Ilmaormaa

ILMAORMAA

Society OM ↓ 284 episodes

Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !Ashamaa!! Baga Nagaan Dhuftan! As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina. Dhihaadhaa!!Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)

Author

Ilmaormaa

Category

Society

Podcast website

podcasters.spotify.com

Latest episode

Jul 9, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

S4.Ep54 Haasawaa Weellistuu Muluu Baqqalaa wajjin 13.02.2022

Haasaa Keenya Keessatti: - Haala Jiruu dubartootaa Oromiyaa Keessatti - Maaliif dubartoonni hedduun waltajjii artiirraatti mull'achuu hanqatan - Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa sadarkaarra jiruu - National Dialogue jadhamu kun bu'aa Oromiyaaf qabaachu-dhabuu isaa - Hawaasa Oromiyaa Austraaliyaan moggeeffamusiifi kkf Telegram : <https://t.me/podcast_ilmaormaa>

S4.Ep53. Haasawaa Janaraal Abdiisaa Wajjin 06.02.2022

Marii biyyooleessaa afarfamaa jirurraa Oromiyaan qooda qabdii? Maaltu nagaa waaraa argamsiisuuf guufu tahaa? Gaaffiilee kanaafi kabiroo kana fakkaatanu dhaleessuun ball'inaan irraa dubbanne. Itti dhihaadhaa! Telegram: <https://t.me/podcast_ilmaormaa>

S.4 Ep 52. Haasawaa Qabsaawaa Gameessa fii Entrepreneur, J. Fatii Abbaamaccaa Waliin Gaggeessine 30.01.2022

Haasaa keenya hardhaa kana keessatti dantaa bilisummaa Oromiyaa laalchisaa qabxiilee baayyee kaasne yaada walii jijjirree jirra. Telegram: <https://t.me/podcast_ilmaormaa>

S4. Ep 51. Haasawaa Hayyuu Soshologiifi Falmattuu Mirgaa - Badittii Abbaajifaar 23.01.2022

Hasawaa kana keessatti: - Jaarmayaaleen Oromiyaa hagam balballisaani qarreefi qeerroof banaa akka tahe - Hirdhina ijaarsa dhabuu fideefii fidaa jiru - Gufuu waltajii qabsoo bilisummaa Oromiyaa gubbaatti dubartoota addatti mudatuufi kkf Telegram: <https://t.me/podcast_ilmaormaa>

S4. Ep 50. Haasawa Falmattuu Mirgaa fii Hayyuu Polotikaa Faaxumaa Badhaasoo- Kutaa 2ffaa 16.01.2022

Kutaa Lammaffaa kana keessatti: - Araara humnoota Abashaa lameen jidduu deemaa jiru - Jaarmayaa Oromiyaa bifa, aadaa fii eenyumaa Oromiyaa calaqqisurratti utubuu - Qooda dubartootaa waltajjii siyaasaa fii hawaasummaa kan Oromiyaa gubbaatti - Hirmaannaa Qabsoo 'Tweeter' gubbaatti gaggeeffamaa jirurratti fii kkf ball'inaan  Telegram: <https://t.me/podcast_ilmaormaa>

S4. Ep 49 Haasawaa Falmattuu Mirgaa fii Hayyuu Polotikaa, Faaxumaa Badhaasoo Wajjin- Kutaa I 09.01.2022

Hasawaa ball'oo kana keessatti: -  Haala Oromiyaa - Injifannoo galmaawanii fii hirdhinoota mull'atan - Fuuldratti oofuuf maalfaa gochu akka qabnuu fii waan heddu ka biroo   Telegram: <https://t.me/podcast_ilmaormaa>

S3.Ep.48 Amna Ganna Tokkoo 31.12.2021

------- BAGA BARA HAAREYSA 2022n ISIN GAHE! - KA BARANAA, KA BARA HEDDU!!----------- - Waan Waggaa Tokko Hojjannerraa Gabaabsaan - Resolution kan bara 2022

S3.Ep 47. Boqonnaa Haarayaa 26.12.2021

- Ajeechaa Abdujabar Huseen (NPR) - Habashoonni Yaroof Walhadhuu dhaaban - Janaraal Xaadqaan - Habashoonni Shaggar Jiran Aangoorra Turuuf tarkaanfii fudhachuu malan - sirna jiru diiguu - Waltajjii Siyaasaa Oromiyaa 

S3. Ep46 Hogganoonni Durii ABO Maaf Jaarmayaa Kana(garee tokko) Balaaleffatu? 19.12.2021

- Namoota Faarsuurraa gara Gamataa Jabeeffachuutti waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa yoom taakkaa? - Ulaagaa Goota , Hayyuu, Qabaahaa-bilisummaa, Lammiin-boonaafii kkf  waltajjiin siyaasaa Oromiyaa lafaa qabaa? - Waltajjiin siyaasaa Oromiyaa gandaa fii gosaaan walfoohurraa adda bahuu dandahaa?   -  Haalla siyaasaa gaanfa Afriikaa dhaabbata hinqabneefii qooda Turkii 

