjiirmaa gama siyaasaa, hawaasummaafi diinagdee mull'ataniif eenyuufaatu qooda guddaa qaba? Yaada akkam jiraa maddisiisani? Gaaffilee kkf deebi Kitaabni kun laaterraa gaggabaasuun waluma hawwachiisuuf dhiheessina. Dhihaadh...

S.5 EP.69 Waltajjiifi Bobbaa Siyaasaa Baball'iffachuun Hammeenya Maal Qabaa? 26.06.2022

Kurfii torban kanaa keessatti bobbaa fii ijaarsa siyaasaa baballifachuun barbaachisaa, yaada jatturraa dubbanna. Dhiihaadhaa!

S.5 Ep. 68 Marii Dr. Bizuneh, Barsiisaa Polotikaa, Wajjin Gaggeessine- Kutaa II 19.06.2022

Marii torban kanaa keessatti: Mootummooleen naanno mirga  waahee lafaa, barnootaafi baajata(fiscale autonomy) irratti heeraan qaban akkam ture? Mootummooleen naanno mirgoota, imaammataafi bulchiinsa lafaa, barnootafi baajatarratti qaban hagam hojiin hiikan? Waggoota 25(1995 haga 2020) mootummaan EPRDF mirgoota naannoleen qaban tooftaaa akkam jiraan irraa sharafaa deemaa ture? Gaaffilee kkf ba...

S.5 Ep. 67 Dr. Buzunaa- Barsiisaa Polotikaa - Wajjin Waahee Federaalummaarraa Marii Gaggeessine--- Kutaa Duraa. 12.06.2022

Waltajii siyaasaa gubbaatti warri gariin, "nuti humna Federaalaawaati. Warri kaan warra Unitaari. Wara nyaapha federaalummaa sab-daneessaati" jadhani himatu. Garuu, nama hagamtu waan sirni Federaalummaan tahe sirriitti keessa beeka? Deebi gaaffii  kanaafi kan kkf danuu isaaniitiif marii kanarraa argattu. Marii kana keessatti: waan sirna Federaalummaa ilaalchisee gaaffiilee gurguddoo isin qaba...

S.5 Ep.66 Mootummaa Warra Ankober Buqqisuu Moo Tinn'isuut Oromiyaaf Fala? 05.06.2022

Sagantaa duraa kan Marsaa 5ffaa (season 5)  gabaabdu kana keessatti: - Mootummaa warra Ankober tan gatantaraa jirtu tana Oromoon tinisuu mo buqqisuutu isaa woyyaa? - Bu'aa qabsoo warri aangoo mootummaa qabachuuf gaggessu ummataafj biyyaaf qabu - Qabsoo warri biyyaa(indigenous) gaggeessaniifi bu'aa isaa, fii - Kubbaa Miilaa Kilaboota Awuroopa ka barana xumurameerraa dubbanna. DHIHAADHAA!

SEASON 5. Trailer 28.05.2022

TRAILER(Dhaadhessa)! Marsaa 5ffaan(season 5) torban dhufu, Waxabajjii guyyaa 5, irraa kaasee eegala. Dhihaadhaa!

S4.Ep 65. Conversation with Nunu Wako 01.05.2022

This week, our guest is Nunu Wako. In this episode we talk about:  -  the security situation in the HoA - the dynamism of the Oromo youth movement & its continued contributions towards the betterment & defence of the interests of Oromo people - the Gadaa system & its institutions & values & their contribution to fostering democracy - her time with the office of the Pr...

S.4 Ep 64. Haasaa Hogganoota Waraanaa Jidduu Gaggeeffamteefi Galii Qabsoo Hidhannoo 24.04.2022

Sagantaa gabaabduu tana keessatti: - Haasaa hogganoota waraana lama jidduu taate - Qabsoo hidhannoo Oromiyaa keessatti gaggeessuu - ummatni Oromiyaa diddaaf amallee qophii tahuu dhabuusaarraa

S.4.Ep 63. Dr. Ibsaa Dugda Kallachaa Wajjin Kutaa 2ffaa 17.04.2022

Dr. Ibsaan qormaata, "Protests, Development and Democratization in Ethiopia, 2014-2020" irraa dubbata : Dhihaadhaa! Yaadaafi qeeqa qabdan toora Telegram  t.me/ilmaormaa1 dhaamaa.

