CHALA ABATE
VOICE FROM THE HORN Podcast
VOICE FROM THE HORN – VOFTHO Podcast Stories, Politics, Culture & Voices from the Horn of Africa VOICE FROM THE HORN (VOFTHO Podcast) is an independent storytelling and media platform exploring identity, exile, politics, literature, culture, and the lived experiences of displaced communities from the Horn of Africa. Founded in 2020 by Chala Hailu Abate, the platform focuses especially on the voices of first-generation refugees, Oromo youth in the diaspora, and communities navigating migration, memory, and belonging. Through conversations, documentaries, poetry, and personal narratives, VOFTHO...
Author
CHALA ABATE
Category
Podcast website
Latest episode
May 24, 2026
Where to listen?
Podcasts in the app Replaio Radio Coming soonPodcasts are coming to the app soon. Install now and be the first to see a whole new take on podcasts
Episodes
Shggar maqaa Lafaat, Finfinnee kennaa addaa Finna-finne (kennaa finnee dhufne) jechuu dha 20.03.2023 57:30
Hayyuu seenaa kaan irraa waan argaa dhageettii Oromoo caqasaa Send us Fan Mail Support the show
Instrument of National Power (Birkiilee humna Biyyoolessaa) Dr.Baaroo Qannoo Dheeressaa. 18.03.2023 1:23:27
Instrument of National Power (Birkiilee humna Biyyoolessaa),Magaalaa Gaambellaa 03 fi 04 keessatti ajaja MNG'tiin bifa sukkaneessaan Oromoonni hedduu ajjeefaman. https://www.youtube.com/live/mjuKDA5BJc4?feature=share Send us Fan Mail Support the show
Poem : Walaloo gabaabaa Caalaa Hayiluu tiin 04.03.2023 1:07
Sitti booneen siin boohaa , sitti qaanfadheen siin boonaa, Siin booneen, sitti qaanfadhaa, Sibaqadheen si aanfadhaa, sitti aanfadheen si baqadhaa… Galgala siin booneen, guyyaa siin boohaa, Galgala Siif booheen, ganama siin boonaa… Ati, atin kuni na rakkifte, albakkuu taatee, na boochitee, walammee of gootee Anummaatu anumaan of nyaatee… Anumatu anumaan maraatee.. https://youtu.be/z3ivNAZPwO0 Se...
Dhaammata: sabni Kaayyoo qabu hin reeqqisu 04.03.2023 18:19
Sabni Kaayyoo qabu hin reeqqisu, hin daddaaqu! Ajandaa nyaaphatiin tokkummaa kee hin sharafin! Nyaaphni keenya guyyaa Guyyaan ajandaa nuuf kalaqeet kaayyoo nu wallaalchisuun hojii manaa isa nu hojjachiifata Oromoon kanatti dammaquu qaba. https://youtu.be/l0UEWGIRQHQ Send us Fan Mail Support the show
Conversations with Ayyaan Gooobana, Dr Dassu Guyyoo and Dannaboo Dhaqqabaa on the Ethiopian Orthodox apartheid system against a fan Oromo 12.02.2023 1:38:14
The apartheid similar discrimination of Ethiopian Orthodox church on the Oromo language. Want to create live streams like this? Check out StreamYard: https://streamyard.com/pal/5024882639503360 Send us Fan Mail Support the show
CONVERSATION : Dhumaatin Walloo salphina Oromoo cufaati Marii Prof. Mohaammad fi J/Ayyaanaa Goobanaa taasisan 03.02.2023 1:23:13
Haalaa yeroo ammaa uummata keenya Walloo irratti weerartuun Amaaraa gochaa jirtuun dhumaatiin uummata keenya walloo salphina saba Oromoo cufaati jechuun marii J/Ayyaanaa fi Prof. Mohaammad Hasan taasisan caqasaa https://www.youtube.com/live/RJhGsvp3h44?feature=share Send us Fan Mail Support the show
Poem: Aayyoo Oromoo- Giiftii Booranaa 24.01.2023 3:36
Yaadannoo Aayyoo Oromoo beelli fi hongeen boquu cabseef naa haa taatu. 23/01/2023 Caalaa Hayiluu Send us Fan Mail Support the show
Ibraahim H/ Alii 21.01.2023 5:49
Send us Fan Mail Support the show
Dhaamsa J/ Daawud Ibsaa 21.01.2023 6:26
Send us Fan Mail Support the show
Yaada Hirmaattota Hiriira mormii Hawaasni Oromoo biyya Sweden jiraatan Mootummaa Bilxiginna irratti godhame 20.01.2023 24:46
#OromoRally in Sweden haa taken place in the capital of Sweden and the Scandinavian city, Stockholm. The Oromo community in Sweden has held a demonstration against the tyrannical regime in Ethiopia that is constantly killing, expelling and arresting the Oromo civilians and political activists. We condemned the beheading and amputation of the Oromos by Abiy Ahmed-backed terrorist #AmharaFanno. We...