S3.Ep 45 Dhibee Gurguddaatu Waltajii Siyaasaa Oromiyaa Gubbaatti Mull'ata 12.12.2021

- Ajeechaa Karrayyuurratti raawwatameefii hawaasa ball'aarraa baabasadhaba - Haala hawaasa keessatti mull'ataniifi  ajajaan WBO, J. Marroo Kumsaan. itti rakkataa jirurrattti yaada - Lolli gurmuu Habashoota lamaan jidduu deemaa jiru qaqabbanaahuu - Dubbiin siyaasaa Oromiyaa suutumaan waltajii siyaasaarraa moggeeffamuufi kkf

S3.Ep44 "Barcuma Kabajaa Abbaatu Of-jalaan Deemmata" 05.12.2021

- Ajeechaan Ummatarratti Raawwatamu Guddachaa fii Fardeeffamaa Adeemaa jiraachu - Jaarmayaa Mirga Namaa Falmu Kan Ummata Oromiyaaf Qooqa Tahu Dhabuu - Jaarmayaaleen Siyaasaa fii Humni Waraanaa Ajeechaafii Miidhaa Ummatara Dhaqqabu Silaa Gabaasuurraa Of-qusate - Dubbii Lola Xobiyaarrat Warri Adiin Of-duuba Deebi'iaa ka jiru fakkaata. *Yaroo waan dhabeef 'edit' hingoone. Ka jall'ate qajeelfataa, caq...

S3. Ep 43. Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa Ka Xaliilaa Deemaa Jiru Hinfakkaatu 28.11.2021

- Maanguddummaan/araarri ka milkaahaa jiru hinfakkaatu - Lolli yaroo heerragamerraa dheerachu mala - Warri PDCI(Peace & Development Center Intl) dhoksaan maal gaggeessaa? Eenyutu iccitii isaanii ga'bbaasutti shakkamaa?  - Kaayyoon Oromo fedhii warra PDCI wajjin walsimataa? Hoggani gurmuu kanaa seenaa keessatti yaroo inni Oromiyaaf baabse jiraa? - Sheeko - sheeko Diagoras warra Griik fii dubbii Sur...

S3.Ep42. Waan Asdeemaarraa Yaada Gabaabaa 21.11.2021

- Mariin Araaraa Garamitti Adeemaa Jira Fakkaata? - TPLF Yoo Angoot Kadeebituu Daandii Siyaasaa, Diinagdeefii Waraanaa Kamfaarraa Deemuu Maltii? - Warri Oromiyaa Mootummaa Cehumsaa(ykn Kabiraa) Akkamii Ijaaruuf Deemu? Miragasan Essarraa/Eenyurraa Argatan?

S3.Ep41. Humni Oromiyaa Waltajii Marii Araara Gubbaa Maaf Dhabame? 14.11.2021

- Glasgow Climate Pact(Murtii COP26) maalfaa waan haarayaa murteesse? - Warra kamtu murtii Glasgow Climate Pact irraa quufa dhabe? - Qoqqobbiin Diinagdee warra Eritraarratti murame hagam miidhuuni dandahaa? - Humni Siyaasaa Oromiyaafi OLAn biyya dhuunfatanii taliiguuf ammallee qophii gahaa hinqabanii dubbiin jattu maal akeekti?

S3.Ep 40 Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa Ititee Qabsoo Bifa Bayyanataan Gaggeessuuf Qophii Gahaa Qabaa? 07.11.2021

- Taatewwaan torban kana karaa mootummootaafi jaarmayaalee ambaarraa - Ajandaa Shan Waltajjiin Siyaasaa Oromiyaa haala haaryaa mull'ataa jiruufii mull'atuuf deemu milkiin Gaggeessuuf Qophii Tahuu-Dhabuusaa Madaaluuf

S3. Ep39 Kandabrerraa Barachuun Ka As Deemaaf Hagam Qophooftanii Jirtan? 31.10.2021

- Waan yaroo gabaaba as deema isin mudaturra aanuuf maal karoorfattani jirtan? - Galii guddoo bira gahuuf maal malattanii lafaa qabdu? - Akka baroota dabranii san ka dhufee-dabraa maraaf harka dhahuu, shubbisuufi ragaduurraa dhaabbachuuf sammuu ofii qopheessitanii jirtu? - Gaangee warra aango qabatu mara jala kurkuruun "nu gahe!" jattani gaaraa murattanii?

SE3.Ep38 October guyyaa 31 haga November guyyaa 12 bara 2021 Idil-Aduunyaan Maaliif Magaalaa Glasgowt Walgeessi? 24.10.2021

 Waan waggoota 30n dabaran marihatameefii murteeffameen addatti COP26 waan haarayaa kan aduunyaa furu maalfaa murteessuuf deemti?  Waahee "Global Warming" Qorachuufii marihaachuun yoom jalqabame? Eenyufaatu xurree saaqe?  COP1 haga COP25 waan jajjaboo maalfaa murteessan?  Dubbii "Global Warming" fii miidhama uumamaa(environmental degradation) falmuun yoom eegalame? Eenyufaatu a...

