Ilmaormaa

ILMAORMAA

Society OM ↓ 297 Folgen

Hangafa pōdkāstī Afān Oromo !Ashamaa!! Baga Nagaan Dhuftan! As-gubbaat Seenaa, Aadaa, "Sustainable Development" , Teknoolojii, Siyaasaafi Barruulee adda-addaa dubbisneerraa; keessummaa affeerre woliin kabajaafi walabummaan yaada jijjiirranne baabsaa tokko malee raabsina. Dhihaadhaa!!Teessoon: Telegram( t.me/podcast_ilmaormaa)

Besuch unbedingt die Website des Podcasts und unterstütze die Macher: podcasters.spotify.com

Autor

Ilmaormaa

Kategorie

Society

Podcast-Website

podcasters.spotify.com

Neueste Folge

31. Aug 2026

Wo hören?

Podcasts in der App Replaio Radio Bald verfügbar

Podcasts kommen bald in die App. Installiere sie jetzt und erlebe als Erster einen ganz neuen Blick auf Podcasts

Bei Google Play herunterladen Kostenlos installieren Android fast 10 Mio. Downloads · Bewertung 4,8 iOS bald

Folgen

S2.Ep18. The State of Political Transitions in the Horn of Africa 22.05.2021

Cehumsaa Suudaan, Somaaliyaa, Somaalilaand fii Xoobiyaa keessaat deemaa jiru maal irra jira? Biyyoota kana keessaa kamtu ammaaf ka milkaahaa jiru fakkaataa? Xobiyaa qarqaraa gamaa hallayyaat qaarisaa jiranii?

S2.Ep.17 Odeessa Garagaraa fii Gabaasa Kitaabaa. 14.05.2021

-  Kitaaba, " 2030: How Todays Biggest Trends Will Collide and Reshape the Future" Prof.  Guilleniin barreefamerraa gabaasa. - Seera dhablummaa fii abbaarrummaan guddachuu - Musliimotni Xobbiyaa haga yoom akka Arabaat ilaalamu? - Qabsoon hidhanno amma gaggeeffama jira jadhame himamu, ka warra duriirraa maaliin adda?

Season 2 Trailer 08.05.2021

Announcing the  begging of season 2.

S.1 Ep.16. Marii Janaraal Abdiisaa Waliin 02.04.2021

-  Nyaaphni uummata Oromo dhara "genocide” jadhuun aduunyaa birat yakkee fudhatama dhabsiisuuf ragaa guurrataa jira . -  Humni Oromo  iddo sadiitti qoodamee walirra aanuuf carraaqqiin godhu Oromo laaffisee bittineessaa jira. - J. Abdiisaan argaa-dhageettii ijaarsaa fii caasaa Oromo kan akaakayyuu jalatti barate nuun qooddata. - Qarrree fii qeerroon maalturraa eegamaa . BEEKSISA...

S.1 Ep.15. Duula Waraanaa Oromo Walloorratti Labsamee fii Dhiibbaa Warra Xobiyaafi Eritraarrat Godhamaa Jiru 26.03.2021

-  Abiy Ahmaad Parlaamaa warraa gubbaat Xobiyaa guutuu Amaareessuuf muratee ka'uu isaa ifate hime  -  Oromoon ballo'oon Oromo Walloo waltajii hawaasummaa gubbaatti bifa mishaa taheen mull'isaa jiraa? Moo ummata lola malee waan biraa   hinbeekne godhee fokkisiisaa jira? -  Oromoo Walloo sooshaal midiyaa gubbaat bifa kamiin midhaagsaan mull'isuun isaaniif bu'aa qaba?  -  Ziyaara Senator Chris Coons...

S.1 Ep14. Inqilaabni Dura Taa'aa ABOrratti Raawwatame Woyi Waan Haarayaa? 19.03.2021

- Inqilaabni ABO keessat yoom eegalame? - Qabsoon Oromo Jaarraa 21ffaa ABO susuphuun gaggeessuun ni dandahamaa? - ABO fii qabsoo bilisummaa Oromoo diiguuf eenyufaatu irratti bobbahee jiraa? Maaliif?

