CHALA ABATE

VOICE FROM THE HORN Podcast

Society SV ↓ 242 episodes

VOICE FROM THE HORN – VOFTHO Podcast Stories, Politics, Culture & Voices from the Horn of Africa VOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa. Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, the platform focuses especially on the voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging. Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO...

Author

CHALA ABATE

Category

Society

Latest episode

May 24, 2026

Where to listen?

Podcasts in the app Replaio Radio Coming soon

Podcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts

Get it on Google Play Install for free Android 5M+ downloads · 4.8 rating iOS soon

Episodes

Tiktookeroonni Haala jedhuu irratti maal jedhan? 21.07.2024

Send us Fan Mail Support the show

Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema j 02.07.2024

Yaakka sanyii duguuggaa Oromoo Tuullaamaa, GG Oromiyaa keessati addeema jairy ilaalchisee marii J/Ayyaanaa fi barreessa Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa  https://www.youtube.com/live/tW9LjoyIPBw?si=XXMPk7M9MVFUC91L Send us Fan Mail Support the show

Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa irraan gahaa jiru 02.07.2024

Dabaa fi Dhiibbaa dhaabbataa Hordftoota Amantii Waaqeffannaa  irraan gahaa jiru ilaalchisee Keessummoota lama biyya Kaanadaa irraa abbaa Hayyuu fi abbaa Odaa waliin marii goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show

#Ep #4, Conversation with Dr Degefa Abdiisaa, former director ctor of Black Lion Hospital and freedom fighter as well human rights defendant 21.06.2024

#Ep. #4: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! Send us Fan Mail Support the show

OROMOON MIIDIYAA QABAA? 29.05.2024

Caamsaa 29/2024- MDHO- Qabsoo bilisummaa Oromoo fi barbaachisummaaa Miidiyaa, Marii maati Miidiyaa Dhaddacha Oromoo- MDhO  waliin goone caqasaa Send us Fan Mail Support the show

Qabsoon Bilisummaa Oromoo dhuguma Xummuramee? 21.05.2024

Send us Fan Mail Support the show

Raayyaa Abbaa Maccaa wallee bara durii 19.05.2024

Send us Fan Mail Support the show

Gatiin Gootaa meeqaa? 23.04.2024

Send us Fan Mail Support the show

#Ep. 3 Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! 04.04.2024

Egeree OROMIYAA  Dr. Dagafaa waliin Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan har...

Poem: Here Qaama Koo 04.04.2024

Waggaa 11 dura gaafan Walaloo tana sararu akka keesaa baanu abdiin qaba ture.  Haa tahu malee anii fi qaamni koo kuni saranas asumaa wal qoccollaa, Fayyinee wal hin fayyisne, Akka waan jilaatti asumaa lafa dhiinna Ciree gatuuf naafummaan sodaadhee, baadhee deemuufis dalaga wal dhoorre…. Hee Qaama koo…. #Qaama Koo! Ani kanan jedhu,  want’n si gaafadhu silaa qaama kooti waa muree sin gatuu harki gaa...

Poem Daawitii Seenaa2 06.03.2024

DAAWITII SEENAA LAK. 2 Ni yaadattuu bara sana,bara guyyaan dukkanaa’ee, bara birmadummmaan nu cabuuf jala bultii ta'e, Bara koodeen  koodee ganee, walirratti bobba'e, Gadaan laaffataa dhuufee, namuu gonfoo hawwee haadhoon haadhoo hiddee, akka summii jawwee. Fincaan 3n Tuullamaa,tokko diina kokkee  qabaa, inni kaan taa'ee taajjabaa, Waliif dirmachuu dagatee, alagaaf dhaabbatee Galaan...

Jiraattonni aanaa Baddallee Maal jedhan? 06.03.2024

Bara 2001, sababa hongee,beelaa nam-tolchee fi gogiinsa godinoota #Harargee lamaan ( Bahaa fi lixa) keessatti uumameen mootummaan naannoo Oromiyaa “…iddoo mijataa sin qubsiifna…”jechuun gara godinoota Wallaggaa fi Ilu Abbaa Booraa kan qubsiifamanii turan. Uummanni keenya suni keessatti kanneen aanaa #BunnooBaddallee qubsiifaman  dhuguma haala mijataa argatanii jireenyi isaanii wayyaahee jiraachaa...

#Ep. #2: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! 04.03.2024

Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jireenyaa qofa osoo hin taane godambaa seenaa kan Waan hedduu dhaloonni irraa argatuu dha. Dhaloonni amma jiru warra kaleessa jiraatanii hardhas lubbuun jiran irraa waan baratu baratee hardha kan harkasaa jiru ogummaa fi qaruuxummaan h...

Jaarmiyaa tokko maaltu jabaa taasisa? 03.03.2024

#Jaarmiyaa Tokko Maaltu #Jabaa Taasisa?                -1  - Dhaabni ykn jaarmiyaan tokko haalli inni ittiin jabaatuufi guddataa deemu karaaleefi roga hundaan waan jaarmiyaan tokko guuttachuudha qabu yoo guuttateedha. Waan hunda caalaa dhaaba tokko kan jabinasaa ibsuufi daran bu'a qabeessa isa taasisu : 1). Akeekaafi kaayyoo inni ittiin dhaabbateefi muldhata inni ittiin saba bilisummaa argach...