S.4. Ep62 Marii Dr. Ibsaa Dugda Kallachaa, Hayyuu Polotikaa, Waliin Gaggeesine 10.04.2022

Mariin kun qormaata Dr. Ibsaan, "Protests, Development and Democratization in Ethiopia, 2014-2020" gaggeesserratti hundaaha. Waan baayyeerraa dubbanne. Caqasaa!

S.4 Ep 61. Yaadannoo J. Galaasaa Dilboo 03.04.2022

Yaadannoo Jaal Galaasaa Dilboo fii Seenaa Qabsoo Bilisummaa Oromiyaarratti Telegram : < https://t.me/ilmaormaa1 >

S4.Ep60 Haasawaa Injinaar Baallamii Waliin 26.03.2022

Sagantaa Kana keessatti, injinaar Baallamii waliin haasaa dheertu gaggeessine. Mee qalbiin caqasaa! Telegram: https://t.me/podcast_ilmaormaa

S4 Ep.59 Injinaar Dhaabaa Urgee Waliin Haasawaa Gaggeessine 20.03.2022

Torban kana injinaar Dhaabaa wajjin amna qabsoo Oromiyaa ka dabree, hardha sadarkaatti jiruufi ka heegarillee waan baayyeerraa  dubbanne. Dhihaadhaa! < Telegram: (https://t.me/podcast_ilmaormaa)>

S.4.Ep58 Hammeenya Raawwatame Jadhamee Naanneffamaa Jirurraa Hagam Fagoo Jirraa? 13.03.2022

Gocha sukkanneessaan mull'ifamu kun, woyi ka duraatii ? Amma dura bakka heeddutti bifa garagaraan raawwatamaa hinturree? Waltajjiin siyaasaa Oromiyaa gochoota kana fakkaatanirraa bilisaa? Gaaffiilee kkf irraa dubbatama-- itti dhihaadhaa. 

S4.Ep 57. Yaadasaa Badhaasaa, Hayyuu "International Relations", Waliin Haasawa 06.03.2022

Waan Waliin Haasofne Keessaa: - Ajjeechaafi gidiraa godinaalee Oromiyaa keessatti ganna afran dabran raawwatamaa jiru - Dagaagina qabsoon bilisummaa Oromiyaa dhaloota tokko gama dhaloota kaanitti agarsiise - Aadaa, hoodaafi seera Gadaa maaliif guddisuun dadhabame? ***Yaada, qeeqa, keessumma dubbifamuu mala jattaniifi kkf teessoo keenya "Telegram" kanagubbaatti nuuf dhaamaa --- (https://t.me/podcas...

S.4 Ep56. Ukraaniyaafi Ruusiyaan Maalirratti Waldhaban? 27.02.2022

- Seenaa gabaabdu hariiroo Ukaraaniyaafi Rusiyaa - Madda rakkoo isaan jidduu jadhamee himamu - Walitti-bu'iinsa bara 2014 irraa egalee mulla'ataa jiru - Seenaa fii dhibdee isaan jidduu deemaa jiruufi birmannaa biyyoota biroorraa maal baranna?

S.4 Ep. 55 Haasawaa Prezidaantii Leylaa Wajjin 20.02.2022

Prezidaanti Waldaa Hawaasa Oromiyaa Minesootaa wajjin goone keessatti: - Deemsa qabsoo bilisummaa Oromiyaa - Gamtaa jaarmayaalee bilisummaa Oromiyaa - Hojii diplomasiifi advocacy keessatti hirdhina jiranuufi milkii argamanifi kkf Telegram : < https://t.me/podcast_ilmaormaa >

Listen to the ILMAORMAA podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.