S.1 Ep13. Walaloo 12.03.2021

 Maalirraa si olchaa ka'jaarratte martii ? - Rawlinson, LAY of HARPER (1886)  Yoo -  Kipling, IF (1895)

S.1 Ep.12. "Sirni Gabbaarummaa Haareeysi As Deemaa Jira" 05.03.2021

Episode (qophii) tanarratti:  - Aduunyaan ta gartuun xiqqaan daangaa-dabraan irratti tujaaraa jirtuufii ummatni ball'aan ammo daran itti hiyyoommtaa jiru tun garam jall'ataa jirtii?  - Sirni Gabbaarummaa haareeysi biyyoota kam gubbaat ijaarmaa jiraa?  - Sirni Gabbaarummaa haareeysi kun maal fakkaataa? Warra kamtu irraa fayyadeeffata?  - Sirni Gabbaarummaa haareeysi adunyaa gubb...

S.1 Ep.11. Gadaa Oromiyaa Biyya Ambaat (GOBA) Ijaaruu 26.02.2021

- Gadaa Oromiyaa Biyya Ambaa(GOBA) ijaaruurrat yaada kennachu. - Maqaa jaarmayaatiin rakkoolee, gaaga'amaa, fii Kufaatii dhaqqabanifii ammas dhaqqabaa jiranirraa barachuuf tattaaffiin haqaa godhamuu dhabuu. - GOBA jaarmayaa siyaasaa fii gartu jalaa baasuun bifa bilisaai if dandaheen ijaaruun maaliif barbaachisa? - GOBA gad-jabeessani dhaabuun waan jaarmayaa siyaasaa jadhamuu mara of keessaa qulqul...

S.1 Ep.10. Diigamu Sirna Fedaraala Sabdaneessaa 19.02.2021

- Jaarmayaaleen Oromo diigamu sirna federaala sabdaneessaa hambisuuf uummata sossoosuuf qophii fii humna itti qabu? - Aktivistootni/qabsaa'otni sirna haarayaa Ijaaramaa jiru falmuuf gurmuu akkami qabuu? Gurmuu akkamii jalatti ijaaramuutu daran isaan jabeessu malaa? - Ummatni Ball'aan sirni Neoliberaalizmii biyya keessatti utubamaa jiru kun miidhaa akkamii irraan dhaqabsiisu akka malu huubatnoota g...

S.1 Ep.9. Lagannaa Nyaataan of Wareeguun Xoobiyaa Keessatti Bu'aa Siyaasaa Argamsiisaa? 12.02.2021

- Lagannaa-Nyaataan  Xobiyaa keessatti akka tooftaa qabasoo nagayaa taheetti ummata biratti beekamaadhaa? - Lagannaa Nyaataa hidhamtootni siyaasaa Oromoo gaggeessaa jiran qindominaan gaggeeffamaa jiraa? - Dhaabbileen siyaasaa ka hidhamtootni falmaafii jiran bifa gayaan cinaa dhaabbataa jiruu? - Midiyaan aduunyaa maaliif lagannaa nyaataa hidhamtootni siyaasaa kan Oromoo gaggeessaa jiran gabaasuu ha...

S.1 Ep.8. Hegereen Biyyaa (nation state) Maal Fakkaataa? 04.02.2021

- Gadaa keessa jirrutti, biyyaaf jacha wareegama lubbuu kafaluun bu'aan isaa maal? Dantaa eenyu kabajsiisuuf? - Aduunyaa keessatti qoodni "biyya"a guddataa mo dhiqqaataa deemaa jira? - Qabsoon Oromoo bifa aduunyaan itti jirtuufi daandii isiin irra qajeelaa jirtu hordofee demaa jiraa? - "Yellow/Orange" namni ambaa heeduun, warra "Guantanamo/Gitmo" hidhame turee; tuuta Buddhahaa biyya Maynmar(B...

S.1 Ep.7 Warri Teknoologii Haarayaa fii Kuwwan Hafanis Maal Nurraa Fedhan? Maal Nurraa Guuraan? Garam Nuun Deemaa Jiran? 29.01.2021

Odeeysa --- Warri "Wall Street" fii Caayaan "Reddit" (WallStreetbets) jadhaman maaf kaampaani "GameStop" jadhamturratti walhadhan? Robot( Artificial General Intelligence) sadarkaa amma itti jirurraa fii garama akka guddataa deemaa jiru gabaabasaan walhuubachiisu. Kitaaba, "The Age of Surveillance Capitalism" kan aduunyaan guutuun faarsitee fii irraallee dubbataa jirtu warra amma dura hindubbisneef...

