VOA

Tamsaasa Sagaleen - Sagalee Ameerikaa

News OM ↓ 50 episodes

The Voice of America(VOA) is a Washington, D.C.-based news organization broadcasting accurate, reliable news and feature programs on radio, television and the Internet.  VOA broadcasts over nine hours of radio/audio programs weekly in Amharic, Tigrigna, and Afaan Oromoo

Author

VOA

Category

News

Podcast website

www.voaafaanoromoo.com

Latest episode

Dec 1, 2024

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

Gimbii, Dambi Doolloo fi Gaambeellaa Keessatti Riphee-loltoonnii fi Humnoonni Mootummaa Walitti Dhukaasuun  Himame - Waxabajjii 14, 2022 14.06.2022
Qorannaa Haleellaa Bara Dabre ‘Kaapitol Hiil’ Irratti Geggeessamee - Waxabajjii 14, 2022 14.06.2022
Mootummaan Naannoo Oromiyaa Hidhamtoota Kuma Sadii Ol Dhiifamaan Gad-lakkisuu Beeksise - Waxabajjii 13, 2022 13.06.2022
Naannoo Benishaangul Gumuz Keessatti Hojiin Qonnaa Deebi'ee Jalqabamuutu Dubbatama - Waxabajjii 08, 2022 08.06.2022
Lammiileen Itiyoophiyaa Miliyoona Tokkoo Ol Dhibee Busaan Qabamuu Ministeerri Fayyaa Biyyattii Beeksise - Waxabajjii 07, 2022 07.06.2022
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa fi Oduuwwan Ispoortii Biraa - Waxabajjii 07, 2022 07.06.2022
Magaalaa Sooyyamaatti Namoonni Gujii Lixaa fi Bakkawwan Biroorraa Gabaa Deeman 9 Ajjeefaman, Jedhame - Waxabajjii 06, 2022 06.06.2022
Ijoolleen Godaantotaa  Ijoollee Ameerikaatti Dhalatan Caalaa Milkaa’ina Kan Argatan Maaliifi? - Waxabajjii 06, 2022 06.06.2022
Poolisiin Ayyaana Id Al Faxir Irratti Aara Imimmaansu Dhukaasuutti Shakkame Guyyaa Sadaffaaf Mana-murtiitti Dhihaate - Caamsaa 31, 2022 31.05.2022
Gareen Waloo Poolisii Fininnee fi Poolisii Federaalaa Shakkamtoonni Yakkaa Dhibba Sadi’ii Ol Tahan Qabaman, Jedha - Caamsaa 26, 2022 26.05.2022
Obbo Sintaayyoo Tolaa Eenyu Turan? - Caamsaa 26, 2022 26.05.2022
Koloneel Gammachuun Mana Hidhaatii Akka Hiikaman Murtaahus Ammalee hin Bahin Jiran - Caamsaa 24, 2022 24.05.2022
Dorgommiilee Atileetiksii Naannoo Addunyaa Adda Addaa Irratti Atileetonni Dubartootaa Itiyoophiyaa Injifatan - Caamsaa 23, 2022 23.05.2022
ABOn Gabaasaan Koomishinni Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa Waa’ee Hooggansa Isaa Hidhaa Jiranii Baase Jalqabbii Gaariidha, Jedhe - Caamsaa 20, 2022 20.05.2022
Dabalaa Deemuu Qala’insa Jireenyaa Itiyoophiyaa fi Yaada Furmaataa - Caamsaa 18, 2022 18.05.2022
Ayyaana Iid Al Faxiir Irratti  Poolisiin Gaazii Imimmaansisu Dhukaase Mana-murtiitti Dhihaate - Caamsaa 18, 2022 18.05.2022
Koloneel Gammachuu Ayyaanaa Yoo Hidhaadhaa Hiikaman Akka Mormii Hin Qabne Abbaan Alangaa Ibse, Jedhu Abukaatoon Isaanii - Caamsaa 18, 2022 18.05.2022
Gaazexeessaa Muheyidin Abdullahii To'anna Jala Erga oolfamee Torban Darbe: Maatii - Caamsaa 17, 2022 17.05.2022
Obbo Abdii Raggaasaa fi Obbo Gadaa Gabbisaa Mana-hidhaatti Dhibeef Saaxilamanii Wal’aansa Hin Arganne, Jedhu Maatiin Isaanii - Caamsaa 17, 2022 17.05.2022
Yunivarsitiin Finfinnee Xalayaa Waa’ee Galmee Barattootaa Dhiheenya Baaserratti Ibsa Kenne - Caamsaa 16, 2022 16.05.2022
Naannoo Somaalee Keessatti Humnoonni Nageenyaa fi Hidhattoonni Kaan Namoota 11 Ajjeesan: Koomishiniin Mirga Namoomaa Itiyoophiyaa - Caamsaa 16, 2022 16.05.2022
Shawaa Kaabaa, Warra Jaarsoo Keessatti Ijooleen Isaanii Humnoota Mootummaan Jalaa Ajjeesamuu Dubbatu Maatiilee Keessaa - Caamsaa 06, 2022 06.05.2022
ABO fi KFOn Mootummaan Ajjeechaa fi Hidhaa Lammiilee Nagaarratti Raaw’ataa Jiru Dhaabuu Qaba Jedhu - Caamsaa 03, 2022 03.05.2022
Haala Benishangul Gumuz Ilaalchisee Gabaasa ergame caqasaa - Ebla 29, 2022 29.04.2022
Dhukkubii Otiizim jedhamu maalii? - Ebla 28, 2022 28.04.2022

Listen to the Tamsaasa Sagaleen - Sagalee Ameerikaa podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.