CHALA ABATE
VOICE FROM THE HORN Podcast
VOICE FROM THE HORN – VOFTHO Podcast Stories, Politics, Culture & Voices from the Horn of Africa VOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa. Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, the platform focuses especially on the voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging. Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO...
Author
CHALA ABATE
Category
Podcast website
Latest episode
May 24, 2026
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO 17.07.2025 2:14:14
CBB:Adoolessa 17/2025: Hayyoota fi Rogeeyyii Oromoo vs Kaayyoo QBO jedhu irratti maatii CBB kan ta'an Dr. Dagafaa Abdiisaa,J/Ayyaanaa Goobanaa fi Dr. Baaroo Qannoo waliin marii goone caqasaa. Send us Fan Mail Support the show
Waayee Hacaaluu Hundeessaa Oromoonni maal dubbatan? 24.06.2025 1:31:35
Waggaa 1ffaa wareegamuu Artist Hacaaluu Hundeessaa ilaalchisee bara 2021( waggaa 4 dura) miidiyaan Dhaddacha Oromoo akkasiin qopheessee ture. Caqasaa Send us Fan Mail Support the show
GANTUMMAA Vs GADAA OROMOO 15.06.2025 1:33:38
Send us Fan Mail Support the show
Sirba weellisaa Abdallaa Huseen 02.06.2025 4:46
Send us Fan Mail Support the show
Turti Ani bara 2015 Raadiyoo Finfinnee waliin taasise 22.04.2025 1:45:39
Walk-in Dubbii Ani fi Darajjeen goone kana keessatti Imala joollummaa koo Salaalee gara Booranaa Booranaa gara Adaamaa Barnoota sadarkaa 1ffaa - sadarkaa 2ffaa Seenaa mana hidhaa fi Achumaan baqattummaa kaasnee dubbanne. Caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Sirna Eebba Kitaaba Caalaa Hayiluu 21.04.2025 57:30
Kitaabni mata duree Dhaloota Fincilaa jedhamu kan barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu Abaatatiin barreeffame Sadaasa 24-2018, biyya Sweden magaalaa Stockholmitti eebbifameera. https://www.facebook.com/photo.php?fbid=2331693786904447&set=pcb.2331694043571088&type=3&__tn__=HH-R&eid=ARCZ3mkYIc_WGA5zIF_Qr3-6m6PpUmMdqksIb_BF3knLtOGngdE6sFkc7gGfRGpSJU_IT4_N3OrH6kdU Kitaabni kuni takkaahuu...
Guyyaa Afaan Dhalootaa ykn afaan jalqabaa Maalif yaadannaa? 16.04.2025 8:25
Send us Fan Mail Support the show
Walaloo: Irbuu Shinniggaa 16.04.2025 19:03
Send us Fan Mail Support the show
Sirba durii: Weellisaa Jireenyaa Ayyaanaa 16.04.2025 6:24
Send us Fan Mail Support the show
Sirba Durii : Ilfinesh Qannoo 16.04.2025 5:04
Send us Fan Mail Support the show
Ji’oomeetirii Oromummaa fi haala Oromoo yeroo ammaa irratti Dr. Moosisaa Aagaa Hayyuu Herreegaa waliin tutti goone. 07.04.2025 1:14:50
Ji'oometirii Oromummaa CBB: 04-04-2025- Dr Mosisa Aagaa, hayyuu Herreegaa fi qabsaawaa Oromoo waliin CBB irratti marii goona. nuwaliin turaa https://www.youtube.com/live/tIQU4jGL08Y?si=S_rFGJVDRjXKSpiz "Ji’oomeetrii Oromummaa" ~~~~~ Waraqaa mata-dureen "Ji'oomeetrii Oromummaa" jettu kana nama hedduu tu na gaafata. Eeyyee, Waxabajjii, bara 1994 ture kanan barre...
Magaalan Ottaawaa, Ayyaana Irreechaa ayyaana waggaa magaalattii gochuun beekkamtii kennite. Dhimma kana irratti obbo Habtaamuu Niinni Abbinoo waliin turtii goone caqasaa 24.03.2025 1:03:38
Egereen Oromoo oluma! Waan ofii jaalachuun dubbii irra darbee gaafa gochaan lafa qabate nama gammachiisa. Gowwaan keenya waggaa eeggateet aadaa fi duudhaa Oromoo, eenyumnaa fi dudduubbee isaa ganamaa abaaraa oola. Abaaruu qofa osoo hin taane akka baduuf baajata itti baasee dhabamsiisuug hojjata. Qaroo, beekaa fi inni of tahe, kan eenyummaa, duudhaa fi aadaa isaa jaalatu garuu akkasitti akka iftee...