S.1 Ep.6 Ummatni Jaarmayaa fii Hoggana Jabaa Qabaa? 21.01.2021

Hawwiin jiru, jaarmyaa fii hoggana akkam jiraa arguuf?  Jaarmayni hawaasni ganna dheertuuf jiraachise asiin gahe hirdhina qabuu?  Ummatni jaaramayaa fii hoggana isarraa woyyaa tahan of keessaa baasuuf qophii gahaa qabaa? Oromoo fii Oromoo tahuu?

S.1 Ep.5. Biyti Tokko Guddataa Jirti Hogguu Jadhamu Maalfaatu Guddate ? 15.01.2021

GDP (Gross Domestic Product) maal? Maal faatu walitti heerregamaa?    GDPn guddina biyya tokkorraa maal faa himti? Maal faa himuurraa hanqattii?  GDP male mizaanni guddina/badhaadhina biyya tokko ittiin heerragan kam faatu jiran?  Diinagdeen biyya tokko haga maalitti guddataa? Diinagdeen garamitti guddataa ykn daangaan isaa eessa?  Aduunyaan amma keessa jirru tun mull'ata  "diinagdee guddisuu" jad...

S.1 Ep. 4. Warri Xobiyaat Aango Gubbaa Jiru Biyya Garam Oofu Mala ? 14.01.2021

Warri 'Neoliberalism' eenyu? Eessaa dhufan? Maal fedhan?   'Neoliberalism' hogguu imaammata/mull'ata diinagdee mootummaa godhatan maal faa  aduunyaa gubbaatti hojiirra oolchaa turan?     Mootummaan warra 'Neoliberal' eenyuufaaf bu'aa qabaa? Eenyurratti miidhaa dhaqqabsiisu dandahaa?  Tuutni 'Neoliberalism' hordoftu biyya keenyatti maal faa hujiirra oolchuu dandah...

S.1 Ep.3. Afree Oromootaa vs Afran Naggaadootaa 08.01.2021

  Bara 1917  qaallichi Xilyaani kan Enrico Cerulli jadhamu kitaaba " The Folk-Literature " jadhamtu barreesse.  Kitaaba sana keessaa walalo lama kan natti tolan fileen akkan fedhuttin dubbisa.  Walaloon lachu waan yaroo sanitti ummatni naanno hardha Shanan Gibee jadhamuufi ollaa isaa jiraatan keessa turan ibsa. Weyta san ummatni  bakka lamat walqoode. Isaanis Afree Oromoot...

S1. Ep.2. Fincila Warra Arabaa Waggaa Kudhaniin Duubatti fii Kufaati Wayyaane? 03.01.2021

- Siyaasaa Xobiyaa fii sossohiinsa qarree/qeerroo Oromorratti dhiibbaa maal fidee? - Qabsoon ummatni biyyoota Arabaa geggeessee fi gaggeessaa jiru maaliif milkaahuu dhabe? Maal  irraa baratnaa? - Imaraat, Qatar fi biyyootni waahillan isaani tahan fincila ummataa kana keessaa qooda akkam jiraa qaban? - Turkiin Gaanfa Afriikaa fi Galaana Diima irratti qooda qabdu guddisuuf tarkaanfiin isiin fud...

S1. Ep1. Filmaatni 2021 gaggeeffamuuf Deemu Faaydaa Maal Qaba? (Repost with improved audio) 01.01.2021

Why has the faction in power in Ethiopia  decided to hold national elections in June 2021?  Are the political and security conditions conducive to hold a peaceful & fair election? What does the European type parliamentary system mean for the indigenous peoples of Ethiopia?

S.1 Ep.1 Filmaatni 2021 gaggeeffamuuf Deemu Faaydaa Maal Qaba? 30.12.2020

Why has the faction in power in Ethiopia  decided to hold national elections in June 2021?  Are the political and security conditions conducive to hold a peaceful & fair election? What does the European type parliamentary system mean for the indigenous peoples of Ethiopia? 

Season 1 Trailer : Baga nagayaan Dhuftan 30.12.2020

A brief intro to the podcast

Welcome! 28.12.2020

Brief introduction to the possible contents, topics, or issues discussed in the podcast and who the host is.

Höre den Podcast ILMAORMAA in Replaio

Radio und Podcasts in einer App - kostenlos und ohne Anmeldung. Installiere sie noch heute und verpasse den Start nicht

Bei Google Play herunterladen

Replaio ist kein Herausgeber von Podcasts; die Namen der Sendungen, Cover und Audioinhalte gehören ihren Autoren und werden über öffentliche RSS-Feeds verbreitet