Poem: Bara Sana 21.02.2024

Send us Fan Mail Support the show

CONFERENCE: DHUMAATII SAGALEE IYYANNAA DHABE 21.02.2024

https://www.youtube.com/live/DG42yGOMYg4?si=Tc9v3280Aocpq2O1 Barbaachisummaa miidiyaa fi hanqinoota yeroo ammaa gama miidiyaan qabnu irratti  Dr. Dagafaa, Bilisummaa fi Caalaan  marii kallattii gaggeessan Send us Fan Mail Support the show

#Ep. #1: Dr. Degefa Abdisa's life experience and his contribution to Oromo's struggle for freedom! 03.02.2024

Egeree OROMIYAA  turtii Dr. Dagafaa waliin goonee caqasaa. Karaa Youtube armaan gadiis daawwachuu dandeessu. https://www.youtube.com/live/jfg3quojm6g?si=lhc1Sk-34CLbb4EC https://www.youtube.com/live/y0RzLLiW2No?si=NYWigbDLlGOPV5SA Kaleessa malee hardhi hin jiru; hardhi waan jiruuf borus ni jiraata. Kunimmoo seera uumaa fi uumamaati. Warri kaleessa turan nuuf Daawitee Egeree OROMIYAA, jiruu fi jire...

𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒 T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa 26.01.2024

𝕄𝔸ℕ𝔻𝔸ℝ𝕆𝕆𝕋𝔸 𝔽𝕀 𝕄𝔸𝔾𝔸𝔸𝕃𝔸𝔸𝕎𝕎𝔸ℕ 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝕐𝔸𝔸 - 𝕆ℝ𝕆𝕄𝕀𝔸ℕ 𝕋𝕆𝕎ℕ𝕊 𝔸ℕ𝔻 ℂ𝕀𝕋𝕀𝔼𝕊 𝕂𝕦𝕥𝕒𝕒 𝔻𝕦𝕣𝕒𝕒   T̈́ä́ä́m̈́m̈́ä́n̈́ä́ä́ B̈́ḯẗ́ḯm̈́ä́ä́ irraa   DURADUBBII   Dubbiftoota barruu tanaa jaalatamoo fi kabajamoo, kunoo harra irraa kaaseen mataduree kanaa olitti kaayame jalatti waa isiniif dhiyeessaa, mee na hoofkalchaa! Kanas hamma naaf dandayametti guutuu taasisuunan guutee, irra bash-bash gochuun isiniif dhiyeessa. Garuu,...

Tokkummaa akka sabaatti qabnuun gantoota maalin of keessaa buqqisna? 14.01.2024

Marii kana keessatti Dr Dagafaa Abdiisaa MSG fi GS ABO duraanii akkasumas  daarikteera fayyaa Hospitaala Leenca Gurraacha kan turan, J/ Ayyaanaa Goobanaa, ogeessaa diinagdee fi qondaala ABO fi Caalaa Hayiluu waloo fi barreessaa tahuun dhimmoota armaan gadii irratti dubbataan. 1. Sochii QBO keessatti shoora Qeerroo fi gurmaayinsa Qeeroof gahee ABO 2. Gabootaa yeroo yeroon QBO ganan sababa fi tokkum...

Yaada Kitaaba J/ Abbaa Caalaa Lataa irratti 11.01.2024

Kitaaba kana baatii darben ( Fulbaana,2022) dubbisee fixe. Kitaabicha dubbisuu Jalqabnaan dhaabuun hin jiru waan taheef guyyaa lama keessattin xummure. Hunduu bitadhaa dibbbisaan jedha. Qabiyyeen Kitaaba Jaal Abbaa Caalaa kuni seen-gulummoo matayyaa isaanii :- a. Ijoollummaa- hanga barnoota jalqabanii b. Haalaa baruu fi barsiisuu fi didhaalee hanga barnoota xummuranitti argan c . Bara Yunibarsiiti...

State terrorism (shororkeessummaa mootummaa): Dr. Dagafaan yaalii ajjeechaa irraa fayyanii dhugaa Oromoo dubbachaa jiru. 21.12.2023

Qaroo fi gameessi QBO, kan saba Isaaniif jechaa wareegama hedduu kaffalan kan dhugaa saba Oromoof qofa jiraatan Jaal Dr. Dagafaa Abdiisaa Tuuchoo yaalii ajjeechaa murni Bilxiginnaa irratti aggaamte irraa fayyanii ammas sagalee saba isaanif tahaa jiru.  Dr. Dagafaan waayee shororkeessummaa fi shororkessummaa mootummaan raawwatu (State terrorisma)irratti Jaal Ayyaanaa Goobanaa waliin marii godhan ka...

Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti yaalame. 28.11.2023

 Yaalii Ajjeechaa Dr. Dagafaa  Abdiisaa miseensa Shanee Gumii Gumii Sabaa ABO duraanii kan turanii fi yeroo ammaatti Gaafatamaa MDhO kan tahan irratti  yaalame. Send us Fan Mail Support the show

Abiy fi Oromoo 21.11.2023

Send us Fan Mail Support the show

Argaa dhageettii Oromoo 21.11.2023

Send us Fan Mail Support the show

Doorii Yaanaa: Weellisaa Keekiyyaa Badhaadhaa 21.11.2023

Send us Fan Mail Support the show

Listen to the VOICE FROM THE HORN Podcast podcast in Replaio

Radio and podcasts in one app - free, with no sign-up. Install today and do not miss the launch

Get it on Google Play

Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.