S3. Ep.37. Qonnaan Jiraattoota aduunyaafi Warri Qonnarratti Qormaata Gaggeessu UN Morman 17.10.2021

- "United Nations Food Systems Summit" maaliif qonnaan jiraattootaafi qorattoota warra isaan deeggaran ofirraa fageesse? -  Maaliif Qonnaan Jiraattonni Afrikaa gariin "Alliance  for  a  Green Revolution  in  Africa  (AGRA)" dura dhaabbatan? - AGRAn Qonnaan Jiraattoota Afrikaaf faaydaa moo miidha itti fide? - Warri tujaaraa maaf qaalitti Agnes Kalibata jadhamtu of dura qabaa? Maaf warri Afrikaa amm...

S3.Ep36 Galiin Warra Dirree Qabsoo Jiruu Maal? 11.10.2021

- Warri UN, EU fii US Habashoota lameen keessaa tokko filachuun rakko kan itti tahe fakkaata - Oromon waltajjii siyaasaa baayyeetti faffaca'ee jiru kun ummata miidhaaf hinsaaxilu? - Aadaan waltajjii siyaasaa Oromo kan kaleessa dhibdee guddoo uume sun, hardha jijjiirame jiraa? - Twitter gubbaa qooqni Oromo xiqqaa

S3.Ep35. Oromoon Ofiin Ijaaramu Maaliif Uggurama? 03.10.2021

- Qoqqobbii Motummaan Ameerikaa dabarsee fii yoo AGOA itti ida'e miidhaa ummataa - Humna maqaa Oromon TPLF jalatti ijaaruun faaydaa maal qabaa? - Duula Propganda Habashoota jidduutti waltajjii hawaasummaa gubbaattti deemtu

S2.Ep34 Afriqummaa(gurraachummaa) Jabeeffachuu 12.09.2021

- Odeessa Habashaa lameen walhadhaa jirtu araarsuuf haalduree kaayaman - Asaasa ijoolleen Oromiyaa bifa haarayaan, beekumsaan masakamtee qooqa ofii ol-ka'aan gurraachummaa ofii mirkaneessuuf bobba jalqabuu qabdii

S2.Ep33. Guduunfaa Hiikuun Dadhabame!? 04.09.2021

- Rakkoo HoA furuuf carraaqqiin haga hardhaa godhaman furmaata hinargamsiifne - Dhibeen HoA guddaan aadaa gari-gariifii qor-qalbii namaa keessa jiraattinnaa? - Balloo, dhibee fii furmaatni HoA seenaa warra abbaa lafaa keessa dhokatee jiraattinnaa?  - Eenyuu ka yaroo mara "ka'i !" jadhamee biddatti darbamu; warra kamii ka ofii nagaan taa'ee ilmaan hiyyeeyyii lolatti bobbaasu? - The Wampum Pray...

S2Ep32. Hayyee! Maalitti Jirma? 29.08.2021

 Waljijjiirraa Yaadaa J. Abdiisaa Waliin: - Haala HoA keessatti mull'achaa tureefii mull'ataa jiru - Humnoota akka jaboo humnaa leejisaa fii hidhachiisaa jiran - Nagaa waaraa argachuuf maaltu dalagamuu qabaa ? - Haalli amma mull'atu kun wolmariin yoo gaggeeffame male gaaga'ama dhaqqabu malu - 

S2.Ep31 Haga Yoom Ofirratti Humna Biraa Aangoomsuun Itti fufaa? 21.08.2021

-  Siyaasaan gandummaarrat utubamtee "ijaa baafannaaf" gaggeeffamtu biyyaaf faaydaa qabdii? - Haga yoom Oromoon gartu Habashaa ofirrat moosisaa; ofiihis walirraatti duulaa jiraataa? -  TPLF fii Warri EPRDF hafan marti yakka bulchiinsa isaani jalatti raawwatameef seeratti dhihaatu qaban  - Xobiyaan nagaa waaraa argachuuf waltajiin ummataa fii humnootni siyaasa mara walqixa hirmaachis...

S2.Ep30. Jiijjiiramni Haala Qilleensaa Akkaan Sodaachisaa Tahee Jira - Gabaasa IPCC AR6 14.08.2021

- IPCCn maali isiin, maal dalagdi - gabaabsaan - Uumama akkamiin gargar qoodani qoratu? - Jijjiirama haala qilleesaa(climate) tooftaa kamiin qoratu? - Gabaasnii haareysi kun maal faarraa dubbataa? - Gabaasa kana dhagahuun maaliif na fayyadaa? Fii kkf 

Listen to the ILMAORMAA podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.