Egeree Oromiyaa Gaaffii fi deebii Dr. Shuggux Galataa Gorsaa H/D/ ABO waliin goone. 08.03.2025 1:40:46
De. Shuggux Galataa miseensa Gumii Sabaa ABO fi Miseensa Shanee Gumii ABO kan ta’aniifi baroota dheeraf gaafatamaa damee Dippiloomaasii ABO turan. Isaan waliin hardha waayee Kora waliinii ABO fi KFO akkasumas siyaasaa Tibbanaa, kan Oromoo fi hiriira siyaasaa gaanfa Afrikaa irratti dubbanne. Send us Fan Mail Support the show
Kutaa 6ffaa: Dr. Dagafaa Abdiisaa waliin itti fufiinsa seenaa dhalootaa, bu'aa ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban 25.02.2025 1:13:52
CBB:Gurraandhala 24/2025: keessummaa addaa bara 2025 fi itti fufiinsa seenaa dhalootaa , ba'ii jireenyaa matayyaa fi gumaata Qabsoo Bilisummaa Oromoo akkasumas muuxannoo jireenyaa keessan darban Dr. Dagafaa Abdiisaa irraa qooddanna! Kutaa 6ffaa daawwadhaa Send us Fan Mail Support the show
Dhalattoonni Karrayyuu maal jedhan? Ituu fi Karrayyuu rakkoo hamtuu keessa jira. 24.02.2025 1:32:38
''Karrayyuun Birmannaa obbolaa isaa Oromootaa Barbaada. Uummanni keenya kan Karrayyuu yeroo ammaa rakkoo garaagaraa keessatti dararamaa jira. Rakkoo nageenyaa, rakkoo Daangaa , rakkoo hongeefi kirkirri lafaa itti walfuree gammoojii san keessatti hadhaa addaa dhamdhamaa jira. Bara duri haga tokko dhaabbata #seft_net jedhamu irraa gargaarsa namoomaa argataa turullee sunis yeroo ammaa irr...
oromo/oromian instrumental 17.02.2025 5:37
Send us Fan Mail Support the show
TIKTOKEROONNI MAAL JEDHAN? 15.01.2025 26:18
Send us Fan Mail Support the show
Untitled Episode 15.01.2025 0:42
Send us Fan Mail Support the show
Untitled Episode 17.12.2024 8:42
Send us Fan Mail Support the show
ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? 12.11.2024 1:34:58
“ABOn waggoota 50n darban Oromoof Hoomaa hin hojjanne.” Abiy Ahmed akkas jedhe. Dhugaa dhaa? Abiy Ahmed Maalif akkas jedhe? Dhuguma ABOn Oromoof waa hin goonee? Kanaa fi kan kana fakkaatan irratti keessummoota Egeree Oromiyaatu dubbata. Caqasaa. ABOn Oromoof homaa hin hojjannee? Amma dhaloota ( siditu iddoo kana jirra) Dhaloota gaafa ABOn bu’uramu turan, dhaloota jidduu fi dhalota si’anaa ( Dha...
Oromo Intellectual Society (OIS) conference, Part #1 21.10.2024 2:51:10
Gurmuun Hayyoota Oromoo (GHO/OIS), Mata-duree “ Burjaajii fi Daddaaqamuu Hawwaasa Oromoo: Sirna Badii Impaayeraa if Gahee Qaroo (Elite) Oromoo ” jedhu jalatti Seminaara marii qopheessee jira. Sirni koloneeffataa, uummata gabroomfatee hacuuccaa isaa jalatti tiksuuf, tooftaa fi tarsiimoo dhaabbatoo garagaraatti dhimma baha: 1) Shororkessuu, saamuu fi hiyyoomsuu; 2) qoqqoodee bulchuu; 3) afaan, aad...
Walaloo 21.09.2024 5:42
Send us Fan Mail Support the show
Poem: My poor mother 21.09.2024 5:21
My Poor Mother My poor mother, the one and only I love, These days you are constantly in my thoughts, I can’t sleep or find rest, Preoccupied with worry about the impending fate, Thinking of what the pandemic might unleash upon you, Asking myself so many questions, wondering how you will fare, Filling in the blanks with observations and facts. I fear for you, should the pandemic conquer your heart...
Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa Oromoo 21.09.2024 1:07:26
CBB: Fullbaana 21/2024-Mata duree Hiriira Siyaasaa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo jedhu irratti waliin dubbii Dr. Caalaa Olaanaa waliin goone hordofaa Hiriira Siyaasa Gaanfa Afrikaa fi Oromoo Yaada asii gadii haala jiru hunduu quba ni qaba garuu eessa jirra jennee of gaafachuun hin baduu. Somaaleen, kana dura Eritriyaa duukaa lola Abiyyi ahmediif maabara seentee waraana ergaa turte har’a ammo salpho...
Itti baha Kora Miseensota ABO godina Awurooppaa ilaalchisee marii SBO waliin barreessaa fi waloo Caalaa Hayiluu tassade. 25.07.2024 50:24
Send us Fan Mail Support the show
Similar podcasts
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.