CHALA ABATE
VOICE FROM THE HORN Podcast
VOICE FROM THE HORN – VOFTHO Podcast Stories, Politics, Culture & Voices from the Horn of Africa VOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa. Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, the platform focuses especially on the voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging. Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO...
Author
CHALA ABATE
Category
Podcast website
Latest episode
May 24, 2026
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
Abdi Nuressa's song : Fira gaafa Xiiqii 21.06.2022 6:30
Send us Fan Mail Support the show
Discussion: Kaayyoo fi manii QBO fi duulaa gufachiisaa QBO yeroo ammaa 14.06.2022 1:27:19
Dr. Makbib Gabayyoo fi Dr. Baaroo Dheeresssaa tu waayee kaleessaa, hardhaa fi egeree saba keenyaa karaa siyaasaa fi diinagdeen akkasumas hawaasummaan waan thuuf jiru, tahaa turee fi itti jira irratti J/Ayyaanaa Goobatu qindeesse caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Conversations: Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/2022 13.06.2022 2:31:28
Qophii Egeree Oromiyaa -Waxabajjii 13/2022 Hayyuu Saayinsii Hawaasaa Dr. Dassaaleny Guyyoo fi hayyuu Diinagdee Obbo Ayyaanaa Goobanaa waliin haala Oromoo fi Oromiyaa irratti marii goone daawwadhaa, caqasaa Send us Fan Mail Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra...
Panel discussion in Clubhouse : Hundeen Rakkoo Oromoo maali? - Physical or mental problem? 04.06.2022 0:32
Send us Fan Mail Support the show
Interview: Qindeessaa Sochii Qeerroo Bilisummaa Oromoo baha Oromiyaa 23.05.2022 25:49
https://www.youtube.com/watch?v=NY6gRsPuDH4 Send us Fan Mail Support the show
Sochii Warraaqsa Qeerroo bilisummaa Oromoo fi wareegama Qeeroo kaleessaa fi boruu 22.05.2022 1:26:47
Send us Fan Mail Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If you make a purchase, I may receive a commission at no extra cost to you. Support the show
Endless Oromo legend, Nuho Goobana Music 14.05.2022 2:53:21
Send us Fan Mail Support the show
Wareegama Qeerroo fi gufata , manii gahiinsa QBO hanga bara 2018 14.05.2022 1:28:32
The Oromoo youth made a huge sacrifice to the Oromo battle until the eagle came in and stole their precious sacrifice from them. During the conversation we made with Caalaa, Dr. Degefa, Xaasoo and Ayyaanaa Gobanaa, we spoke from the student movement to the Qeerroo movement until Abiy seized power with the blood of the Qeerroo in the name of Oromo and then betrayed our nation. https://youtu.be/O3...
Hiriira Mormii, GGO fI eebba Kitaabaa ilaalchisee OGMC waliin 10.05.2022 1:04:33
Send us Fan Mail Support the show
Conversation: Qophii Egeree Oromiyaa 01.05.2022 58:20
* Dhimmoota Hiriira Mormii mootummaa Abiy irratti Hawaasni Oromoo gaggeessaa jiru, * Dhimma Yaadannoo GGO FI EEBBA KITAABA BOOREE, kan Gammachiis Naadoo tiin barreeffamee irratti marii Caalaa Hayiluu fi Gammachiis Naadoo taasisan Send us Fan Mail Support the show
Poem : Dhangaa miti, Caalaa Hayiluu 21.04.2022 3:28
Send us Fan Mail Support the show
Waaraana Qor-qalbii saba Oromoo irratti darbe qolachuuf 21.04.2022 1:57:46
Marii ogeeyyiin fayyaa fi falmitoota mirga namoomaa kan ta'an Dr. Baaroo Dheeressaa fi Dr Dagafaa Abdiisaan qopheessaa sagantaa Siyaas-Diinagadee Oromoo kan tahan obbo Ayyaanaa Goobanaa ogeessa Diinagdee tahe waliin godhan caqasaa. Send us Fan Mail Support the show
Sagantaa Soraa :Du'a Galaasaa Dilboo qeeqa gamaa-gammee 04.04.2022 1:13:36
Marii Caalaa fi Yaadakool dhimmoota Oromoo fi Oromiyaa irratti akkasumas waayee Qeeqa gamaa gammee du'a obbo Galaasaa Dilboo irratti taasisan Send us Fan Mail Support the show
sagantaa Egeree Oromiyaa 04.04.2022 2:06:10
Marii Haala yeroo irratti gareen MDhO taasisan caqasaa.- Send us Fan Mail Support the show
CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan 21.03.2022 1:33:38
CHANNEL OROMIA : 10/03/2022 Daldala siyaasaa fi burjaajessaa maqaa 'Marii Biyyoolessaa' jedhuun deemaa jiru irratti obbo Ayyaanaa Goobanaatu Obbo Damboobaa fi Caalaa Hayiluu waliin marii godhan https://youtu.be/q1r_9tcwpXE Send us Fan Mail Support the show
Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa irratti gaggeessan 21.03.2022 1:29:21
Marii Obbo Dachaasaa Nigaatuu Oromiyaa irraa fi Dr Baaroo Dheereessaa Xaasoo Taabor waliin mata duree Siyaasa keenyaa fi shira Nyaaphaa, gantummaa fi fakkeessummaa irratti gaggeessan https://youtu.be/q1r_9tcwpXE Send us Fan Mail Support the show
QUBEE KOO- Walaloo Caalaa Hayiluu 08.03.2022 6:19
Send us Fan Mail Support the show
Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru... 07.03.2022 2:01:42
Jabaachuu WBO fi Waca Diinotaa akkasumas Jeequmsa PP, keessaa fi saba keenyarratti gaaga'ama gahaa jiru irratti marii Waloo Gaazexeessaa Sayyoo Ahmed, barreessaa Kumsaa Buraayyuu fi Caalaa Hayiluu gaggeessan caqasaa. Nu jajjbeessuu hin dagatinaa. Send us Fan Mail Support the show
Marii dhaadannoo Habashootaa fi dhugaa lafa irra jiru irratti gaggeessine 22.02.2022 1:41:56
Xoophiyaan hin diigamtuu jechuun dhaadannoo Habashootaa fi olola qor-qalbii Oromoo irratti deemaa jiru ilaalchisee Marii Dr. Dagafaa Abdiisaa, Barreessaa Caalaa Hayiluu fi Gaazexeessaa Tasfaayee Dheeressaa gaggeessan caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Duguuggaa sanyii Oromoo irratti labsame ilaalchisee- Dr.Kostee fi Ob.Birhaanuu waliin 16.02.2022 1:08:02
Lola, olola miidiyaa fi aggaammii sanyii duguuggaa karaa Finxaaleyyii Amaaraa fi Mootummaa Abiyootin Oromoo irratti labsame ilaalchisee keessummoota Ardii Ameerikaa Kaabaa irraa Dr. Kostee Abdiisaa fi Ob. Birhaanuu Mekoontaa waliin turtii goone caqasaa Xiyyeeffannaan keenya madda rakkoo ajjeechaa fi saaminsa akkasumas buqqaatii Oromoota gara Lixa Oromiyaa keessattu Wallagga bahaa fi Horro Guduruu...
The guy in the cell next door - Grabben i cellen bredvid - P1 Dokumentär -2015 07.02.2022 49:17
The poet Caalaa was sitting in the cell next to the journalist Martin Schibbye at the police station in Addis Ababa. He is tortured daily. Caalaa escapes for her life and ends up alone in a wintry Hälsingland. During Martin Schibbye and Johan Persson's time in a cell at the police station in Addis Ababa, they could for several days see how prisoners were picked up at the rest yard from an und...
ANI QAATAN DU'E- IRBUUFAN JIRAADHA - Caalaa's short poem 04.02.2022 7:55
Send us Fan Mail Support the show
#Didaakoo! Caalaa's short poems 02.02.2022 14:04
Didaa koo,Walaloota Caalaa Hayiluu! https://youtu.be/AiLX6WjaAjM Send us Fan Mail Support the show
Nuhoon Maalin Yaadatamaa? Waahillan isaa fi artistoota Oromoo Ilfinash Qannoo fi Muktaar Usmaan waliin turtii goone. 01.02.2022 1:10:10
Dhaddacha Oromootiin Chaanalii Oromiyaa irratti mata duree Nuhoo Haa yaadannu jedhuun Gumaacha Artist Nuhoo Goobanaa qabsoo Oromoo fi aartii Oromoof gumaate ilaalchisee, turtii artistoota Oromoo jaalatamoo tahan Ilfinash Qannoo fi Muktaar Usmaan waliin goone caqasa. Send us Fan Mail Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE Disclaimer: This post contains affiliate links. If...
CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa, qopheessan Yaadakool Dhinsaa 22.01.2022 1:05:51
CHAANAAL OROMIYAA-Qophii Mul'ata Oromummaa Af-gaaffii Haala Waraana Oromiyaa, Marii Biyyoolessaa fi Loogoo Biiroo Barnootaa Oromiyaa tibba kana jijjiirrame irratti Hayyuu Saayinsii Barnootaa Dr. Gizawu Taasisaa Leencoo waliin taasifne. Tamsaasa keenya karaa FNN, Facebook fi YouTube keenyaa nu hordofuu dandeessu. Send us Fan Mail Buzzsprout - Let's get your podcast launched! Start for FREE...
Similar podcasts
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.