LEGENDARY OROMO ARTIST, KATAMAA HAWAAS 20.01.2023 52:10
Send us Fan Mail Support the show
Poem: dhaloota Fincilaa, by Caalaa Hayiluu 12.01.2023 5:23
Send us Fan Mail Support the show
CONVERSATION: Dr Baro spoke to Dr Truman, who is the director of OSG 05.01.2023 1:15:14
#Conversation : Dr Baro Keno Dheressa, an Oromo freedom fighter, human rights activist and a medical doctor by profession spoke to Dr Truman, who has been a human rights defender and leader of the Oromo Support Group – Australia (OSG) for more than three decades. They had an instructive and informative talk and in this discussion emphasized the current human rights abuses and the horrific expansi...
Poetry: Abdii fi Imaltuu ( Hope and the traveller) 03.01.2023 4:18
Walloo waloo Caalaa Bayiluu Abaataa Send us Fan Mail Support the show
Raaga Areeroo Boosoroo, qaroo argaa dhageetti Oromoo 27.12.2022 2:58
Send us Fan Mail Support the show
Historical Message: by Aslii Oromoo 19.12.2022 3:03
Send us Fan Mail Support the show
Poetry : Imimmaan Haadha Oromoo - Caalaa Hayiluutin 19.12.2022 10:57
Send us Fan Mail Support the show
Poetry/walaloo : Hardhas qofaa kooti 14.12.2022 5:28
Walaloo Caalaa Hayiluu Send us Fan Mail Support the show
Conversation: Salphina keessa jirru keessaa akkamiin Baana? Marii Dr.Dagfaa Abdiisaa, Ob.Ayyaanaa Goobanaa fi Dr Dassalany Guyyoo taasisan hordofaa 07.12.2022 1:22:46
Salphina keessa jirru keessaa akkamiin Baana? Marii Dr. Dagfaa Abdiisaa, ogeessa fayyaa fi miseensa Shanee gumii gumii sabaa ABOdurii , Ob. Ayyaanaa Goobanaa hayyuu diinagdee fi Dr Dassalany Guyyoo hayyuu Saayinsii Hawaasaa taasisan hordofaa Send us Fan Mail Support the show
Poetry: Bulmaanni fi oolmaan by Caalaa Hayiluu 22.11.2022 0:50
Send us Fan Mail Support the show
Poetry: Daangaa Darbe by Chala Hailu Abate 22.11.2022 2:33
Send us Fan Mail Support the show
Conversation: Hayyoota Oromoo fi qabsoo Bilisummaa Oromoo Af-gaaffii Dr.Baaroo fi Dannaboo waliin obbo Ayyaanaa Goobanaa taasisan 20.11.2022 1:33:51
Conversation: Hayyoonni Oromoo qabsoo Oromoo caalaa warri dantaa ofii filatan seenessa qabsoo Oromoo maalif haqanqaaluu? Send us Fan Mail Support the show
Conversation: Dr. Shiggux Galataa , Qindeessaa Hojii ABO Biyyaa Alaa waliin marii J/ Ayyaanaa Goobanaa gaggeessan 25.10.2022 1:01:20
Marii kutaa 1ffaa fi 2ffaa guutuusaa liinkii armaan gadii irraa caqasuu dandeechu. https://youtu.be/auu4ghfbv5w https://youtu.be/l96zpZ-jzxw https://youtu.be/l96zpZ-jzxw Send us Fan Mail Support the show
Qabsoo/ Struggle: WBOn maal jedhe 21.10.2022 19:57
Send us Fan Mail Support the show
Music : Adam Haruun 21.10.2022 4:43
Send us Fan Mail Support the show
Similar podcasts
Replaio is not a podcast publisher; show names, artwork and audio belong to their authors and are distributed through public RSS feeds.